BBC News Afaan Oromoo
Paayilatiin US xiyyaara Iraan rukuttee keessaa kufe akkamiin lubbuun oole? | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Paayilatiin US xiyyaara Iraan rukuttee keessaa kufe akkamiin lubbuun oole? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:55
- Date posted
- 5 hours ago
- Description
- Paayilatiin xiyyaara US Iraan keessatti rukutamee kufe keessaa tokko paaraashuutii malee xiyyaara keessaa lafa dhahe lubbuun ooluunsaa raajii ta'uu dubbate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Gaarreeniifi gammoojjii Iraan keessa sa'aatiiwwan 50f ture humnoota addaa USn baraaramuu dura loltootni Iraan isarraa fageenya dhibbaan lakkaa'manirra akka turan himame.
Oppereeshiniin baraarsa paayiletii kanaas raajii hedduu qaba.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viid...
- Title
- Huutiin Baab el- Mandab to'achuun Itoophiyaarratti dhiibbaa akkamii qaba? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:46
- Date posted
- 6 hours ago
- Description
- Baab al-Mandab ulaa galaanaa dhiphoo Yaman fi Gaanfa Afrikaa gidduu jiru.
Amma hidhattoonni Huutii kallattii kibbaatti socho’uun Ulaa Kana to’ataniiru jedhu aanga’oonni fi namoonni ijaan argan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bakka kanatti Yaman fi Afrikaan kiilomeetira 30 caalaa walirraa hin fagaatan. Kun hidhattoonni Huutii Afrikaatti, daangaa gara Jibuutii ce’utti, dooniiwwan gara bo’oo Siwiiz yabalanitti akkasumas buufataalee humna waraanaa naannawa kana jiranitti baayyee dhihaachuu mul’isa.
Huutiin gara kibbaatti babal’achuun isaanii Afrikaa karaa sadiin miidha: Dhala namaa, daldala, nageenya.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, ...
- Title
- Obbo Taayyee Danda'aan maaliif 'dhiifamaan' gadhiifamuu didan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:47
- Date posted
- 22 hours ago
- Description
- 👋 Akkam ooltan? Sagantaa har’aan;-
- Obbo Taayyee Danda'aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee mana hidhaatti hafee?
- Dureewwaan biyyoota BRICKS durattti weellisaa shubbisa aadaa Oromoo mul’isuu dubbatu Weellisaa Adam Mohaammad haala ture dubbata .
- Akkatti paayiletiin Ameerikaa jettii Iraanitti rukutamte keessaa lubbuun oole gabaasa qabna.
Kaanis qabnaa dhiyaadhaa!
Instagram 👉 https://www.instagram.com/bbcnewsafaanoromoo/
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
TikTok 👉 https://www.tiktok.com/@bbcnewsafaanoromoo
- Title
- Obbo Taayyee Danda'aan maaliif 'dhiifamaan' gadhiifamuu didan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:18
- Date posted
- 1 day ago
- Description
- Dhihoo namoonni siyaasaafi kaan hidhaa turan Bara Haaraa Itoophiyaaf dhiifamaan gadhiifamaniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kanneen gadhiifaman sanada dhiifamaa mallatteessaniiru. Obbo Taayyee Danda'aa didaniitii?
Hidhamtoonni himanni isaanii akka adda cituuf haaldureen mootuummaan kaa'e hoo maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasif...
- Title
- AI dhala namaa balleessuuf hiree 10% qaba jedhan ogeeyyiin damee sanaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:23
- Date posted
- 1 day ago
- Description
- Ogeeyyiin AI irratti qorannoo gaggeessan waggoota dhufan 10 keessatti AI dhala namaa balleessuu danda'aa jedhan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
''Hubannoon namtolchee dhala namaa hunda ajjeesuu danda'a jennee amanna! Ani akka dhuunfaa kootti AI wanta kana waggaa kudhan itti aanan keessatti raawwachuuf carraa dhibbeentaa 10 ol qaba" jedhe dhaabbata Antroopiik keessa kan hojjetu Avaan Habingaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaali...
- Title
- 'Haawwan Oromiyaatti qe'ee isaaniitti yaala argachuu qabu' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:17
- Date posted
- 1 day ago
- Description
- Dhaabbanni doktoroota Oromoo biyya alaa jiraniin hundaa’e meeshaalee yaalaa doolaara miiliyoona 1 ol walitti qabuu beeksise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Meeshaalee kanas Naannoo Oromiyaa keessa bakka tajaajilli yaalaafi meeshaaleen yaalaa hanqatanitti geessuu hime.
