BBC News Afaan Oromoo
Xumura hawwii Waancaa Addunyaa injifachuufi milkii Kiristiyaanoo Roonaaldoo | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Xumura hawwii Waancaa Addunyaa injifachuufi milkii Kiristiyaanoo Roonaaldoo | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:20
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Injifataan Ballon d'Or yeroo shanii Kiristiyaanoo Ronaaldoo, imala milkaahina hedduun dabalaame qabaatus shaampiyoonaa addunyaa osoo hin ta'iin soorama bahuufi.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ofii addunyaan kubbaa miilaa Ronaaldoo akkamiin yaadata? Jireenya dhuunfaa fi milaahinasaa asii argattu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu kees...
- Title
- Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan waliin ture 'dhumate' jedhe
- Runtime
- 20:42
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
-Duree mana amantaa Ortodokii Tigraay TPLF dargaggoota mana amantaatii baasee loltummaaf calaluu morman yaaliin ajjeechaa irra qaqqabuu himatan dubbisneerra.
-Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan waliin ture 'dhumate jechuu.
-Taphattoota ciccimoo Waancaa Adunyaa kana booda sooraman bahanitti gabaasa qabna.
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Tapha Masriifi Arjantiinaa irratti wanti falmi kaase maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:34
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Tapha Waancaa Addunyaa irratti morkiin Arjantiinaafi Masrii falmii guddaa kaase.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Masriin FIFA himatteetti. Wanti ta'e garuu maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Mar...
- Title
- Diraamaa tapha Waancaa Addunyaa Masirii fi Arjantiinaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 13:39
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Yeroo yeroon idilee taphaa xumuramuuf daqiiqaan 12 hafu Masriin seenaa Waancaa Addunyaa keessatti sadarkaa gahanii hin beeknerra gahuu amananii ture.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Warri Fara'oo shaampiyoonaa Addunyaa kan ta'an Arjantiinaatiin 2 fi 0'n dursaa turan. Silaa ittuma fufan yeroo jalqabaaf tikkeeta hirboo maayii muratanii turan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imal...
- Title
- -MM Abiyi Ahimad waa'ee ABO fi TPLF maal jedhan?
- Runtime
- 20:06
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Nooraa!
Sangantaa Raadiyoo Kibxata galgalaan:-
-MM Abiyi Ahimad waa'ee TPLF fi ABO, dhimma dinagdee fi qabxilee ijoo biroo kaasanirratti gabaasa qabna.
- Yaa'ii NATO Turkirratti ajaandaa eegaman.
- Waancaan baranaa Roonaaldoof kan xumuraatii?
- Oduu oolmaa addunyaas qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- MM Abiy Ahimed waa'ee nageenya biyya keessaa, hidhattootaa, dinagdee fi TPLF maal jedhan?
- Runtime
- 11:13
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- MM Abiy Raayyaa Ittisa Biyyaa ''ofii du'anii nu jiraachisan qeequun'' rakkoo guddaa tahuu himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Magaala Finfinnee dabalatee Baahirdaarii fi Gondaritti boombii qabaa akka turan himan.
Gondaritti barattoota walitti qabamanii TV ilaalaa turan irratti boombii darbatamee namni du'eera jedhan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni ...
- Title
- Hoogganaa Olaanaan Iraan sirna awwaalchaa abbaasaa irraa hafuun Iraaniif gaddarratti gadda dabaleera
- Runtime
- 2:45
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Hoogganaa Olaanaan Iraan Mojtabaa Kaameenii sirna awwaalchaa abbaasaa irraa hafuun Iraaniif gaddarratti gadda dabaleera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Aanga'oota olaanoo biyyattii gaggeessaa hoogganaa olaanaa duraanii Iraan Ayaatollaa Alii Kaameenii irratti kumaatamaan argaman keessaa Mojtabaa Kaameenii dhabuun miira gaddaa hamaa uumeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imal...
