BBC News Afaan Oromoo
Wallagga Bahaa, Angar Guuteetti eenyutu ajjeechaa raawwate? | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Wallagga Bahaa, Angar Guuteetti eenyutu ajjeechaa raawwate? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:35
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Wallagga Bahaa Angar Guuteetti tibbana namoonni ‘hedduu’ Faannoon ajjeefamuu jiraattonni himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Keessumaa kanneen du’an humnoota nageenya mootummaa akka ta’an dubbatu.
Tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru humna hidhattoota Faannoo kan madaalu mitis jedhan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, de...
- Title
- Marii Biyyaalessaarratti wanti waa'ee Finfinnee hirmaattota 'waldura dhaabsise' maali?
- Runtime
- 13:11
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Marii Biyyaalessaa magaalaa Finfinneetti adeemaa jiruurratti dhimmi magaalaa Finfinnee falmii jabaa kaasuu BBC'n odeeffate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ajandaawwan saddeet mariif dhihaatan keessaa kan yeroo dheeraa fudhateefi namootas wal dura dhaabsiseera jedhameera.
Mariin galma cufaa keessa itti fufuus kanneen hirmaataa jiran waan adeemaa jiru BBC'tti himaniiru. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaa...
- Title
- Dhimma Finfinnee- Itoophiyaan maaf magaalaa guddoo ishee irratti atakaroo keessa seente?
- Runtime
- 20:18
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Akkam jirtu!
Sagantaa har’aan:-
-Finfinnee- Itoophiyaan maaf magaalaa guddoo ishee irratti atakaroo keessa seente?
- Finfinneetti qajeelfamni uffata keessummeessitootni qullaa isaanii mul’isu dhorku hojiirra oole
-Haleellaa Faannoo booda haalli naannawa Angar Guutee amma maalirra jira?
-Loltootni Ameerikaa dooniiwwan biyyattiin gara Iraanitti ergite nuffun galaanatti of darbuuf yaalaa jiraachuu fi kaanis qabna.
Itti dhiyaadha!!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Dhibee mana rifeensaatti nu qabachuu malan wal baraa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:34
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Rifeensa sirreeffachuun dhiiraafis ta'e dubartootaaf qulqullinasaanii eeggachuufis ta'e fayyaafi bareedinaaf barbaachisaadha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haata'u malee, yoo of eeggannoo hin taasifne ni bareednaatti dhibee lubbuu keenya galaafatuuf saaxilamuu dandeenya.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC ...
- Title
- Mootummaan naannoo Oromiyaa haleellaa Faannoo Wallaggatti raawwate irratti maaliif callise?
- Runtime
- 14:04
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Tibbana Wallagga Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa magaalaa Angar Guuteetti hidhattoonni Faannoo haleellaa raawwachuun namoota nagaa hedduu ajjeesuu jiraattonni himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru humna Faannoo kan madaalu miti jedhan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan...
- Title
- Jaalalleekeef jaalala akkamii qabda? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:07
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Namoonni ijoollummaan miidhamni qalbii irra gaheera taanaan bara ga'eessummaa jaalalaan namatti dhihaachuu ni rakkatu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Gargaarsa ogeeyyii fayyaan garuu hariiroo jaalalaa bareedaa tolfachuu danda'u.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp a...
- Title
- Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Finfinnee maaf akkas falmisiisaa ta’e? murteen darbehoo maali?
- Runtime
- 20:12
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Akkam jirtu!
Sagantaa har’aan
- Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Finfinnee maaf akkas falmisiisaa ta’e?
- Waa'ee xiyyaara waraanaa Itoophiyaatti tibbana kufte jedhamee waanti beekamu maali?
-Hidhattoonni Huutii loltoota Yaman waliin wal haleeluu jalqabuu
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Tiraamp maaliif konkolaataa keessa dhokatan? BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:28
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Pirezidaant Doonaald Tiraamp sodaa haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokatee xayyaara jijjiirrachuu amanan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taateen kun kan mudate ji'a darbe yeroo yaa'ii NATO Turkiitti gaggeeffameeratti ture.
Tiraamp gaazexeessitootaf ibsa kenneen tiki Ameerikaa yaaddoon haleellaa Iraan jiraachuu waan maluuf xayyaara jijjiirrachuu akka qabu itti himamuu ibse.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan ...
