BBC News Afaan Oromoo
Oduuwwan ijoo guyyaa har'aa keessaa | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Oduuwwan ijoo guyyaa har'aa keessaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:31
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Maali konkolaataan akkana xiqqaattu? | BBC News Afaan Oromoo #bbcafaanoromoo
- Runtime
- 0:45
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dhugaa hin fakkaatu malee konkolaataan kuni nama baatti.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Andiriyaa Maraazii Xaaliyaaniitii tolche. Keessi ishii 50cm qofa bal’ata.
Kaayyoon isaa Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti galmaa’uudha.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#bbcnewsafaanoromoo #konkolaataa #bashannanaa
- Title
- Mosaad Itoophiyaa keessa maal raawwate? | BBC News Afaan Oromoo #bbcafaanoromoo #ethiopia
- Runtime
- 1:30
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dhaabbanni Tikaa Israa'el Giddugala Bahaa hanga Itoophiyaatti oppireeshinii garagaraa raawwateera.
Waraana guyyoota 12'f Israa'el fi Iraan Waxabajjii 2025 keessa taasisan keessatti qooda akka qabu ibsameera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhaabbati tikaa Israa'el yeroo baay'ee biyyattiin waa'ee isaa hin dubbanne, Moosaad, maal dalage?
Viidiyoo guutuu: https://bbc.in/4lMJvop
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#bbcnewsafaanoromoo #israel #iran #ethiopia #bbc
- Title
- Icciitii bareedina dubartoota Oromoo | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:24
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Haati Kamisee Aanaa Dawwaa Caffaatti BBCn dubbise tokko ''Akkam jedheen odoo [qayya] hin aarfatiin dhiira waliin bula?'' jedhu.
‘’Waan hunda hin dubbatani jetti bolli qayyaa,’’ jedhu yoo mammaakan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Miidhagina qaamaaf maloota aadaa hawaasni fayyadamu keessaa tokko qayya.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni ...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixata Adoolessa 7, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:33
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Hariiroo halluu fincaanii fi fayyaa keenya gidduu jiru | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:40
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Yeroo baayyee mana yaalaa yeroo deemnu fincaan gaafatamna. Kana baayyeen keenya goonee beekna jedheen yaada. Kun maaliif jettanii beektuu?
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Hakiimonni kan fincaan gaafataniif callisanii miti. Waan irraa dubbisan qabu.
Kan Dhiheesse: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscrib...
- Title
- Bunni abbaa manaa fi haadha manaa walitti urgeessa
- Runtime
- 0:43
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#coffee #cof...
- Title
- Yeroo gaddaa akkamiin jajjabaanna?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:35
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Nama jaallannu tokko akka nurraa adda hin baane barbaanna. Barabaraan akka nu walin turu hawwina. Gonkumaa dhabuu hin feenu.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Namoonni hedduun yoo nama jaallatan du’aan of biraa dhaban haala garaagaraan akka jiraatan yaadu, haala duraan turerraa adda ta’uu danda’a. Yaadannoo ykn jaalala nama si biraa du’eetiin jiraatta, isin maal jettu?
Kan Dhiheesse: Hamzaa Huseen
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, ...
- Title
- Bunni Itoophiyaarraa ka’e har’a eessa gahe?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:06
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Bunni mallattoo nageenyaati waan ta’eef warri nagaa qabu guyyaatti yeroo sadii: ganama, guyyaa fi galgala buna dhaabata.
Qaama namaaf faayida qabaatus, bunni of eegannoo barbaada.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp ...
- Title
- Oduuwwan ijoo guyyaa har'aa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:13
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Oduuwwan biyya keessaafi alaa ijoo guyyaa har'aa kanneeni.
#oduuafaanoromoo #ethiopia #oromoo #gaza
Itoophiyaan deeggarsa maallaqaa argatte, Toomaas Paarteey gudeeddiin himatame. Kaanis jiru.
Ammaan achi guyya guyyaan BBC Afaan Oromoo oduuwwan ijoo guyyaa keessa jiran daqiiqaa 1:30 keessatti isiniif dhiheessina. Daawwadhaa!
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
BBC Afaan Oromoo miidiyaalee hawaasummaa gara garaarratti hordofaa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#bbcafaanoromoo #ethiopia #israel #un #waraana #oduu #gaza
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Kibxata Adoolessa 4, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:43
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Bunni eessaa dhufe? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:36
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Bunni jiruufi jireenya Oromoo waliin hariiroo guddaa qaba.