- Title
- Tiktok BBC Afaan Oromoo hordofaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:09
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Galatoomaa! Deeggarsa keessaniin 100K galle.
TikTok keenya asiin argachuu dandeessu: https://www.tiktok.com/@bbcnewsafaanoromoo
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Tigiraay qorumsaa biyyaalessaa kutaa 12ffaa sadarkaa naannootti baafne qorra jedhe
- Runtime
- 20:24
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
- Naannoon Tigiraay qorumsaa biyyaalessaa kutaa 12ffaa sadarkaa naannootti baafne qorra jechuun akeekkachiise.
- Baankiin BRICS Itoophiyaan itti dabalamuuf jirtu.
- Gaggeessaan olaanaan Iraan sirna gaddaa abbaasaarratti otoo hin mul'atiin hafe, sababa maaliif akka ta'e gabaasa qabna.
-Waldaan Kubbaa Miilaa Awurooppaa Tiraamp dhimma kubbaa miila keessaa seenuu cimsee balaaleffatera.
- Oduu oolmaa addunyaas qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Mojtabaa Kaameenii awwaalcha abbaasaarratti maaliif hin argamne? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:46
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Hoogganaa Olaanaan Iraan Mojtabaa Kaameenii sirna awwaalchaa abbaasaa irraa hafuun Iraaniif gaddarratti gadda dabaleera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Aanga'oota olaanoo biyyattii gaggeessaa hoogganaa olaanaa duraanii Iraan Ayaatollaa Alii Kaameenii irratti kumaatamaan argaman keessaa Mojtabaa Kaameenii dhabuun miira gaddaa hamaa uumeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imal...
- Title
- 'Balbala bannee ala bulaa jirra' - Lammii Itoophiyaa Faransaayitti | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:39
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Gaafa kaan lolaa fi bubbee hamaatu nama gaaga’a, tibba kana ammoo biyyoota Awurooppaatti ho’i hammaatee lammiilee hedduu galaafate.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Faransaay keessatti torban tokko keessatti qofa lammiileen biyyattii 2,000 ol du'u mootummaan beeksiseera.
Beeljiyeem, akkasumas Nezerlaandittis lakkoofsi ho'aan du'anii riikardii ta'e galmaa'eera.
Kanneen du'an keessaa gara caalu jaarroleedha. Lammiin Itoophiyaa Faransaayii dubbifne ho'i kuni yaachisaa ta'uu dubbatu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayi...
- Title
- Biyyi guddoon addunyaa, USA, akkamiin hundoofte? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 11:57
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Lafti kun baroota kumoota hedduuf bakka namni jiraatudha. Ammoo waggaa 250 dura gareen kolonii Ingiliz kun Yunaayitiid Isteets of Ameerikaa jechuun of labsan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Biyyi kun USA ishee ammaa ta’uuf guddoo bal’atte. Seenaan biyya ta’uushee duuba jiru garuu bakka kanatti eegala.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha,...
- Title
- Bilbila nama hin beeknerra bilbilame kaasuun qaama saala namaa balleessaa?
- Runtime
- 20:33
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ashamaa!
-Bilbila nama hin beeknerra bilbilame kaasuun qaama saala namaa balleessaa?
Hamii tibbana Keeniyaa fi Kibba Itoophiyaa namoota yaaddeesseef deebii qabna.
- Sirna gaggeessaa Alii Kaamenii eegalamerratti gabaasa qaban.
- Baargamoon bara Minilikirraa kaasee Itoophiyaa seene miidhaa naannoorraan gahaa jirurratti ogeessa iyyaafanne.