- Title
- Waa'ee xiyyaara Itoophiyaatti tibbana kufte jedhamee maal beekna? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:54
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Tibbana miiidiyaalee hawwaasaa irratti xiyyaara waraanaa Itoophiyaati kan jedhame kufee caccabuun dubbii ijoo taheera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kaan suuraa fi viidiyoo qooduun hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromootu kuffiise jechuun qoodan.
Mootummaan Itoophiyaas tahe Humni Qilleensaa biyyattii dhimma kana ilaalchisee ibsa kenne hin qabu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessanii...
- Title
- Yeroo jaalalli si qabu sammuu kee keessatti waan uumamu beektaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:21
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Yeroo jalqabaaf jaalalli yeroo si qabe miira akkamiitu sitti dhaga'ame? Nama jaalalli irraa si qabe yeroo agartu akkam taata?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Instagram 👉...
- Title
- Haleellaa hidhattoonni Faannoo Angara Guutee
- Runtime
- 20:20
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Ashamaa
Sagantaa har'aatin ;-
Haleellaa hidhattoonni Faannoo Angara Guuteetti qaqqabsiisan jedhameerratti kan odeeffanne
Rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraan walqabatee namoonni shororkeessummaan himataman sanadi dhiifamaa akka mallatteessan dhiyaate maal of keessaa qaba?
Odeeffannoo ispoortiis qabna
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Roobbiin turiistoota 'bakka seenan dhabsiise' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:20
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- ‘Ijoolleekoo waliin baay’ee rifanne. Takkaa waan akkanaa hin agarre’
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kan kana jedhe turistii viidiyoo kana waraabedha. Wanti isa rifaasisemmoo kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan ...
- Title
- Tiraamp sodaa Iraaniin konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokachuun xiyyaara jijjiirrachuu amane
- Runtime
- 9:31
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Pirezidaant Doonaald Tiraamp sodaa haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokatee xayyaara jijjiirrachuu amanan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taateen kun kan mudate ji'a darbe yeroo yaa'ii NATO Turkiitti gaggeeffameeratti ture.
Tiraamp gaazexeessitootaf ibsa kenneen tiki Ameerikaa yaaddoon haleellaa Iraan jiraachuu waan maluuf xayyaara jijjiirrachuu akka qabu itti himamuu ibse.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan ...
- Title
- 'Dirooniin humnoota Tigraay sadii ajjeese' - Maddeen BBC | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:09
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Naannoo Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxatti haleellaan diroonii humnoota Tigraayirratti qiyyaafate gaggeeffammuu qondalonni naannichaafi humnoonni Tigraay irraa BBCn odeeffate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. As...
- Title
- Gimbiin bu'aa bayii akkamii keessa darbee chaampiyoonaa Itoophiyaa ta'e? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:18
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Injifannoo booda simannaan taphattootaa fi garee Kilaba Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Gimbiif taasifame milkaa'ina guddaaf akka isaan onnachiise gareen leenjistootaa kilabichaa himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garee leenjistootaa kilabichaa bakka bu'uun BBCf yaada kan kennan leenjisaa itti aanaan kilabichaa Geetaachoo Galaaw iccitiin milkaa'inasaanii deeggarsa uummatarraa argatan ta'uu dubbatan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachu...
- Title
- Tiraamp akkamiin haleellaa misaa'elaa Iraan jalaa miliqe?
- Runtime
- 20:02
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
Hidhattoonni Faannoo fi gareen riphee loltoota Gumuz qindaa'uun magaalaa guddoo godinichaa to'achuuf yaalu.
- Hidhaan jallisii Arjoo Dhidheessaa rakkoof isaan saaxilu qonnaan bultoota himatani fi deebii kenname.
- Kilaba kubbaa miilaa magaalaa Gimbiiirrrattis gabaasa qabna.
- Tiraamp akkamiin haleellaa misaa'elaa Iraan jalaa akka miliqe.
Odeeffannoo biroos qabna itti dhiyaadhaa!
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waa’ee haleellaa diroonii ‘humnoota Tigraayiratti’ raawwate maal beekna? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:55
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Haleellaa diroonii Naannoo Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxaatti raawwateen lubbuun namaa darbuu maddeen BBC’tti himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haleellaa kanaaf maddi humnoota Tigraay Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa himatan.
BBC’n deebii aangawoota Itoophiyaarraa argachuuf yaalus hin milkoofne.
Haleellaan kuni yeroo mootummaa federaalaafi dhaaba TPLF gidduu muddamni cimetti dhagahame.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwa...
