BBC News Afaan Oromoo
Lakkoofsi lammilee Itoophiyaa Sa’udiitti du’aan adabamanii 17 gahe
- Title
- Lakkoofsi lammilee Itoophiyaa Sa’udiitti du’aan adabamanii 17 gahe
- Runtime
- 20:05
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa Raadiyoo keenya har’aa keessatti:
Lakkoofsi lammilee Itoophiyaa Sa’udiitti du’aan adabamanii 17 gahuu.
- Qorannoo waa’ee abbaa warraafi haadha warraa Itoophiyaatti taasifame maal jedhe?
-Waa’ee dhibee tiruu balaafamaa baruu qabdani,
Jijjiirraa taphattootaafi kaanis ni argattu.
Odeeffannoo Ispoortiin qabnaa, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Lakkoofsi lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'aan adabaman 17 gahe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:20
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Sa'udi Arabiyaan dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan bakka Asir jedhamutti du'aan adabuu beeksiste.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akka ibsa bahetti taanaan, lammiileen kuni qoricha sammuu hadoochu yookiin hashiishii karaa daangaa yeroo seensisan qabaman.
Murtiin du'aa tibbanaa lammiilee yeroo dhihootti duuni itti murtaa'e 17'n gaheera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galat...
- Title
- Dubartoonni Itoophiyaa %55 haadha warraa reebuuf sababii 'gahaan' jira jedhanii amanu
- Runtime
- 5:09
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Itoophiyaatti dubartoonni dhibbeentaa 50 ol abbaan warraa haadha warraa reebuuf sababa gahaa qabaachuu danda'a jedhanii akka amanan qorannoon Tajaajila Istaastiksii Itoophiyaa mul'ise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haadha warraa ofii reebuuf sababni gahaan jira jedhanii dhiiroti yaadan lakkoofsi isaanii kan dubartootaan gadi tahullee isa kanaan dura turerraa garuu harka 11 dabaleera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keeny...
- Title
- Itoophiyaan maraammartoo waraanaa keessaa maaf bahuu dadhabde?
- Runtime
- 20:08
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ashamaa
Sagantaa har’aatiin;-
-Itoophiyaan maraammartoo waraanaa keessaa maaf bahuu dadhabde? -Ogeessa gaafanneerra.
- Waa'ee lammii Itoophiyaa Masriitti 'poolisootan' ajjeefamee jedhamee iyyaafanneerra.
- Ameerikaa fi Iraan waraana walirratti gaggeessaa jiran dhaaburratti gabaasa qabna.
Odeeffannoo Ispoortiin qabnaa, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Bufanni Ertiraa, Asab Itoophiyaan ijarra buufatte maaliif 'one'? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:15
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Buufanni Ertiraa Itoophiyaan ijarra buufatte, Asab, 'oneera' jedhu xiinxalaan BBC'n dubbise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sochiifi gaaffii Itoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf taasistu Ertiraa gammachiisaa hin jiru.
Waraana narratti labsuufi jechuun himattis. Garuu, sababoonni ijoo buufanni kuni 'oneef' maalidha?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan...
- Title
- Hagiyaa Soofiyaa: Bataskaanni waggaa 1,500 akkamiin Masjiidatti jijjiirame?
- Runtime
- 11:42
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ijaarsi waggaa miliniyeemii tokkoof walakkaa kun miidhagina magaalaa Istaanbul jedhamuun beekama. Bakka amantiiwwan gurguddoo addunyaa lamaan: Kiristaanummaafi Islaamaa walitti fiduudhas jedhama.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
ddoowwan seena qabeeyyii Turkiin qabduufi UNESCO irratti galmaa'an keessaa Haagiyaa Soofiyaan tokkoodha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni ka...
- Title
- 'Ghetto Kids' - Ilmaan harka qalleeyyii addunyaa waliin gahaa jiran | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:52
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Daa'imman kuni ''Ghetto Kids'' jedhamu. Ilmaan harka qalleeyyiidha. Dhihoo, Waancaa Addunyaarratti isaan agartaniittu ta'a.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kunneen daandii balaafamaa Ugaandaatii ka'anii addunyaa waliin gahaa jiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp ...
- Title
- Atakaaroon Itoophiyaa fi Masirii gara waraanaatti geeddaramuu danda'aa?