Yeroo ayyaanaa, fuudha fi heerumaa, moggaasaa daa’immanii, ateetee, dhimmoota hawaasummaa fi amantaa ykn jiloota akkasumas yeroo keessummaan mana namaa dhaqu ni dhiyaata.
Garuu eessaa dhufe?
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulf...
- Title
- Tikni Israa'el akkamiin qiyyaafannoo adda baasee ajjeesa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:09
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Haleellaafi oppireeshinii Israa'el raawwattu keessa qoodi isaa olaanaadha. Giddugala Bahaa hanga Itoophiyaatti hirmaateera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Israa'el yeroo baay'ee sochii dhaabbatichaa baay'uma hin dubbattu. Hojiin isaatuu ni dubbata jedhu kanneen xiinxalan.
Waa'ee dhaabbata tikaa Israa'el, Moosaad, haasa'utti jirra. Dhaabbanni kuni Itoophiyaa keessa maal dalage?
Qopheessaan : Ammayyuu Ittaanaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee han...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Kibxata Adoolessa 3, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- 'Dhayi jalaa' jechuun kan weellise Keekiyyaan haala akkamii keessa jira? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 23:04
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Walleewwan qabiyyee aadaa, seenaa, siyaasa, jaalalaa fi misoomaa qaban weellisuun kan beekamu Artist Keekiyyaa Badhaadhaa tibbana wallee 'Dhayi jalaa' jedhu gadhiiseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Gaaffii fi deebii addatti BBC waliin taasiseen wallee kana maaliif 'Dhayi jalaa' akka jedhee fi waa'ee hojiiwwan isaa kaaniirratti dubbateera. Artistiin kun walleewwan akkanaan darbee darbee dhufus garuu erga miidiyaarraa fagaatee tureera. Haala inni amma keessa jiru iyyaafanneerra.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa ...
- Title
- Oo badhannanaa! Sirba baadiyyaatti sirbame amma addunyaa waliin gahe.
- Runtime
- 2:15
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Title
- Oduuwwan ijoo guyyaa har'aa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:24
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Oduuwwan biyya keessaafi alaa guyyaa har'aa ijoo turan kanneeni.
Ammaan achi guyya guyyaan BBC Afaan Oromoo oduuwwan ijoo guyyaa keessa jiran daqiiqaa 1:30 keessatti isiniif dhiheessina. Daawwadhaa!
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
BBC Afaan Oromoo miidiyaalee hawaasummaa gara garaarratti hordofaa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #oduu #bbcafaanoromoo #afaanoromo
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Kibxata Adoolessa 2, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:28
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Sirbi oo bashannanaa ‘’safuu’’ cabse qabaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:34
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sirbi ‘oo bashannanaa’ jedhu tibbana dirree Tiiktookii dhuunfatee namni hedduun ittiin shubbisaa jira.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dargaggeessi Booranaa sirba kana baasaa ture BBC waliin turtii taasiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Kibxata Adoolessa 1, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:33
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Israa’el nukilaraa osoo qabduu kan biyyoota kaanii maaliif fashalsiti? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 23:57
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Israa'el boombii nikularaa 200 ta'u akka qabdu saayintistii Israa'el Mardokaayi Vanuunuu saaxile.
Iraan dabalatee biyyoonni Baha Giddu Galeessaa sagantaa gabbisa nikularaa akka hin qabaanne haleellaa irratti banuun beekamti.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Or...
- Title
- Robotiin osoo kubbaa taphatuu kufe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:10
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Chaayinaatti waldorgommin taphoota garagaraa robotiiwwan gidduutti ji'a hagayyaa ni geggeeffama.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Waldorgommii kanaaf agarsiisa geggeeffame irratti roobootonni kubbaa miilaa taphataniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp g...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixata Wax. 30, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:02
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Badhaasa Haacaaluurratti kanneen badhaafaman maal jedhu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:07
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Badhaasni Artistii gameessa waggoota shan dura ajjeefamuun lubbuun darbe sababeeffachuun waggaa waggaan qophaa’u kun bara kana dameelee garagaraa 11’n artiistota reefu dhufoofii gameeyyii badhaasa.