- Title
- Kirkira lafaa hamaa Kolombiyaa mudate | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:25
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Instagram 👉 https://www.instagram.com/bbcnewsafaanoromoo/
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https...
- Title
- Waa'ee UFO viidiyoon mul'atee hin beenne gadhiifame| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:01

- 'Ertiraan walabummaa Itoophiyaa sarbite' - Amb. Suleymaan Daddafoo
- Runtime
- 20:17
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
-Haleellaa diroonii Kibba Tigraayitti raawwate jedhamerratti gabaasa qabna.
- Ertiraan walabummaa Itoophiyaa sarbite Amb. Suleymaan Daddafoo
-- Daangaa Sa’udii iddoo lammileen Itoophiyaa itti baayyinaan itti ajjeefaman iyyaafanneera..
Foon diimaa yeroo dheeraaf nyaachuun miidha qabu ogeessa gaafanne. Dhiyaadhaa!
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Wanti tibbana dhimma Finfinneerratti adeemaa jiru maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:54
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Tibbana Marii Biyyaalessaa Itoophiyaarratti dhimmi magaalaa Finfinneefi hariiroo Naannoo Oromiyaa waliin jiru ijoo dubbii ta’un gabaafamaa jira.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Mariin Biyyaalessaa magaalaa Finfinneetti ammallee itti fufee jiruurratti dhimmoonni kaanis ajandaa ta'aniiru.
Ofii ejjennoon dhaabni biyya bulchu, Paartiin Badhaadhinaa, dhimma Finfinneerratti qabu maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaa...
- Title
- Toftaalee jaha TB Jooshiwaa ittiin addunyaa burjaajesse | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:07
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- BBCn yeroo jalqabaaf Paastarii beekamaa Naayijeeriyaa TB Joshuwaa dubartoota gudeeduu dabalatee gidiraa inni duuka buutota isaarraan ga'e gaazexeessummaa qorannootiin saaxileera.
TB Joshuwaa "raajiin hojjedha'' jechuun hordoftoota isaa miliyoonaan lakkaa'aman gowwoomsaa turuutu saaxilame.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waggoota 20f akkamitti namoota miliyoonaan lakkaaʼaman gowwomsuu dandaʼe?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwach...
- Title
- Wantoota ajaa'iboo waa'ee Mu'aammar Gadaafii | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:41
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Hogganaan duraanii Liibiyaa Muhammur Gaadaafii waan hedduun yaadatamu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Yaa'ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii (UN) irrattis sa'aatii dheeraaf dubbatan, biyyoota Lixaa cimsanii qeequ.
Dubartoonni eegduu isaa tahuuf filaman durbummaa qabaachuu qabu.
Waa'ee isaanii wantoota ajaa'ibsiisoo shan walitti qabneerra. Dawwadhaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subsc...
- Title
- 'Yoo waraanni ka'e Tigraay dirree lolaa taati' - Amb. Baacaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:48
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Ertiraan kan TPLF deeggartuuf yoo waraanni ka'e dirreen waraanaa Tigraay keessa akka ta'uufidha jedhan dippilomatiin Itoophiyaa.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Keeniyaatti ambaasaaddarri Itoophiyaa turtii BBC waliin taasisaniin karoorri Ertiraa kuni ''gowwuummaadha'' jechuun busheessan.
Kaaba Itoophiyaa muddamni cimetti osoo waraanni ka'e mootummaa Ertiraa wanti jedhamu hin jiraatu jedhan aangawaan olaanaa Itoophiyaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Vi...
- Title
- Oduu jijjiirraa taphattootaa; Rodrii, Venishiyees, kaan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:17
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Utubaan Maanchistar Siitii, Roodriin, barana Maanchistar Siitii akka gadhiisu barameera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu, eessatti qajeeluu danda'a? Baarseloonaa moo Riyaal Maadirid?
Vinishiyees Juuniyeer immoo osoo gara Arsenaal dhufa jedhamuu Maadriid waliin mallatteesseera.
Oduuwwann jijjiirraa taphattootaa kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif gal...
- Title
- Ati nama akkamiiti? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:35
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Namummaakee beektaa?
Guutunsaa kunoo: https://www.youtube.com/watch?v=UqV9yCQuwfY&t=21s
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.c...