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har'aa keessatti:
Atakaaroon Itoophiyaa fi Masirii gara waraanaatti geeddaramuu danda'aa?
Yoo Huutiin Galaana Diimaa cufe karaan biraa jiraa? Waraana Iraan irratti odeeffannoo haaraa jiru
Dubartii faranjii Afaan Oromoo dubbattu keessummaa keenya
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Faranjii afaanoota Itophiyaa dubbachuun ummata ajaa'ibsiisaa jirtu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:45
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Hanne jedhamti. Barsiistuu umrii waggaa 37'ti. Itoophiyaa Booranatti dhalatte.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waggaa 7 erga Itoophiyaa jiraatten booda Afaan Amaraa sirritti dubbatti. Afaan Oromoo ammoo barataa jirti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikT...
- Title
- Sa’uudiin waliigaltee nukilaraa US waliin mallatteessuu isheef Israa’eliif beekamtii kennuu qabdi
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sa’uudiin waliigaltee nukilaraa US waliin mallatteessuu isheef Israa’eliif beekamtii kennuu qabdi- Tiraamp
Booranatti namicha dubartii fuuchuuf jedhee isheema waliin daa’immanshee ajjeesetti duuti murtaa’e
Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?
Qophii ispoortii fi odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Sababoota afur buufatni galaanaa Asab gabaa dhabeef | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:24
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Itoophiyaan hanga bara 1993 ulaa Galaana Diimaatti ishee baasu kan mataashee qabdi ture. Buufanni doonii Asab handaara Galaanaa Diimaarra jiru itti baha galaanaa Itoophiyaa ture.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Buufatni kun erga waggoota 30tti siiqan darbaniif garuu gabaa dhabeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaad...
- Title
- Oduuwwan jijjiirraa taphattoota Pirimeer Liigii Ingilizii | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:26
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Pirimeer Liigiin Ingilizii baatii Hagayyaa keessa eegaluu dura kilaboonni of cimsaa, taphattoota haaraa mallatteessisaa jiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Oduuwwan jijjiirraa taphattootaa waa'ee Saalibaa, Biruunoo Fernaandez, Odigaard, Kaazemiroo, Liivarpuul... kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC...
- Title
- KFO fi ABO-WBO Marii Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru irratti maal jedhan?
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
-KFO fi ABO-WBO Marii Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru irratti maal jedhan?
-Artist Andu'aalam Gosaa 'waa'ee jireenyasaa' maal weellise?
-Lolli Iraan Ameerikaa Doolaara Biiliyoona 37.5 baasise
-Qophii ispoortiin jijjiirraa taphattootaarratti xiyyeeffanneerra
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Artist Andu'aalam wallee haaraa gadhiisuufi | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:11
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Weellisaa Andu'aalam Gosaa wallee haaraa gadhiisuuf akka jedhu BBC'n odeeffate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kuni erga waggaa dura du'a jaalallee isaa Qananii Addunyaan shakkamee dhimmi isaa seeraan ilaalamuu jalqabee hojii jalqabaa ummatatti itti bahudha.
Walleen waa'ee jaalalleesaa waan dubbatu qabaa? Dhimmi seeraa maalirra gahe?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatooma...
- Title
- Qabiyyeen wallee haaraa Andu’aalam Gosaa maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:55
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Artist Andu’aalam Gosaa wallee haaraa ‘Waa’ee Jireenyakoo’ jedhu gadhiisuufi.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Artistiin beekamaa kuni waggaa dura du’a jaalallee isaan shakkamee hidhaa bu’ee ture.
Qabiyyeen wallee kanaa maali? Dhimmi seeraa maalirra gahe?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa...
- Title
- Qaamoleen mootummaa marii biyyaalessaarratti ajandaawwan murteessoo dhuunfataniiruu?
- Runtime
- 19:46
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
-Qaamoleen mootummaa marii biyyaalessaarratti ajandaawwan murteessoo dhuunfataniiruu?
-TPLF mootummaa federaalarraa of ittisuuf humnoota garaa garaa wajjin tokkummaa tolfadhe jedhe
-Itoophiyaan namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jette to'achuu ibsite
-Huutiin Galaana Diimaatti yoo ulaa cufate addunyaan akkam taati?