Kana malees Badhaasni Addaa Umrii Guutuu artistii tokkoof kan kennamu ta’a.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Albama Waggaa, Wallee Waggaa, Wallee Aadaa, Wallee Ammayyaa, Weellisaa Cimaa Waggaa fi Weellistuu Cimtuu Waggaa kunneen jedhan dameelee hojiileen aartii muuziqaa badhaasichaaf itti dorgoman keessaa muraasa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siy...
- Title
- Dargaggoota abdii harka qalleeyyii ta’an | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:50
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dhaabbanni 'Atis Nama chaaritii’ jedhamu dhaabbata hojii tola-ooltummaa namoota rakkina hamaa keessatti argaman gargaaruuf hiriyoota sadiin hundaa’edha.
Subcribe gochuuf: https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Chaanaaliiwwan keenya kaanis hordofaa.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/45VGAoA
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/44jwyfM
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3ZzxIRL
#tolaooltummaa #oromo #namummaa #charity #oromia #ethiopia
- Title
- US Waraana Kooriyaa irratti maaliif hirmaatte?
- Runtime
- 0:23
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Waraanni Kooriyaa waraana hamaa jaarraa 20ffaati, daafoonsaa amma guyyaa har’aatti jira. Maaltu ta'e?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/3TiReOV
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afa...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Jimaata Wax. 27, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:54
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Anniisaan nukilaraa addunyaa fayyaduus balleessus ni danda’a, garuu akkamiin?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 9:28
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Anniisaan atoomii xiqqoo irraa argamu addunyaa jijjiiruu akka danda’u gameessi abbaa Fiiziksii jedhamuun beekamu Albart Eyinsitaayin addunyaaf gumaacheera. Argannoon kun garuu addunyaaf waan gaariis balaas fideera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Anniisaan nukilaraa albuuda yuraaniyemii jedhamurraa hojjetamu yeroo ammaa addunyaa sodaachiseera . Ofii nukilarri akkamiin hojjetama, akkamiin ammoo hojjeta?
Kan Dhiheesse: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa f...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Kamisa Wax. 26, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:57
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Yukireen haleellaa Raashiyaa qolachuuf maaltu barbaachisa?
- Runtime
- 3:30
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Doonald Tiraamp walgahii NATO irratti yeroo hirmaatutti gaaffilee gaazexeessitoota irraa dhiyaataniif keessaa tokko waraana Yukireen nan dhaabsisa jedhee maalif akka dhaabsisuu dadhabeedha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubba...
- Title
- Waraanni Kooriyaa xumuramee hin beeku - garuu akkamiin eegale? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:56
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Har'a waggaa 75 erga waraanni Kooriyaa eegale. Yeroos biyya tokko turan. Waggoota kana hunda takkaa waliigalteen waraana dhaabuun nagaa buusuu biyyoota lameen gidduutti mallattaa’ee hin beeku.
Kanaafuu waraanni Kooriyaa erga eegalee waggaa 75 booda ammallee Kooriyaan Kaabaa fi Kooriyaan Kibbaa waraanatti jiru jechuudha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keess...
- Title
- Daangaa Itoophiyaa fi Eertiraa irratti eenyutu sochii gaggeessaa jira? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:26
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Tibbana bakkeewwan daangaa Itiyoo-Ertiraa muraasarratti sochiitu adeemaa jira.
Ummati wal keessa dhufee, gammachuufi nagaatu mul’ata.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Miirri hawaasaa muddama dureewwan siyaasaa biyyoota lamaan gidduu jiru waan agarsiisu hin fakkaatu. Kuni eega waggootii dhihoo waan hin baramne.
Sochiin wal keessa deemuu kuni garuu beekamtii mootummaa federaalaa Itoophiyaan ta’un isaa hin beekamu.
Kanaaf, sochii kana duuba kan jiru eenyu?
Kan qopheesse: Ammayyuu Ittaanaa
Viidiyoo kan midhaassite: Aslii Galgaloo
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#waraana #bbcafaanoromoo #ethiopia #eritrea #tplf #itoophiyaa #Ertiraa #tigray
- Title
- Yooyyaa! Youtube keenya eebbifneerra! | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:36
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#bbcafaanoro...
- Title
- Tiraamp aaridhaan Iraanii fi Israa'el akeekkachiisan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:41
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#iraan #isra...