- Title
- 'Lolli kaanaan mootummaan Ertiraa hin jiru'- Ambaasaaddar Baacaa Dabalee
- Runtime
- 20:16
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Yooyyaaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Waa'ee Faannoo, WBO, Ertiraa fi muddama TPLF waliin jiruu Ambaasaaddar Baacaa Dabalee gaafanne.
- Hidhattoonni Faannoo namoota nagaa konkolaataa imalaa turan ajjeessuun himatamuu.
- Keeyyanni 39 wabii moo yaaddoo Itoophiyaati?
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Amb. Baacaa Dabalee waa’ee TPLF, Ertiraa, Masrii, WBO fi Faannoo maal jedhu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:28
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Yoo Kaaba Itoophiyaatti lolli ka’e mootummaa Ertiraa wanti jedhamu hin jiraatu jedhan Keeniyaatti ambaasaaddarri Itoophiyaa Baacaa Dabalee.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dubbiin isaanii kuni yeroo Kaaba Itoophiyaatti muddamni cimee dhagahame.
Torbanuma dura waraana mootummaafi humnoota TPLF gidduu gama daangaa Sudaaniin walitti bu’iinsi dhalateera.
Ajajaa waraanaa kan turan Ambaasaaddar Baacaa, dhimmi Kaaba Itoophiyaa dhimma naannawaa ta’eera jedhan.
Dhimma Ertiraa, muddama TPLF waliin jiru, yoo lolli ka’e dhiibbaa inni naannicharratti qabu akkasumas waa’ee Faannoofi WBO illee dubbataniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumant...
- Title
- Qindoominni Sa'udiin biyyoota ollaa waliin tibbana goote Itoophiyaaf maal akeeka?
- Runtime
- 20:06
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aa keessatti;-
- Qindoominni Sa'udiin biyyoota ollaa waliin tibbana goote Itoophiyaaf maal akka akeeku.
- Wallee Mohammaad Sheekaa eessatti akka bade iyyafanneerra.
- Dubartii Tigraayitti waggaa 3 dura 'haala suukaneessaan ajjeefamtee falmii kaasuu.
Kaanis qabna dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Manaajarri Itoophiyaa maaliif waggaa 18 itti murame? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:14
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Lammiileen Keeniyaa wal'aansa barbaacha Itoophiyaatti imalan buufata poolisii maaliif seenan?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qondaalli Itoophiyaa dhimma isaaniin himatame waggaa 18 itti murameera.
Taateen kuni magaalaa Mooyyalee, daangaarra jirtu keessatti mudate. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif...
- Title
- Namummaa kee beektaa? Aslii fi Firaa'ol waa'ee akaakuu namummaa dubbatu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:51
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Fakkeenyaaf yeroo walgahii teessu nama dursee yaada kennu moo? Erga namni hundi dubbatee fixee nama harka baasu?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Moo cirumaa hanga si gaafatanitti nama hin dubbanne? Viidiyoo kun namummaa kee akka hubattu si gargaara
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu Sur-sagalee: Aslii Galgaloo
Qopheessituu: Firaa'ol Balaay
Dhiheessitoonni: Aslii Galgaloo fi Firaa'ol Balaay
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan ...
- Title
- Taalibaan dhowwus gareen kubbaa miilaa dubartootaa Afgaanistaan taphatti deebi'an
- Runtime
- 4:24
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Gareen kubbaa miillaa dubartootaa biyyaalessaa Afgaanistaan bara 2007 kan hundaa'e ta'us, garuu ergasii qindaa'ee taphachuu hin dandeenye.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Miseensonni garee kanaa Awustiraaliyaa, UK fi Poorchugaal dabalatee biyyoota addunyaa garagaraa keessa faca'anii jiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ...
- Title
- Abukaatoo Obbo Taayyee Danda’aa fi qondaalonni paartii mormituu lama shororkeessummaan himataman
- Runtime
- 20:07
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Ashamaa,
Sagantaa har’aatiin;-
-Abukaatoo Obbo Taayyee Danda’aa fi qondaalonni siyaasaa paartii IHAAPPAA
shororkeessummaan himatamuu.
- Gorsaan Tiraamp Ertiraa waliin waan biyyoota ollaa miidhu hin mari'anne jechuu.
- Booranatti manaajarri gandaa lammilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kenne himatamuu.