-Qophii ispoortiin jijjiirraa taphattootaa irratti xiyyeeffanna
odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- 'Lubbuu du'a oolte!' inni jedhan kana | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:53
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- ''Lubbuu du'a oolte,'' inni jedhan kana ta'u hin oolu. Taateen kuni Ameerikaa, bulchiinsa Teksaasitti mudate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Jalaan ibidda, irra keessa aaratu mul'ata. Keessa namatu jira.
Osoo poolisiin dhaqqabuufi baate konkolaachisaan kuni tarii lubbuun hin oolu ta’a.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deegg...
- Title
- Huutiin Yaman Sa'ud Arabiyaa waliin lola seenuuf jedhuu? |BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:19
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Hidhattooti Huutii Iraanin deeggaraman, Sa'uudii Arabiyaa irratti "uggura geejjiba galaanaarraa" labsuu isaanii beeksisan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dubbii himaan isaanii akka jedhanitti, tarkaanfiin kun yeroo labsamerraaa eegalee hatattamaan hojiirra oola.
Ministeerri Dhimma Alaa Sa'uudii labsii kana balaaleeffateera.
Biyyi isaanii dooniiwwan isaanii tiksuufi seera idil-addunyaa irratti hundaa'uun tarkaanfii barbaachisaa hunda akka fudhattu akeekkachiise.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teeki...
- Title
- Huutiin Iraan tumsuun Sa’uudiitti Ulaa Galaana Diimaa cufe
- Runtime
- 19:49
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aa keessatti:
-Huutiin Iraan tumsuun Sa’uudiitti Ulaa Galaana Diimaa cufe
-Aanga’oonni Masirii, Ertiraa fi Somaaliyaa qondaala US waliin maal mari’atan?
-Taphataan lammii Kanaadaa Ali Ahimad maaliif Itoophiyaa deeme?
Qophii ispoortii fi odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waancaa Addunyaa bara kanaa maaltu adda godha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 13:09
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ispeen Arjantiinaa injifachuun Waancaa Addunyaa dhiirotaa yeroo lammataaf ol kaasteetti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waancaa Addunyaa baranaa irratti wantoonni adda ta'an danuudha. Maali isaan?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. ...
- Title
- Liyoonel Mesii - Taphataa ni quucara jedhamee 'mootii' kubbaa miilaa ta'e | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:58
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Waancaa Addunyaa 2026 irratti Mesiin biyyi isaa Arjantiinaa waancaa kana walitti aansitee akka fudhattuuf cimsee morkata.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Arjantiinaan sadarkaa kanarra akka geessu gumaachi isaa olaanaa kan ta'e taphataan kuni ijoollummaan seenaa addaa qaba ture.
Hakiimonni hanqina hormoonii hojjaan isaa akka hin guddanne godhu (quucara isa taasisu) akka qabu maatii isaatti himanii turan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keen...
- Title
- 🏆 Ispeenimoo Arjantiinaatu Waancaa Addunyaa ol kaasa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:07
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Guyyaa har'aa Ispeeniifi Arjantiinaan Waancaa Addunyaa ol kaasuuf morkii jabaa taasisu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ispeen Arjantiinaa caalaa biyya qoramtee waancaaf geesse jedhu xinxaltoonni.
Garuu, lamaanuu ciccimoodha. Laamin Yamaalis yeroo duraaf har'a Mesii morkata.
Waancaa biyyoonni 48 irratti wal morkaa bahan kana eenyutu har'a fudhatee gala jettu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii k...
- Title
- Kubbaan miilaa maaliif namoota 11'n taphatama? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:12
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Dirree kubbaa miilaa keessatti namoonni 11 garee tokkorra, garee biraa keessattis namoonni 11 hiriiranii taphatu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Maaliif 11 ta'e? Yaadi kuni garuu eessaa dhufe? Seenaa adda ta'etu jira. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsAp...
- Title
- Biyyi Waancaa Addunyaa mootu meeqa badhaafamti? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:15
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Biyyi Waancaa Addunyaa barana US, Meksikoofi Kanaadaan waloon qopheessan mo'atte dolaara miiliyoona 51 argatti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Eenyu meeqa akka argatu wanti dhageenye kunooti. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas ...
- Title
- Jeettiiwwan US ummata bohaaraa jiru ''ayyaana irraa kaasan'' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:34
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Jeettiiwwan waraanaa Yunaayitid Isteet ummata bohaaraa jiru ''ayyaana irraa kaasan.''