- Title
- Lola Israa’el fi Iraaniin eenyu maal buufate? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 22:14
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Lolli Israa’eliifi Iraan torban lama dura eegale waliigaltee dhukaasa dhaaburra gaheera jedhamuus qaamoleen lamaan wal himataa jiru.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Walitti bu’iinsa kanaan eenyutu maal buufate? Waliigalteen dhukaasa dhaabuu taasifame itituu danda’aa?
Biyyoota akka Itoophiyaaf maal jechuudha? Akkamiin sadarkaa kanarra gahame?
Dhiheessitoonni: Ammayyuu Ittaanaa fi Hiikaa Fiixasaa
Kaameraan: Tolaa Dingataa, Asilii Galgaloo
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#usa #iraan #qatar #israel #waraana #bbcafaanoromoo #iran #ethiopia
- Title
- Battala Iraan buufata humna qilleensaa US haleelte | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:26
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Iraan buufata humna qilleensaa waraana US Kataar jiru haleelte.
#BBC #BBCAfaanOromoo #Oromoo #bbcnewsafaanoromoo
Subscribe tolchuuf: https://bbc.in/45t1XNZ
Iraan haleellaa kana kan raawwatte erga Ameerikaan guyyaa Sambataa buufata niwukilaraa isheerratti haleellaa raawwatte boodadha.
Haleellaa US booda Iraan US haleeluuf dhaadattee turte.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/45VGAoA
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/44jwyfM
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3ZzxIRL
#Israa'el #Iraan #Ameerikaa #bbc #bomb #kataar #qatar
- Title
- Sababoota shan Iraan walitti bu’iinsa hedduu keessaa hin dhabamneef | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 12:58
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Wayita waraanni ykn walitti bu’iinsi addunyaarratti ka’u, keessattuu Baha Giddugaleessaa keessatti waa billic jennaan jalqabarratti maqaa Iraantu ka’a. Waraana Gaazaa hanga waraana Yukireen akkasumas waraana waliinii Sooriyaa keessatti al-kallattiin hirmaatteetti.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Fageenyarraa ga’eeshee gumaachiteetti. Kanaaf ammoo waldhibdeen biyyattii fi US gidduu waggoota kurna hedduuf ture akkasumas dacheen isheen irra jirtu akkaan murteessaa ta’uun ka’umsa ta’uu danda’a, garuu Iraan maaliif waraana hedduu keessatti akka hirmaattu sababoota ka’umsa ta’an murteessoo shan akkanaan qixeessineerra.
Kutaa:
00:00 Seensa
00:42 Seenaa Iraan fi Impaayera Pershiyaa
02:35 Iraan fi US
05:50 Hidhattoota Israa’el fi Iraaniin deeggaraman
07:44 Waraana al-kallattii Iraan fi Sa’uudii Arabiyaa
11:26 Misaa’elaa fi humna niwu...
- Title
- Waa'ee xiyyaara waraanaa US B-2 kana beektuu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:27
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Xiyyaarri waraanaa US, B-2, maal milkeesse?
#BBC #BBCAfaanOromoo #Oromoo #bbcnewsafaanoromoo
Ameerikaan haleellaa Iraanirratti raawwatteen buufatawwan niwukilaraa Iraan 'barbadeessuu' Pirezidant Tiraamp himaniiru.
Iraan haleellaan raawwatuu mirkaneessiteetti. Haa ta'u malee, hamma miidhaan gahe ammatti ifaa miti.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/45VGAoA
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/44jwyfM
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3ZzxIRL
#Israa'el #Iraan #Ameerikaa #bbc #bomb
- Title
- Mala salphaa hirriba gahaa itti argatan| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:15
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Hirriba dhabuun isin rakkiseeraa?
#BBC #BBCAfaanOromoo #Oromoo #BBCNewsAfaanOromoo
YouTube BBC asiin 'subscribe' tolchaa: https://bbc.in/45t1XNZ
Hirribi fayyaa keenyaaf baay'ee barbaachisaadha. Haa ta'u malee, sababoota garagaraan hirriba gahaa dhabna.