- Odeeffannoo Waancaa addunyaas qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Wayita rakkoon nageenyaa hammaatetti biyyoota Afrikaa nagaafi tasgabbii qaban 10
- Runtime
- 2:55
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Gabaasi dhimma nageenya addunyaa - Global Peace Index (GPI) kan bara 2026 jaarmiyaa 'Institute for Economics and Peace (IEP)' jedhamuun maxxanfame, addunyaarratti waggaa 18 darban keessatti nageenyi yeroo 15 gadi bu'eera jedha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akka gabaasa kanaatti, nageenyi addunyaa bara darbe harka 0.7n hir'ateera, kunis yeroo 12ffaaf walitti aansee bu'uu agarsiisa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya ...
- Title
- Bulchaan Horro Guduruu Wallaggaa waa'ee haleellaa Faannoo tibbanaa maal jedhu?
- Runtime
- 19:57
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Akkam ooltan hordoftoota keenya?
Sagantaa har'aatiin:-
-Ajjeechaa fi saamicha hidhattoonni Faannoo Horro Guduruu Wallaggaatti raawwachuu jiraattoonni himatan ilaalchisuun Bulchaa godinichaa gaafanne.
- Haleellaa cimaa Raashiyaan magaalaa Yukireen Kiyiivitti raawwaterratti gabaasa qabna.
- Sochiin leellistoota Israa’el akkaataa masjiidi Al-Aqsa itti buluf yaaddoodhaa?.
- Morkii Waancaa addunyaarratti gabaasa qabnaa, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Meelaat, dhalattuun Itoophiyaa Ameerikaatti seenaa dalagde eenyu? BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:06
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Bulchiinsa Ameerikaa Kolaraadootti Paartii Demookiraatii bakka bu'uuf dhalattuun Itoophiyaa Meelaat Kiroos filannoo duraa mo'atte.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Meelaat filannoo Kibxata adeemsifameen paarticha keessatti yeroo dheeraaf kan tajaajilan Diyaanaa Dageet injifachuu dandeesseetti.
Yeroo aanutti Paartii Rippaablikaanaa nama bakka bu'u waliin dorgomtee yoo mo'atte mana maree biyyattii seenti jechuudha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyooww...
- Title
- Waloo Jaarsoo Waaqoo: 'Osoo Oromoofi Oromiyaaf boowuu itti wareegame'
- Runtime
- 4:58
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Jaarsoo Waaqoo nama Oromiyaa kibbaa Boorana naannawa Mooyyalee iddoo addaa Tuqaa jedhamutti dhalate. Barri dhaloota isaa 1966 ta'uu ragaaleen arganne ni mul'isu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Barnoota ammayyaa akka hin qabne barreessitoonni waayee isaa qoratan katabaniiru. Umriisaa ijoollummaatti Adda Bilisummaa Oromootti dabalame. Loltuu Waraana Bilisummaa Oromoo ture.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe go...
- Title
- Hidhattoonni Faannoo Horro Guduruu Wallaggaatti namoota ajjeesuu jiraattoonni himatan
- Runtime
- 20:06
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Akkam ooltan hordoftoota keenya? Sagantaa har’aan;-
- Horro Guduruu Wallaggaatti hidhattoonni Faannoo haleellaa bananiin namoota ajjeesanii, horiifi qabeenya garaa garaa saamuu jiraattoonni himachuu.
- Durbartii konkolaataa fe’iisaa kutaa biyyaa qaxxaamuraanii fi konkolaataa hawaasaa deddeebisu konkolaachisuun beekamtu dubbisneerra.
Oduu fi odeeffannoo morkii Waancaa addunyaa qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Pirezidantiin Keep Verdee 1fi 0 Arjantiinaa injifanna jechuun tilmaaman
- Runtime
- 4:52
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Biyyi kun baroota dhihoo as sababa ispoortiin addunyaarratti daran beekamaa jirti. Dorgommii Waancaa Addunyaarratti ammoo hunda caalaa addunyaa ajaayibsiiteetti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Maqaa 'Blue Sharks' jedhuun kan beekamu gareen kubbaa miillaa Keep Verdee tapha kuffisanii darbuu gareewwan 32 gidduutti gaggeeffamaa jiruun Jimaata dhufu Maayaamiitti Arjantiinaa morkata.