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akka gabaafametti taanaan namni miidhame hin jiru.
Haa ta'u malee, sadarkaa taa'erra gad siqanii balali'aniiru jedhamanii qoratamaa akka jiran aangawoonni US dubbataniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeg...
- Title
- Bulchiinsi Itoophiyaa Sirna Paarlaamaa irraa gara Sirna Pirezidaantummaatti jijjiiramuuf jiraa?
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aa keessatti:
-Bulchiinsi Itoophiyaa Sirna Paarlaamaa irraa gara Sirna Pirezidaantummaatti jijjiiramuuf jiraa?
-Iraan hidhattoonni Huutii akka Galaana Diimaa ugguran ajaja dabarsuu akka dandeessu akeekkachiiste
-Daawwannaa hoogganaan Waraanaa Sudaan Ertiraatti taasisan
-Guyyaa jalqaba Meesii fi Yamaal osoo hin eegamiin wal arganii fi raajii Waancaa Addunyaa
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Yamaal akkamiin Meesiin ‘cuuphame’?
- Runtime
- 1:47
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Seenaan Meesii fi Yamaal nama ajaa’ibsiisa!
Daawwadhaa
- Title
- Wiirtuun Lenegewaa jireenya dubartootaa akkamiin foyyeessaa jira? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 14:58
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- "Daa'imman waggaa 11 osoo hin hafne daandiirra dhaabbatanii oggaa dhiirti akka horiitti dubartii filattu arge," jetti kantiibaan Finfinnee Adaanech Abeebee.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kana irraa ka'uun wirtuun Lenegewaa jedhamu ijaarame. BBC Afaan Oromoo wiirtuu kana daawwateera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulf...
- Title
- Hiriirri mormii Jeneraal Tsaadiqaan fa'i TPLF irratti ba’uuf jedhan maali?
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aa keessatti:
-Jen. Tsaadqaan fa'i dhimma Tigraay irratti Finfinneetti hiriira bahuufi
-Pirezidantiin duraanii Iraan akkamiin tika Israa’el waliin michooman?
-US Tehraan dabalatee bakkeewwan Iraan heddurratti haleellaa gaggeessuu beeksiste
-Xiinxala tapha Arjantiinaa fi Ingilaand akkasumas tapha waancaa Ispeen fi Arjantiinaa irrattis gabaasa qabna.
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Abiy Ahimad heerri biyyaa akka fooyya'uu malu akeekan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:05
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad heerri Itoophiyaa akka fooyya'uu malu akeekanii dubbatan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Heera fooyya'ee bahu ''abbaan fedhe ciree kan gatu miti'' jedhaniiru.
Sabootni Oromoofi Amaaraa waan gochuu qabu jedhanis dubbataniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaana...
- Title
- Mossad akkamiin pirezidaantii duraanii Iraan Israa'el wajjin akka hojjatu amansiise?
- Runtime
- 15:39
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Mossad akkamiin pirezidaantii duraanii Iraan Israa'el baduu qabdi jedhu akka Israa'el waliin hojjatu amansiise
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc...
- Title
- Meesii: Mootii kubbaa miilaa ammayyaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:00
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Baarseloonaa waliin qofa waancaawwan 35 mo’ateera. Quucuraa taha, hojjaan isaa dheerachuu hin danda’u kan jedhameefi maatii harka qalleeyyii hojjettoota warshaarraa kan dhalate Liyoonel Andires Mesiin eenyu?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bara jireenyasaa irra hedduu biyya itti dabarse Ispeenitti akkamiin waggaa 13n godaane?
Seenaansaa kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Im...
- Title
- Marii Biyyaalessaa irratti MM Abiy Ahmad waa'ee heera mootummaa maal jedhan?
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aa keessatti:
-Heerri mootummaa ammaan booda qabaannu kan abbaan fedhe diigu hin ta’u- MM Abiy
-Dhalattoonni naannochaa biyyoota alaa jiraatan Hospitaala Kuyyuuf deeggarsa akkamii kennan?