- Odeeffannoo ispoortii fi oduu oolmaa addunyaa qabnaa, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Arsenaaliifi Liivarpuul jijjiirraa taphattootaan milkaa'aa jiru | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:13
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Jijjiirraa taphattootaa adeemaa jiruun Arsenaaliifi Liiverpuul milkaa’aa waan jiran fakkaatu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Arsenaal dursaa taphattoota Niis Kaasil, Biruunoo Gimaarezh, ofitti fiduuf waliigalee jira.
Mohaammad Saalah immoo Liivarpuul gadhiisee gara kilabii Turkii imalaa jira.
Waa'ee jijjiirraa taphattootaa Arsenaal, Yunaayitid, Liivarpuul fi kaan kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu f...
- Title
- Gaazatti sirni awwaalcha namoota 112 haleellaa Israa'eliin du'aniif taasifame| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:26
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Gaazatti sirni awwaalchaa namoota haleellaa Israa'eliin du'an 112 bakka tokkotti raawwate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Namoonni kunneen waggaa lama dura bara 2023 haleellaa Israa'el gamoo mana jireenyaa irratti raawwattee turteen kan ajjeefaman yoo ta'u, sirni awwaalcha isaanii har'a bakka tokkotti iddoo namoonni baay'een argamanitti gaggeeffame.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galato...
- Title
- Waraanni Tigrayitti deebi'ee ka'uun akkamitti yaaddoo akka uume quba qabduu?
- Runtime
- 20:03
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Nooraa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Waraanni Tigrayitti deebi'ee ka'uun akkamitti yaaddoo akka uume gabaasa qabna.
- Poolisiin abukaatoo Obbo Taayyee Danda'aa fi hogganoota siyaasaa biroo to'achuu.
- Heerri mootummaa Itoophiyaan amma ittin bultu akkamitti qophaa'e?
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- 'Walitti bu'iinsa Tigraayitti eegaleen nan yaadda'e' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:48
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Naannoo Tigiraay keessatti Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraayii gidduutti irra deebiin walitti bu'insi ka'uun jiraattota naannichaa sarbama mirga namoomaa biraaf saaxila jechuun Aminestii Internaashinaal yaaddoo isaa ibse.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Hagayya 1 bara 2026 Lixa Tigiraay naannoo Sharariinaa jedhamutti Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraay gidduutti wlaitti bu'insi mudachuu gabaafameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya...
- Title
- Mesiin Cidha Roonaaldoo irratti ni argamaa laata| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:38
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 htt...
- Title
- Walitti bu'insi humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota Tigiraay
- Runtime
- 20:01
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaa har’aatiin;-
Walitti bu'insi humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota Tigiraay maalirra akka gahe gabaasa qabna.
Ministirri Muummee Abiyi dhuguma ajandaa siyaasaa geeddaruuf biqiltuu dhaabuu?
Waa’ee hogganaa duraanii Liibiyaa dhimmoota ajaa’ibsiisoo muraasa isinitti himan.
Odeeffannoo ispoortiis qabna.
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Walitti bu'insi waraana Itoophiyaafi humnoota Tigiraay maalirra gahe? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:33
- Date posted
- 1 month ago
- Description
- TPLF ''mootummaan Itoophiyaa Humna Dafee Dhaqqabaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloon durfamu RSF waliin tahuun Lixa Tigiraay naannoo Shereriinaa jedhamutti Humna Nageenyaa Tigiraay irratti haleellaa raawwate'' jechuun himannaa dhiheesse.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
RSF Humna Waraanaa Sudaan Jeneraal Abdel Fattaa al-Burhaaniin durfamu waliin wal waraanaa jira.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe g...
- Title
- 'Bofa madaqsinaan haatikoo na ifatte, olaan narraa fagaate' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:35
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Namoonni baay'ee bofa baay'ee sodaatu. Dubartiin kuni waan ishiin gootu ajaa'iba.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Orma miti maatiin isheeyyuu waan ishiin gootu hin jaalatan. Harmeen ishee waatu sammuu si seenee ittiin jedhaniiru.
Kaan kuni tolchituudha jedhaniin. Kaan manashee dhaquu dhiisan.
Maqaan ishee Taayiwoo Okikiyoolaa jedhamti. Lammii Naayijeeriyaadha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keeny...
- Title
- Godaantonni 60,000 akkamiin takkaatti Ispeenitti ce'an? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:28
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Guyyaa tokko yookiin sa'aatii 24 keessatti godaantonni 60,000 ta'an Kaaba Afrikaa irraa Ispeenitti ce'an.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Aangawaan biyyattii tokko kuni ''haleellaadha'' jechuun ibsan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas arga...