Hundeessitoonni dhaaba kanaa ‘kayyoon keenya haadholiin qe’eedhuma isaanitti nagaan deessee mana akka galtudha’ jedhu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwach...
- Title
- Namoonni miseensi maatiisaanii Tulluu Kaappiitti ajjeefaman maal himu?
- Runtime
- 20:11
- Date posted
- 2 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
-Namoonni miseensi maatiisaanii Tulluu Kaappiitti ajjeefaman maal himu?
-Huutiin handaara Galaana Diimaa to'achuutti jira, yaaddoo Itoophiyaa dabalatee biyyoota biroof qabu isinitti himna.
- Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?
- Odeeffannoo biroos qabna dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Taayyee Danda'aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee?
- Runtime
- 0:00
- Date posted
- 2 days ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa har’aan;-
-Obbo Taayyee Danda'aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee mana hidhaatti hafee?
-Dureewwaan biyyoota BRICKS durattti weellisaa shubbisa aadaa Oromoo mul’isuu dubbatu Weellisaa Adam Mohaammad haala ture dubbata .
- Akkatti paayiletiin Ameerikaa jettii Iraanitti rukutamte keessaa lubbuun oole gabaasa qabna.
Kaanis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Galchiin Erliing Haalaand ''dogogora'' jedhame maaliif kenname? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:52
- Date posted
- 2 days ago
- Description
- Qaamni bulchiinsa Murteessitoota kubba miilaa Ingilizii galchii Haalaandi lakkoofsise kennuun ''murtoo dogogoraati'' jedhe.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Maanchister Siitiin Ooldi Tiraafoord irratti taphattoota 10niin taphachuun galchii 1-0 Maanchister Yuunaayitid mo'atee deebi'e.
Falmiin garuu galchiin Haalaand lakkoofsise kennamuu hin qabu kan jedhu irrattidha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscr...
- Title
- Bilbilli 'iPhone duo' dacha'uufi qaalii ta'e gabaa ba'e | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:59
- Date posted
- 2 days ago
- Description
- Dhaabbanni 'Apple' bilbila iPhone isa yeroo kamuu caalaa gatiin isaa qaalii ta'e ifa godhe.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bilbilli kuni ni dadacha'a. Gatiin isaas paawundii 1,999 dha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan ma...
- Title
- 'Kaayyoon keenya Oromiyaa bakka qorichi hin jirre geessuudha' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:49
- Date posted
- 2 days ago
- Description
- Dhaabbanni doktoroota Oromoo biyya alaa jiraniin hundaa’e, meeshaalee yaalaa doolaara miiliyoona 1 ol walitti qabuun Oromiyaa keessa bakka tajaajilli yaalaa fi meeshaaleen yaalaa hanqatanitti geessuu hime.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kaayyoon isaanii, keessumaa haadholii fi maatiiwwan, tajaajila fayyaa barbaaduuf fageenya dheeraa imaluu osoo hin barbaachisin, bakka jireenya isaaniitti dhihoo ta’etti tajaajila fayyaa argachuu akka danda’an deeggaruudha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii A...
- Title
- Shubbisuun fayyaa sammuuf gumaata jedhame | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:26
- Date posted
- 3 days ago
- Description
- Shubbisuu beektuu? Shubbisni sochii qaamaa qofa isinitti fakkaata ta'a.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Butuutuu tiishuu wajjin walqabatee rakkoowwan fayyaa sammuu dhufan ittisa jedhu ogeeyyiin.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asu...
- Title
- Haleellaan Wallagga Lixaatti lubbuu galaafate akkamiin raawwate? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:48
- Date posted
- 4 days ago
- Description
- Hidhattoonni warshaa warqii Tulluu Kaappii haleeluun hojjettoota dabalatee humnoonni nageenyaa ajjeefamuu BBC'n mirkaneesse.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sababa haleellaa kanaaf dhaabbatichi hojii dhaabuu isaa ibseera.
Viidiyoo qoodameerratti hidhattoonni 'hunda ajjeesaa' yoo jedhan dhagahama. Konkolaattonnis gubatani.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kun...