-Morkii Arjantiinaa fi Ingilaand waggaa 40 booda, morkii siyaasa makate- Qophii Ispoortii
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- 'Harka Waaqaa' - Galchii Maaraadoonaa seenaa dalagde | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:57
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Tapha Walakkaa Xumuraa Waancaa Addunyaan taphni Ingilaand fi Arjantiinaa ni eegama.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waggaa 40 har'aa harki Maaraadoonaa akkamiin Ingilaandiin raajii akka godhe beektuu?
Viidiyoon kuni deebii qaba.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, C...
- Title
- Waancaa Addunyaa keessaa kan gale Halaand harka bareede | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:18
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Jifataan Noorweey Erliing Halaand erga biyyi isaa Waancaa Addunyaa keessaa galtee booda yeroo biyyatti galu harka bareedee mul'ate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qaruuraa wiskii, gogaa bineensa raakuun jedhamturraa faaya qophaa’e biteera.
Faayi kuni birrii Itoophiyaa 115,000 caalaa baasaa jedhame.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasi...
- Title
- Liyoonel Mesii: Imala mucaa ni quucara jedhamee 'mootii' kubbaa ta'ee | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 8:39
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Baarseloonaa waliin qofa waancaawwan 35 mo’ateera.
Quucuraa taha, hojjaan isaa dheerachuu hin danda’u kan jedhameefi maatii harka qalleeyyii hojjettoota warshaarraa kan dhalate Liyoonel Andires Mesiin eenyu?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bara jireenyasaa irra hedduu biyya itti dabarse Ispeenitti akkamiin waggaa 13n godaane?
Seenaansaa kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe goch...
- Title
- Haleellaa US fi Iraan walirratti bananitti Israa'el dabalamuu dandeessii?
- Runtime
- 19:40
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aa keessatti:
-US fi Iraan wal haleeluutti deebi’an, Ulaa Hormuuz walharkatti qabaa jiru, Israa'el dabalamuu dandeessii?
-Giddugalli dubartoota rakkoo keessaa baasuuf hundaa'e- Lenegewa jedhamu maalirratti argama?
-Afrikaan Kibbaa baqattoota kuma 53 baasuu hordofee haala lammiileen Itoophiyaa keessa jiran
-Faransaay fi Ispeen- falmii jabaa Waancaa Addunyaa
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Battala buufanni xiyyaaraa Huutiin to’atu haleelame | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:31
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Mootummaan Yaman xiyyaarri akka hin qubanne buufata xiyyaaraa Sana’aa hidhattoota Huutiin to'atamu haleeluu dubbate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoon gadhiifame dho'insi guddaa yeroo mudatu mul'isa.
Warri Huutii immoo Sa’udii himachuun misaa’ela itti dhukaasan. Sa’udiin mootummaa Yaman deeggarti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli ku...
- Title
- Hogganaa RSF Hamdaan Dagaalootti maaliif duuti itti murame? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 10:23
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Dhaddachi Sudaan keessa jiru hogganaa Humna Addaa Sudaan (RSF), Hamdaan Dagaaloo yakka waraanaa, yakka farra namummaafi dugaaggaa sanyii Lixa Daarfuuritti hirmaachuun murtii du'aa irratti dabarseera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dhaddachi magaalaa waraana mootummaan to'atamtee jirtu Poort Sudaan jiru hogganaa RSF Hamdaan Dagaaloo- Hemeetii jedhamuun beekamu iddoo inni hin jirretti miseensota gameeyyii RSF 15 biroo waliin murtii du'aa irratti dabarse.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Orom...
- Title
- Faransaayi Ispeeniin injifattee marsaa sadaffaaf xumura waancaa addunyaa ni geessii?
- Runtime
- 1:58
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 http...
- Title
- Ajandaalee ijoo fi falmisiisoo paartiin badhaadhinaa marii biyyaalessaaf dhiheessuuf jiru maal fa'i?
- Runtime
- 19:47
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aa keessatti:
-US fi Iraan wal haleeluutti deebi’an, Ulaa Hormuuz walharkatti qabaa jiru
-Ajandaalee ijoo fi falmisiisoo paartiin badhaadhinaa marii biyyaalessaaf dhiheessuuf jiru
-Mootummaan tarkaanfiiwwan adda addaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin badan?
-Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Battala bombiin namuu lafarra akka cicciisu dirqe daawwadhaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:40
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Kuni battala bombiin Raashiyaa dhiheenya mana bunaa lafa dhahedha. Namuu lafa ciccciise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taateen kui magaalaa Yukireen Suumiitti mudate. Akka kantiibaa magaalattiitti, shamarree ganna 13 dabalatee namoonni shan ajjeefamaniiru.