Pirezidantiin biyyattii Joosee Mariyaa Neves Keep Verdeen goolii 1-0 dhaan Arjantiinaa injifatti jedhan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi...
- Title
- Yuunivarsiitiin Finfinnee eenyu fa'i qare? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:05
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Yuunivarsiitii Finfinnee ykn AAU maaltu adda godha?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsa...
- Title
- Lammileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan caalatti maaliif yaadda'aa jiru?
- Runtime
- 20:09
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Nama muuziqaan Haacaaluu pilaatfoormii 150 oliin addunyaarratti akka dhaggeeffatamu gochuu duuba jiruun waliin wal isin barsifna.
-Barataa ol adeemaa ijoollummaan appilikeeshiniii hojjatu dubbisneerra.
-Dhimma godaantota Afrikaa Kibbaarratti gabaasa qabna, nu hordofaa
- Odeeffannoo Waancaa Addunyaas qixeeffanneerra.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Icciitiin ol adeemaa sooftiweerii danuu hojjete maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 8:04
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Sanyii Dirribaa jedhama ogeessa sooftiweerii umurii 16ti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sanyiin umuriisaa kanatti sooftiweerii hawaasa tajaajilan hedduu dalageera, gara fuulduraattis hojii guddaa hojjechuu akka barbaadu BBCtti himeera. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook ak...
- Title
- Godaantotni Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa maal keessa jiru? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:44
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Afrikaa Kibbaatti gaggeessitoonni sochii farra godaantotaa namoonni godaansaan biyyattii keessa jiran akka bahaniif guyyaan dhumaa kennan har'a goolabama.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ\
Godaantotni Itoophiyaa maal keessa jiru? Embasiin Itoophiyaa Piritooriyaa jiru maal jedhe?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. ...
- Title
- Sochiin leellistoota Israa'el akkataa bulchiinsa Masjiida Al-Aqsaa jijjiiruu danda'aa?
- Runtime
- 11:40
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Hordoftoota amantaa Islaamaa biratti Makkaafi Madiinatti aanee iddoo qulqulluu sadaffaan masjiida al-Aqsaa magaalaa Yerusaeemitti argamuudha. Bakka masjiidi kun itti argamu Yihudoonnis abbummaaf gaafatu. Bakka kana kan bulchu Israa'el osoo hin taane Yordaanosi.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu sochiin namoonni siyaasaa Israa'el leellistoota ta'an yeroo dhiyoo as taasisan yaaddoo uumera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi ch...
- Title
- Doolarri 50,000 yoo siif kenname tapha waancaa addunyaa 104 daawwachuu dandeessaa?
- Runtime
- 1:02
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Namni hedduun bashannanaaf waancaa addunyaa daawwata.
Namni lama garuu daawwachuuf doolarri 50,000 argatan
- Title
- Lammileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan caalatti maaliif yaadda'aa jiru?
- Runtime
- 20:08
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Akkam jirtu hordoftoota keenya?
Sagantaa har'aatiin:-
-Weellistuu Maaramee Harqaa maaliin akka yaadatamtu galmee seenaa qoranne.
Godaantoonni Afrikaa Kibbaa gadhiisanii akka bahan akkeekkachiifamuu hordofee yaaddoo lammilee Itoophiyaa gaafanneerra.
- Odeeffannoo Waancaa Addunyaas qixeeffanneerra.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- "Konkolaachiftuurraa ka'een balaliistuu ta'uu barbaada" - Culee | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:21
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Konkolaachiiftuu Culee Mokonnin jedhamti; jiraattuu Magaalaa Yaa’abal’ooti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waggoota dheeraaf konkolaachiiftuu turte. Kun fedhii haadhashee akka ta'e BBC'tti himte.
Amma balaliistuu ta'uu barbaada jetti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook ...