- Title
- Haleellaa hidhattoonni Lixa Oromiyaatti dhaabbata warqii qoturratti raawwatan
- Runtime
- 20:33
- Date posted
- 5 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
-Namoonni miseensi maatiisaanii Tulluu Kaappiitti ajjeefaman maal himu?
-Huutiin handaara Galaana Diimaa to'achuutti jira, yaaddoo Itoophiyaa dabalatee biyyoota biroof qabu isinitti himna.
- Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?
- Odeeffannoo biroos qabna dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Haleellaa Wallagga Lixaa Warshaa Warqee Tulluu Kaappiitti mudate kan beeknu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:01
- Date posted
- 5 days ago
- Description
- Pirojektiin Warqee Tulluu Kaappii Godina Wallagga Lixaa, aanaa Ganjiitti argamu rakkoo nageenyaa Fulbaana 4, 2026 mudateen yeroof dhaabbachuu Dhaabbanni KEFI jedhamu beeksiseera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kaampaniin misooma warqee fi koppariirratti hojjetu kun ibsa baaseen hojjetaa isaa tokko dabalatee miseensonni nageenyaafi hawaasni naannoo 'baayyeen' ajjeefamuu ibsuun, lubbuu darbeef "baayyee gadduu" himeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keen...
- Title
- Botteewwan Wallaggatti gubatanii waan adda baasne| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:39
- Date posted
- 5 days ago
- Description
- Haleellaa hidhattoonni Wallagga Lixaatti bootteewwan guban, konkolaachistoota butan.
Aangawoonni mootummaa waa'ee haleellaa kanaa homaa hin dubbanne.
BBC'n garuu viidiyoofi saatalaayitiirraa mirkaneesseera. Wanti adda baafanne kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadha...
- Title
- Lixa Oromiyaatti konkolaattoota fe'iisaa eenyutu gube ?
- Runtime
- 20:18
- Date posted
- 6 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
- Konkolaattoota fe'iisaa toora galanii Lixa Oromiyaatti ibiddaan gubaman eenyuun akka raawwataman iyyaafanneerra.
-Taateewwan ijoo bara xumuramaa jiru kana keessaa Itooophiyaatti raaawwataman gumeessineerra.
-Eertiraan hamma maallaqa callaa namoonni qabachuu danda'an daangessite.
Odeeffannoo oolmaa addunyaas qabna, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Faayidaawwan shubbisaa afur amanuuf ulfaatan ogeeyyiin ibsan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:41
- Date posted
- 6 days ago
- Description
- Shubbisni sochii qaama qofa isinitti fakkaata ta'a. Garuu sochii sammuu guddaadhas.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Shubbisni faayidaawwan saammuu namaarratti qabu saayintiistotni ifoomsan keessaa ijoon butuutuu tiishuu wajjin walqabatee rakkoowwan fayyaa sammuu dhufan ittisuudha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadha...
- Title
- Humna qilleensaa Itoophiyaa eenyutu dorgoma? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:21
- Date posted
- 6 days ago
- Description
- Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bara meeshaan waraanaa nukilaraa abuurame irraa kaasee dorgommiin meeshaalee waraanaa dhaabbatee hin beeku, inumaa dhiheenya kana akkaan dabaleera.
Kan biyyoota Gaanfa Afrikaa maal fakkaata? Xiyyaarota akkamiifaa qabu? Biyya kamtu ammoo gonkumaa humna qilleensaa hin qabu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daaw...
- Title
- Gareen bulchiinsa MM Abiyi loluuf walta’iinsa uuman jedhamu Tsimdoon Itoophiyaa nagaa fiduu?
- Runtime
- 20:18
- Date posted
- 7 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
- Gareen humnoota bulchiinsa MM Abiyi loluuf walta’iinsa uuman jedhamu Tsimdoon Itoophiyaa nagaa fiduu?
-Miseensonni IHAPPA ta’aniifi abukaatoon duraanii Obbo Taayyee Danda’aa manni murtii wabiin akka bahan eyyamuus, osoo hin hiikamin hafuu.
-Dubartiin Tiraamp baay’ee amanu eenyu akka taate isinitti himna.
-Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Liftiin turistootaaf ijaarame ba'aa barattootaa salphise | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:13
- Date posted
- 7 days ago
- Description
- ''Hiyyeessaaf hin qalamu, kan qalame nyaata,'' jedha Oromoon yoo mammaaku.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Liftiin turistoota hawwachuuf ijaarame ijoollee hiyyeessaaf imala mana barumsaa sa’aatii 6 irraa daqiiqaa 30’tti gad buuse.
Isin sa’aatii dheeraa miilan deemtanii baratan moo konkolaatatti manaa isan fuudha?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni...
- Title
- Gaanfa Afrikaatti biyya kamtu humna qilleensaa Itoophiyaan dorgoma? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:16
- Date posted
- 7 days ago
- Description
- Gaanfaa Afrikaatti Itoophiyaan humna guddaa qabaattus, biyyoonni biroon kanneen akka Ertiraa, Jibuutii fi Somaaliyaas michootasaanii biyyoota alaatti maxxanuun humnasaanii cimsachuurratti argamu.
Garuu humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa kunneenii maal fakkaata?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Naannoo kana keessaa biyyi riiifu humna qilleensaashee akka haaraatti ijaaraa jirtu jiraachuwoo quba qabduu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keen...
- Title
- Afrikaatti harki mirgaa Tiraamp Itoophiyaaf maal dhaaman? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:58
- Date posted
- 7 days ago
- Description
- Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Hogganaan Dhimmoota Afrikaa Firaank Gaarsiyaa dhihoo guyyoota shaniif Itoophiyaa daawwataniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Marii isaan taasisaniinis waan tokko irra deddeebiin dubbatan.
Kunis nagaan waan ijoo akka ta’edha. Bishooftuufi Shaashamannees dhaqaniiru.
Daawwannaan isaanii kuni yeroo Kaaba Itoophiyaatti muddamni cimetti mudate.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachu...
- Title
- Artist Ilfinash Ambootti Hacaaluu biratti owwaalamte | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:03
- Date posted
- 8 days ago
- Description
- Artist Ilfinash Qannoo Amboo owwaalcha Artist Hacaaluu Hundeessaa biratti owwaalamte.
''Namni manatti hin hafne’’ jedhan kantiibaan magaalattii Obbo Hacaaluu Gammachuun.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ilfinash Naqamteetti dhalattee Ambootti maaliif owwaalamte? Daawwadhaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessani...
- Title
- TPLF Obasaanjoon mootummaa federaalaaf loogu himateera, akkamitti furama?
- Runtime
- 20:08
- Date posted
- 8 days ago
- Description
- Akkam ooltan?
-Sirni awwaala Artist Ilfinash Qannoo awwaala Hachaaluu Hundeessaa biratti raawwatame.
-TPLF Obasaanjoon mootummaa federaalaaf loogu himate.
Himannaan akkasii yeroo dhiyaatu tarkaanfiin fudhatamu ogeessa seeraa iyyaafanne.
- Daa'ima Booranatti manni itti cufamee suurrisaa ijoo dubbii ta'e haala irra jiru gaafanneerra.
Kaanis qabna dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Dhimma Afrikaarratti harki mirgaa Tiraamp waan Itoophiyaaf dhaaman | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:39
- Date posted
- 8 days ago
- Description
- Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Hogganaan Dhimmoota Afrikaa Firaank Gaarsiyaa dhihoo guyyoota shaniif Itoophiyaa daawwataniiru.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kunis, erga baatii Waxabajjii keessa muudamanii daawwannaa marsaa lammataa Afrikaatti taasisaa jiranidha.
Daawwannaan isaanii kuni yeroo Kaaba Itoophiyaatti muddamni cimetti mudate.
Aangawaan kuni aangawoota Itoophiyaa waliin mariifi daawwannaa garagaraa taasisaniiru.
Dhimmi ijoo isaanii garuu nagaa buusuufi fedhii US kabachiisuu irratti kan xiyyeeffatedha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallat...
- Title
- Waliigalteen Chaayinaafi Masrii Itoophiyaaf maal hima? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:29
- Date posted
- 8 days ago
- Description
- Chaayinaan tibbana waliigaltee faallaa Itoophiyaa fakkaatu mallatteessiteetti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waliigalteen kunis Hidha Abbayyaafi Galaana Diimaan walqabata.
Dhimmoota ijoo waliigaltee kana keessa jiran haa ilaallu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaana...