- Title
- Iraan dooniiwwan boba'aa lama ulaa Hormuz keessatti haleelte
- Runtime
- 20:27
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaa har’aan ;-
-Waa’ee qormaata Ameerikaan hakiimota qortuu hakiima gaafanne.
- Godaantonni 60,000 sa'aatii 24 keessatti Ispeen seenan.
- Iraan dooniiwwan boba'aa lama ulaa Hormuz keessatti haleeluu.
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Qocolloon Sa'uudii fi Iraan gara waraana kallattiitti ce'uu danda'aa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 18:34
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Saa'udii Arabiyaan sakaalama guddaa keessa jirti.
Ameerikaa fi Israa'el Guraandhala 28 Iraan irratti waraana labsuun as Saa'udiin yeroo baayyee lolicha keessa harka galfachuu dhiisuun of eeggataa turte.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Amma garuu karaa sadiin haleelamaa jirti, dubbiin ''daangaa darbe'' waan jette fakkaata.
Torbee kana Ameerikaa waliin tahuun milishaa Iraaq keessaa kan Iraaniin deeggaramu irratti haleellaa raawwateetti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Af...
- Title
- Gaaffii ulaa galaana Itoophiyaa fi Galaanni Diimaan hidhata akkamii qabu?
- Runtime
- 20:20
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Nooraa!
Sagantaa Raadiyoo har’aatiin;-
-Gaaffii ulaa galaana Itoophiyaa fi Galaanni Diimaan hidhata akkamii qabu?
- Dargaggoo dallaalaan ‘Sawudiitti si ergina’ jechuun birrii kuma 500 irraa nyaachuun of ajjeese.
- Gorsaan Tiraamp mariin Kaayirootti taasisan farra Itoophiyaati?
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- BBC Afaan Oromoo Instagram gubbaa hordofaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:31
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- BBC Afaan Oromoo Intagram gubbaa qabiyyee dhiheessuu eegale.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kuni karoora bakka hordoftoonni keenyaa jiranitti qabiyyee keenya dhiheessuudha. Nu hordofaa.
Nu hordofuuf: https://www.instagram.com/bbcnewsafaanoromoo/
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo ...
- Title
- Badhaasni Ballon d'Or bara 2026 maaliif falmisiisaa ta'uuf deema? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 10:32
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Badhaasni guddichi taphattoota kubbaa miilaaf kennamu Ballon d'Or kan bara 2026 taphataa addatti caalee mul'ate sababa hin qabneef falmisiisaa ta'uuf deema jedhu ogeeyyiin.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taphattootni badhaasa kanaaf kaadhimamaniifi hiree mo'achuu qaban eenyufaa akka ta'an isinii dhiyeessina.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, d...
- Title
- Lakkoofsi lammilee Itoophiyaa Sa’udiitti du’aan adabamanii 17 gahe
- Runtime
- 20:20
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aatiin;
- Barataa qaxalee Kaalid Bashiir
yunvarsiitii Harvaaditti seenuufi.
- Ameerikaan kuusaan misaayila jalaa haphannaan Iraan haleelu dhaabdee turtee? Tiraamp maal jedha?
- Lammiileen Keeniyaa fi Itoophiyaa dallaalotaan gowwoomfamanirratti gabaasa qabna.
- Jijjiraa taphattootaas isinitti himnaa dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Dubartoonni Itoophiyaa waa'ee abbaa warraa maal jedhu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:30
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Dubartoonni Itoophiyaa walakkaa ol abbaan warraa 'sababa malee' haadha warraa hin reebu jechuu isaanii qorannoon mul'ise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qorannoon Tajaajila Istaastiksii Itoophiyaa taasise irratti namoonni 30,000 ta'an hirmaataniiru.
Dhimma kana irratti wanti dhiironni jedhanis barameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin t...
- Title
- Iraan misaayiloota 400 Chaayinaarraa argachuun waraana biraaf of qopheessaa jirtii?
- Runtime
- 10:11
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ameerikaan sababa waraana Iraan misaayeloota of harkaa fixxe, kanaaf Iraan haleeluu dhaabde gabaasi jedhu baheera. Qondaalonni US gabaasa kana haalaniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Iraan gamasheen meeshaa waraanaa jalaa haphate bakka buufachuuf Chaayinaarraa misaayeloota 400 argachuuf jirti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa k...