- Title
- Hidhattoonni Faannoo Godina addaa saba Oromoo Wallootti lubbuu namootaa dabarsuu
- Runtime
- 19:53
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
-Haleellaa hidhattoonni Faannoo Godina addaa saba Oromoo Wallootti lubbuu namootaa dabarsuu fi qabeenyasaanii saamuu.
- Naannoon Amaaraa hojjetoota mootummaa 'hidhattootti makamanii' turanii fi walitti bu'insaan buqqa'an hojiitti akka deebi’an murteessuu.
- Mormii Keeniyaatti har'aa sochii namaa danqeerratti gabaasa qabna.
-Morkii Waancaa addunyaarratti odeeffannoo qabnaa, nu hordofaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Komishiniin Marii Biyyaalessaa qabxiilee 8 adda baase maal fa'i? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:42
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa yeroo dheeraaf ajandaa uummata irraa walitti qabaa turuun qabxiilee saddet dhumaa jedhe adda baasuu ibse.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ajandaaleen kunneen saddet ajandaalee hedduu dhiyaatan keessaa cuunfamuun kan adda bahanidha jedhe komishinichi.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessani...
- Title
- Qabxilee ijoo marii biyyaalessaa Itoophiyaaf adda baafaman/BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:10
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa raadiyoo har'aa keessatti;-
TPLF wixinee labsii lammileen loltummaan akka tajaajilan dirqisiisuu fi mormitoota ittiin adabuuf baase akka haqu Hiyuuman Raayits Wooch gaafachuu.
- Qabxilee ijoo marii biyyaalessaaf adda baafaman.
- Dooniin Itoophiyaa Ulaa Hormuuz akkatti qaxxaamurte iyyaafanneerra.
- Weellistuu hijaab malee sirbuusheef si’a 74 harcummeen akka reebamtu itti murtaa’erratti gabaasa qabna,
-Morkii Waancaa addunyaarratti odeeffannoo qabnaa, nu hordofaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Yeroo da’umsaa abbaan warraa argamu qabaa?
- Runtime
- 2:09
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Yeroo da’umsaa abbaan warraa argamu qabaa?
Taphataan tokko da’umsa ilmasaaf waancaa addunyaa yeroof dhiisee bahe.
Kun falmii kaase.
- Title
- Waliigaltee Iraan fi US amma mallataa’e kan bara Obaamaarraa maaltu adda godha?
- Runtime
- 16:11
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Kongiresiin Ameerikaa seera aangoo waraana labsuu Tiraamp daangessu dabarse.
Garuu waliigalteen amma Tiraamp Iraan waliin mallateesse kan Obaamaarraa maaltu adda godha?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https...
- Title
- Hijaab malee sirbuuf adabbii uleen reebamuu 74 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:59
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- sirbituun lammii Iraan Parastoo Ahmadi jedhamtu hijaaba malee sirbu isheef, yeroo 74 archummeen dhaanamuun ykn reebamuun itti murtaa’e.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽...
- Title
- Iraan sagantaa gabbisa niwukilaraashee ilaalchisuun waan US jettu waakkatte
- Runtime
- 20:10
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan:-
-Fayyaan qaama saalaa dhiiraa hariiroo fayyummaa onnee waliin qaburratti gabaasa qabna.
-Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii Israa'el Gaazaatti daa'imman irratti xiyyeeffachuun duguuggaa sanyii raawwatte jedhee himate.
- Iraan dhaabbanni atoomikii idiladdunyaa sagantaa gabbisa niwukilaraashee akka ilaalu eeyyamuu waakkatte.
-Morkii Waancaa addunyaarrattis gabaasa qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Meesii, Imbaappee moo Haalaand? Eenyutu kophee warqee argata? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:17
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Waancaan Addunyaa bara 2026 erga jalaqabee reefu guyyoota 10 ta'ulleen waan haga ammaatiinuu seenaawwan kubbaa miilaa haaraan galmaa'aa jiru.