- Title
- Sirna gaggessaa Artist Ilfinash Qannoorratti gabaasa qabna
- Runtime
- 20:11
- Date posted
- 9 days ago
- Description
- Ashamaa Sagantaa har’aan;-
- Sirna gaggessaa Artist Ilfinash Qannoorratti gabaasa qabna.
-Yunivarsiitiiwwan Naannoo Tigraay ''sochii waraanaarraa bilisa
akka ta’an gaafatamuu.
- Chaayinaan dhimma Abbayyaafi Galaana Diimaarratti Masriif tumsiiti?
- Keeniyaan lammiileen alaa daldala xixiqqoo akka hin hojjenne tarkaanfii fudhachuu eegalu.
Kaanis qabna dhiyaadhaa
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Dubartii barreeffama Tiraamp duuba jirtu walbaraa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:30
- Date posted
- 9 days ago
- Description
- Dubbiin Donaald Tiraamp isin ajaa’ibaa? Miidiyaa hawaasummaa gubbaa kan barreessuuf garuu isaan miti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Nama isaaniif barreessitutu jira. Dubartiin ganna 35 kuni Naataalii Harper jedhamti.
Akki itti hojicha argattemmoo ajaa’iba. Seenaashee iyyaafanneerra, dhihaadhaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnu...
- Title
- Keeniyaan lammiilee alaa daldala hojjetanirratti tarkaanfii eegalte | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:37
- Date posted
- 9 days ago
- Description
- Keeniyaan lammiilee biyya alaa daldala xixiqqoorratt bobba'aan dhorkuuf tarkaanfii fudhachuu eegalte. Tarkaanfii kanaan biyyooti ollaa yaaddoo kaasaniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Pireezidantiin biyyattii Wiiliyaam Ruutoo daldalli xixiqqaa daandii irratti hojjetamuufi qinxaaboon lammiilee Keeniyaaf dhiisamuu qaba jedhan.
Invastimantiin biyya alaa kaappitaala jabaa barbaadu eeyyamamaa tahuu himuun ''lammiileen biyya alaa garuu lammiilee Keeniyaa daldala xixiqqaa qaban wajjin dorgomuu hin qaban,'' jedhe.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee ...
- Title
- Chaayinaan waan Itoophiyaa ilaallatuun Masrii deeggaraa jirtii? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:52
- Date posted
- 9 days ago
- Description
- Pireezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing biyyi isaanii hariiroo dippiloomaasii Masrii wajjin itti eegalte waggaa 70ffaa sababeeffachuun torbee kana Kaayirootti imalanii ture.
Waliigalteen mallatteessan ejjennoo Masrii kan deeggaru ta'ee mul'ateera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ofii Biyyootni lameen maalirratti walta'an?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli ku...
- Title
- Du'aan kan boqotte Artist Ilfinash Qannoo maaliin yaadatamti? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:38
- Date posted
- 10 days ago
- Description
- Artist Ilfinesh Qannoo har'a ganama (Dilbata) du'aan addunyaa kanarraa boqochuu ishee maatiin BBC'f mirkaneessan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Magaalaa Naqamteetti dhalattee kan guddatte Ilfinash, sirboota qabsootiin beekamti.
Jaalalaan qabdee hacuuccaa ummatasheerra ga'uu ibsiti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa ke...
- Title
- Namoonni tokko tokko maaliif barfatu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:23
- Date posted
- 11 days ago
- Description
- Namoota tokko tokkoof inuma hin guutu. Yeroo hunda barfatu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu, jaalatanii miti. Akkaataan sammuun isaanii itti hojjetutu adda.
Akkam jechuu maltu. Dawwadhaa. Isin garuu nama barfatumoo nama yerooti?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Cha...
- Title
- Al-Burahaan fi Pirezedanti Isaayaas Afawarqii maaliif walitti marmaaru?
- Runtime
- 19:39
- Date posted
- 12 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aan;-
- Al-Burahaan fi Pirezedanti Isaayaas Afawarqii maaliif walitti marmaaru?
- Keeniyaan lammileen biyya alaa biyyattii keessatti daldala xixiqqaarratti bobba'an akka cufan ajajuu.
- Abukaatoon duraanii Obbo Taayyee Danda'aa fi namoonni waliin hidhaman wabii akka hiikaman murtaa'u.