Hirriba dhabuun immoo rakkoo fayyaafi hawaasaa nubiraan gahuu danda'a. Kanaaf falli maali? Daawwadhaa! Asumaaniis nu hordofaa.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/45VGAoA
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/44jwyfM
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3ZzxIRL
#Hirriba #Fayyaa #Nagaa #Halkan
- Title
- Tirrii: Faaruu miidhagina misirroo Arsii | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:34
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Tirriin sirba aadaa Arsii keessaa tokkodha.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
#BBC #BBCAfaanOromoo #Oromoo #BBCNewsAfaanOromoo
Erga cidhi raawwatuuf waliigalamee ji’a tokko keessatti dargaggeessiifi shamarreen walitti dhufanii sirba sirbanidha.
Sirbi kuni galgala sirbama. Garuu cidharra qofaa miti, ayyaanota garagaraarrattis ittiin dhiichisu.
Sirbi kuni laanganiffaafi baddiffa wanta jedhamuus qaba. Daawwadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/45VGAoA
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/44jwyfM
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3ZzxIRL
#Oromoo #tirrii #aadaa #sirba #Arsii #oromiyaa
- Title
- US Baha Giddugaleessaa keessaa fedhiin addaa qabdu maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 10:53
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Hariiroon dippiloomaasii, waraanaa, diinagdee akkasumas dhimma walii keessa seenuun US fi Baha Giddugaleessaa gidduutti jaarraa lakkoofsiseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo kana keessatti hiriyoonni diinomaniiru, diinonni michoomaniiru. US dantaashee bakkaan ga’achuurraa duubatti hin jenne. Garuu Baha Giddugaleessaa maaliif barbaaddi? Waan US naannawa kanatti cichitee hafteef sababoota ijoo sadi haa ilaallu.
Kutaa:
00:00 - Seensa
00:36 - Maallaqa
02:46 - Michoota
06:05 - Nageenya
10:05 - Waraana Iraan fi Israa'el
Dhiheessituun: Asli Galgalo
Kaameraan: Tolaa Dingataa
Gulaaltuun suur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu....
- Title
- "Lolli kun kan Amerikaa miti" Iraan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:38
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Tiraamp waraana kana yoo seene bara baraan yaadatama jetti Iraan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook ...
- Title
- Erga waldhabdeen Iraan jalqabee maaltuu ta'e? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:16
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Israa’el Iraan irratti haleellaa erga jalqabdee guyyaa ja'a ta’eera. Kana hordofee Tehraan Israa'eliif deebii kennuuf haleellaa misaa'elii walirraa hin cinne itti dhukaaste.
Erga waldhabdeen kun jalqabee waan ta'e ijoon kunooti:
Subscribe gochuuf 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akka...
- Title
- Boombiin US wiirtuu nikulaara Iraan balleessuu danda'u maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:37
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Meeshaan waraanaa balaafamaan US qofti qabdu kun, lafa jala meetira 61 gadi seenuudhaan erga dhooheen booda miidhaa akka qaqabsiisu himama.
Ofii meeshaan cimaan kun maaliidha?
Subscribe gochuuf: https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BB...
- Title
- Boombiin US kan nukilara Iraan barbadeessu maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:34
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Meeshaan US tokko waraana Israa'el fi Iraan gidduutti adeesifamaa jiru kallattiin jijjiiruu danda'a.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Meeshaan humna qabeessi GBU-57A/B Massive Ordnance Penetrator jedhamu kun ofiisaa boombii nukilaraa miti. Garuu handhuura meeshaalee waraanaa nukilaraa lafa jalatti ijaaraman diiguuf humna qaba. Kan qabu US qofa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imal...
- Title
- BBC Afaan Oromoo gara Youtube dhufe! | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:57
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
#BBC #BBCAfaanOromoo #Oromoo #BBCNewsAfaanOromoo
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://ww...
- Title
- Israa’el fi Iraan humna waraanaan wal gituu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:23
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Israa’el Iraan irratti haleellaa erga jalqabdee guyyaa ja'a ta’eera. Kana hordofee Tehraan Israa'eliif deebii kennuuf haleellaa misaa'elii walirraa hin cinne itti dhukaaste.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/3TiReOV
Garuu humna waraanatiin Iraan moo Israa'elitu caala? Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Af...
- Title
- BBC Afaan Oromoo YouTube eegale | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:58
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
#BBC #BBCAfaanOromoo #Oromoo #BBCNewsAfaanOromoo
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/45VGAoA
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/44jw...