Eenyutu kophee warqee argata?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://w...
- Title
- Waggaa 10 keessatti UK'n akkamiin Ministira Muumee 6'n hoogganamte? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:44
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Waggoota 10 keessatti UK'n Ministira Muumee 6'n hogganamte.
Hundi isaanii osoo yeroo hin ga'in aangoo gadhiisan.
Kun maaliif ta'e?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
- Title
- Paartiin teessoo manneen maree injifate hin fudhadhu jedhe
- Runtime
- 20:07
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
ABO KFO’ filannoo baranarratti teessoo Caffee fi paarlamaa hin arganne.
Adeemsa filannoo baran qondaala KFO gaafanne.
- Paartii teessoo mo'ate mana maree akka hin seenne ibse
-MM UK Kiir Istaamar sababa aangoo gadhiisaniif qixeessissineerra.
-Odeeffannoo ispoortiis qabnaa , dhiyaadhaa
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:32
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- USfi Iraan ji'a tokko booda qaaman wal-arganii mafriyachuun gargar galan. Iraan maricharratti jijjiirama gaaritu mul'ate jetti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
US toles bades hin jenne. Maricharratti maalirratti akka waliigalaniifi beellama gara fuulduraa jaarsoliin araaraa Paakistaanifi Kaatar ibsan. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnu...
- Title
- Qaamni saalaa dhangooguun dhibee suuta nama ajjeesuuti maaliif jedhama? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:29
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Qaamni saalaa dhiiraa dhangooguu dhabuun agarsiistuu dhibee onnee, istirookii, sukkaaraa fi miidhama sammuu ta'uu mala.
Akka qorannoowwan mul'isanitti, yeroon akkasii yeroo doktaroonni fi namni rakkoon kuni isa mudate waa adda baasuu itti jalqabani.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qaamni saalaa dhiiraa dhangooguu (ka'uu) dhabuun akka dhibee suuta nama ajjeesuuti.
Akka qorannooleen agarsiisanitti, rakkoon kuni dhiirota umriin isaanii waggaa 40 darbe keessaa walakkaa irratti mudata.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii,...
- Title
- Namichi Abbaa seeraafi haadha warraasaa dhaddacharratti ajjeese of-ajjeese/BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:05
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Namichi Abbaa seeraafi haadha warraa ofii dhaddacharratti ajjeesee ture of-ajjeesu odeeffanne.
- Tiraamp fi Masriin Itoophiyaan hidha Haaromsaa maal akka gootu barbaadu? Xiinxalaa dubbisne.
- Shamarree Haarvaardirraa qabxii guddaan eebbifamte dubbisneerra,
Dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Ameerikaan hoggantoota TPLF fi maatiisaanii Viiza akka hin arganne uggurte/BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:10
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa har’aatiin;-
- Ameerikaan hoggantoota TPLF fi maatiisaanii Viiza akka hin arganne uggurte.
Gurbaan lukkuusaa dhukkubsatte hospitaala geessee ijoo dubbii ta'e.
- Waraana dhaabuuf pirezidedantoonni Ameerikaa fi Iraan qabixilleen irratti waliigalan maali?
- Waancaa addunyaa bara kanaarratti obboloota hirmaataan jiran isinitti himna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Raajii lukkuu Dambacaa
- Runtime
- 1:12
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Gurbaan lukkuu hospitaala namaa geesse ijoo dubbii ta’eera.
Beekamtii argateen faayidas argachaa jira.