- Odeeffanoo ispoortis qabna dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Ajab! Namoota guyyaa sagal booda boolla keessaa baraaraman | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:47
- Date posted
- 12 days ago
- Description
- Lubbuu du'a oolte jechuun kana. Namoonni lama guyyaa sagal booda boolla keessaa baraaraman.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Balaa lolaa hamaa Neeppaalifi Tiibeetiin hanga ammaatti namoonni 1,301 du'aniiru.
Kanneen achi buuteen dhabamemmoo 5,339 gahuu mootummaan biyyattii beeksiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa k...
- Title
- Keeniyaan lammiilee alaa daldala xixiqqoorratti bobba'an ari'uuf | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:31
- Date posted
- 12 days ago
- Description
- Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo lammiileen biyya alaa Keeniyaa keessatti daldala xixiqqaarratti bobba'an akka cufan ajaja dabarsaniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sababni isaan dhiyeessan ammoo hojiiwwan daldalli xixiqqaan lammiilee Keeniyaaf ta'uu malu lammiilee biyya alaan irraa fudhatamaa jira kan jedhudha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan walii...
- Title
- Biyyoota jaha keessatti 'hanna qaama saalaan' namootni 80 ta'an ajjeefaman | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 8:50
- Date posted
- 12 days ago
- Description
- ''Qaamni saalaa dhabamuu'' maqaa jedhuun odeeffannoon garmalee tamsa'aa ture lubbuu namoota hedduu gaaga'eera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Onkoloolessa 2025 hanga Waxabajjii bara kanaatti biyyoota Afrikaa adda addaa keessatti namoonni 80 caalan sababa kanaan ajjeefamaniiru.
Ofii bilbilaan ykn nama tuquun qaamni saalaa bade jiraa?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa...
- Title
- MM Abiy Ahimad torban sadii booda uummatatti mul'achuu
- Runtime
- 20:04
- Date posted
- 13 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
- MM Abiy torban sadii booda uummatatti mul'atan.
-Himannaa sobaa'qaama saalaa keenya nu jalaa hattan' jedhuun namoonni ajjeefamuurratti gabaasa qabna.
-Barattuu garee saayintistoota olaadeemuu keessatti hirmaattee saatalayitoota gareen hojjattee fi ji’arraa qubachuu barbaaddu.
-Kaanis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Gaaffii maatiin Eebbisaa Addunyaa waggaa 30 booda gaafataa jiran | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:40
- Date posted
- 13 days ago
- Description
- Weellisaa Eebbisaa waggaa 30 dura bara 1996 erga ajjeefamee hanga yoonaa haqi isaa hin baane jechuun harmeensaa himatu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haqnisaa argamuu danda’aa kan jedhu fi weellistoonni gameeyyiin akkamiin Eebbisaa akka ibsan YouTube keenyarra argattu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC ...
- Title
- Isin warra sa'aatii eegumoo warra sa'aatii dabsu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:55
- Date posted
- 13 days ago
- Description
- Namootni hedduun maaliif yeroo kabajanii bakka beellamaa ykn hojii hin argaman?
Sababni akka itti sammuun isaanii dalagu adda ta'uudha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sa'aatii eeguufi sa'aatii dabsuun maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas ...
- Title
- Haleellaan cidharra raawwate jedhame 'yakka waraanaati' jette Iraan
- Runtime
- 20:03
- Date posted
- 14 days ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaa har’aan;-
-Ameerikaan mootummaa Iraan qoqqobbiin 'afuura kutuuf' dhaadachuu.
- Dargaggeessi manguddoo umurii waggaa 65 gudeede adabamuu.
- Kaarnivaala aadaa Finfinnee dabalatee sadarkaa Oromiyaatti qophaa’u iyyaafanneerra.
Kaanis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Mojtaabaa Kaameniin dhuguma lubbuun jiruu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:47
- Date posted
- 14 days ago
- Description
- Hogganaan olaanaa Iraan Mojtaabaa Kaamenii tibbana eegamaa turan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu ji'a jaha dura abbaa isaanii bakka bu’anii takkaa ummatatti as hin baane.
Iraanimmoo US waliin lolatti jirti. Mojtaabaan dhuguma lubbuun jiruu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo...