- Title
- Tigraayitti hojiirraa fi daandiirraa waraanaaf nama guuruun yaaddoo uumeera| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:49
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Naannoo Tigraay dargaggoota Tigraay "foo'aman" waraanaaf leenjisaa akka jiru BBC Afaan Tigriffaatti kan hime yoo ta'u, adeemsi foo'uu ykn calallii garuu "mootummaa naannootiin raawwatama" jedheera.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dargaggoonni magaalota naannichaa garaagaraarraa BBC'n dubbise akka jedhanittimmoo, bakka hojii isaaniitii, iddoo bashannanaa fi geejjiba uummataarraa dirqamaan fuudhamanii gara mooraawwan adda addaatti ergamuu dubbatu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, ...
- Title
- Obboloota 8 Waancaa Addunyaa irratti
- Runtime
- 1:55
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Waancaa addunyaa bara kanaa obboloota 8’tti jira.
Gariin garee tokko, kaan waliin dorgomu.
Daawwadhaa
- Title
- 'Hidhi Haaromsaa Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira’-Tiraamp
- Runtime
- 19:51
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa! Sagantaa har’aan;-
-Hidhattootni WBO bu'uura misooma bishaan dhugaatii mancaasuun uummatni rakkoo bishaan dhugaatiif saaxilamuu jiraattonni himachuu.
-Tiramp 'Hidhi Haaromsaa Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira’ jedhe.
-TPLF qophii waraanaaf dargaggoota uummataarraa dirqamaan guuraa jiraachuu jiraattoonni himachuu.
Kaanis qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Wantoota ijoo Waancaa Addunyaa baranaarratti mudatan kunneen beektuu?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 11:56
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Liyonel Meesiin galchii sadii Aljeeriyaa irratti lakkoofsisuun rikardii galchii Waancaa Addunyaa qooddate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Biyya isaaf tapha 200ffaa kan taphate Meesiin galchii sadii [haatirikii] jalqabaa Waancaa Addunyaa 2026 lakkoofsiseera.
Gama biraan Faransaay Senegaaliin 3-1'n injifatte. Imbaappeen galchii 58 Faransaayiif galchuun kan kana dura galchii 57 Jiiruud galmeesse cabse.
Oduu biraan Noorweey 4-1 Iraaqiin mo'atte. Haalaand galchii lama Waancaa Addunyaa jalqabaa isaa irratti lakkoofsiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siya...
- Title
- Karra eegaan addunyaan halkan tokkotti isa barte, Voozinaan, eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:44
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Taphni Keep Verdee fi Ispeen akkuma xumurameen iji addunyaa karra eegaa Keep Verdee irra ture.
Eenyu inni?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽...
- Title
- Waliigalteen US fi Iraan Israa'eliif maal jechuudha?
- Runtime
- 19:59
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Qophii keenya har'aan
*Waliigalteen US-Iraan, Israa'elitti miira uume
* Rakkoo fayyaa mana rifeensaatti nu mudachuu danda'an.
* Lammiileen Itoophiyaa Liibiyaa jiran rakkoo himatan.
*Odeessa Ispoortii waliin qabanneerra.
Dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waancaa Addunyaarratti taateen Ameerikaatti garee Iraan mudate maali?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:43
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Tikeetii irratti, tartiiba taphaa keessatti taphi kun Iraan fi Niwu Ziilaand waliin, dirreen ala akkasumas teessoo daawwattootaa irratti garuu falmii Iraanota gidduutti taasifamu ture.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qondaalonni garee kubbaa miillaa Iraan kubbaan miillaa uummatoota gidduutti tokkummaa kan cimsu ta'uu akka qabu irra deddeebiin ibsaa turan.
Garuu wayita gareen Iraan Waancaa Addunyaa kanarratti tapha gulantaa taphatu miirri mullate waan tokkummaa calaqqisiisu miti.
Istaadiyeemii Loos Anjalasiin ala miirri ture gara siyaasaatti geeddarameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaall...
- Title
- Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan bara baalliisaaniitti maal karoorsan?
- Runtime
- 20:04
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan:-
- Waliigaltee US-Iraan maal of keessaa qaba?
-Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan Geetuu Taliilaa dubbifneerra.
- Odeessa Ispoortiis qabna.