- Title
- Battala konkolaataan lubbuu oolchuuf garagale | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:38
- Date posted
- 14 days ago
- Description
- Kuni battala konkolaataan konkolaachisaa doqdoqqeerraa maquuf jedhee garagaledha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taateen kuni Hindii keessa kan mudate yoo ta’u yeroo kufuus namni doqdoqqee biraa oofu biratti dhaabatee hafe lubbuun ooleera.
Namni du’e jiraachuus baatu namoonni 20 ol konkolaataa keessa turan garuu miidhamaniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. ...
- Title
- Eebbisaan ajjeefamuun akkamiin jireenya maatiisaa miidhe? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:58
- Date posted
- 14 days ago
- Description
- Weellisaa Eebbisaa waggaa 30 dura bara 1996 erga ajjeefamee hanga yoonaa haqi isaa hin baane jechuun harmeensaa himatu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ajjeefamuu Eebbisaa booda jireenyi maatiisaanii jijjiiramuu Obboleessi isaa quxisuu Mo'aa Addunyaa BBCtti himeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Or...
- Title
- Eebbisaa Addunyaa ajjeefamuun akkatti jiruu maaiitsaa geeddare maatiisaa gaafannee
- Runtime
- 20:16
- Date posted
- 15 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
-Wallee Eebbisaa Addunyaa guyyaan itti ajjeefame waggoota 30 guute.
Ajjeechaan isaa akkatti jiruu maatiisaatii geeddare iyyaaffanne.
-Godaantonni Itoophiyaa Sa'udiitti gareen wal ijaaranii wal ajjeesan to'atamu eegaluu.
- Dargaggoo saamunaa waraqaa hojjate gurgurachuu eegale.
- Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Gamoo Neeppaal balaa lolaa hamaa dandamate | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:33
- Date posted
- 15 days ago
- Description
- Gamoon abbaa darbii lamaa balaa lolaa hamaa Neeppaal dandamate raajii jedhamaa jira.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Gamoowwan kaan lolaa kanaa yoo jijjigan gamoon kun kophaa dhaabatee mul'ata.
Namootni keessa turanis lubbuun oolaniiru jedhameera. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC ...
- Title
- Qorichi qaamarratti balaa fida jedhe qorannoon | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:20
- Date posted
- 15 days ago
- Description
- Isin namoota qoricha liqimsanii qaama isaanii gabbifachuu namoota yaalan beektuu?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waan haaraa dhagahameera. Qorannoon bara kana bahe tokko akeekkachiisa kenneera.
Dorgommii boca qaamaatiif kanneen qorichaan qaama isaanii furdisan miidhaawwan adda addaaf saaxilamaa jiraachuu dubbate.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan w...
- Title
- Hogganaan olaanaa Iraan Mojtaabaa hanga ammaa mul'achuu dhabuun gaaffii uume | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:45
- Date posted
- 15 days ago
- Description
- Ji'oota jaha dura ajjeefamuu abbaasaa booda Iraaniin akka hoogganu kan filatame Mojtaabaa Khaamiinii mul'achuu dhabuun gaaffii cimseera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Mojtaabaan sirna awwaalcahaa abbaasaarratti hin argamne. Guyyaa Afurtammaffaa yaadaannoo du'a abbaasaarrattis homaa hin jenne.
Wantootni haala inni itti jiru ilaalchisee jedhaman Viidiyoo kana keessa jira.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya...
- Title
- US fi Iraan maaliif deebi’anii wal haleeluu?
- Runtime
- 20:18
- Date posted
- 16 days ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
-Waardiyaa baankii ganna 52 qormaata biyyaleessaa milkaa'e dubbisneerra.
- US fi Iraan deebi’anii wal haleeluurratti gabaasa qabna.
- Yuuba Gadaa Booranaa Liiban Jaldeessaa maalin akka yaadataman.
-Odeeffannoo ispoortiis qabnaa, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waardiyyaa qormaata kutaa 12ffaa qabxii gaarii galmeesse | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:24
- Date posted
- 16 days ago
- Description
- Umriin lakkoofsa qofa kan jedhamuuf waa malee miti.
Qormaata Biyyaalessaa Itoophiyaa kan darbe caalaa kan kufeetu baay'eedha. Waluu hin dorgomu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Wardiyaan umrii waggaa 60 kuni garuu qabxii gaarii galmeessee yunivarsitii seenuuf. Seenaa isaa daawwadhaa.