Yoo xiqqaate immoo 30 madaa’aniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha,...
- Title
- Taphattoonni kubbaa miilaa maaliif “qabduu harmaa” uffatan?
- Runtime
- 0:43
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Waancaa bara kanaa teeknooloojiin waan hedduu murteessaa jirti.
“Qabduun harmaa” taphattoonni Waancaa Addunyaarratti uffatan faayidaa ajaa’ibaa qaba.
Daawwadhaa!
- Title
- Hosteelii uummata horsiisee bulaaf ijaarame maaliif abbaa dhabee caccabaa jira?
- Runtime
- 9:14
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Gaggeessaan Booranaa duraanii Shaalaqaa Jaatanii Alii ijoollen horsiisee bulaa fageenna lafaatiif barachuu dadhaban barsiisuuf bakka hedduutti hosteelii ijaare.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haata'u malee hedduunsaanii amma caccabanii keessa jiraachuun rakkoo taate.
Maaliif eegumsa dhabde? Eenyutu itti gaafatama?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan w...
- Title
- Halaand - Yaaddoo taphattoota Ingilaand | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:42
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Waancaan Addunyaa ammallee itti fufeera. Morkiin Noorweey fi Ingilaand haalaan eegamaa jira.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Halaand biyya isaa bakka bu'ee biyya keessatti dhalate, jechuunis Ingilaand morkata.
Akkuma Biraazil mo'an warri Noorweey Ingilaand injifachuu danda'uu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessani...
- Title
- Nageenyi Oromiyaatti akka bu'u gaafachaan kan turan Dr Kafanaa Ifaa turtii paarlaamaa maal himu?
- Runtime
- 20:05
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaan har’aatiin;-
- Nageenyi Oromiyaatti akka bu'u gaafachaan kan turan Dr Kafanaa Ifaa turtiisaanii paarlaamaa waggaa shanan darbee gaafanne.
- Barattuun A+ 47 galmeessuun Yuunvarsiitiirraa eebbiifamte iccitii milkaa’inashii haasofti.
- Maqaa baay'inaan Ingaanditti daa'immaniif baafamaa jiru isinitti himna.
- Odeeffannoo morkii Waancaa Addunyaas qabna, dhiyaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Ajab! Nama ilkaan leencaa keessaa bahe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:30
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Kuni ajaa'iba. Nama kanaan baga ilkaan leencaa keessaa si baase jedhaan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taateen kuni biyya Hindii, bulchiinsa Gujaaraat keessatti mudate.
Leenci tikee horii daqiiqaa 30'f ilkaaniin ciniinee erga tursee booda lubbuun ooleera.
Viidiyoon kuni afaan nama qabachiisa. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu f...
- Title
- Miseensi Parlaamaa Oromiyaarraa filaman parlaamaatti maal taajjaban? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 18:58
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Dr Kafanaa Ifaa waggoota shanan darban Paartii Badhaadhinaa bakka bu’un Miseensa Parlaamaa ta’un gaaffiiwwan keessumaa dhimma nageenyaarratti irra deddeebiin gaafataa turan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Hayyuun qonnaa kuni yeroon turtii isaanii yeroo xumuramaa jirutti ummataaf maal gumaachan, wanti isaan ajaa’ibe, qormaata ta’e yoo jiraate BBC’n gaafateera.
Dr Kafanaan waan dalaganiin akkuma gammachuu qaban silaa kana caalaa dalaguu dandeenya ture jechuun waan komatanis qabu.
Irra deebi’anis Miseensa Parlaamaa ta’uf hin dorgomne. Sababa isaa BBC’n iyyafateera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffi...
- Title
- Dargaggoonni daboodhaan ogeessa fayyaa daboon reeban adabamuu.
- Runtime
- 20:36
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
- Dargaggoonni daboodhaan ogeessa fayyaa sooramaan gaggeefffaman otoo seeratti hin dhiyeessin daboon reeban adabamuu.
Taatee sana booda maanguddoo kanaaf birriin miliyoonaan lakkaa’amu walitti qabameef dubbisneerra.
- Magaalaa Finfinneetti daballiin kiraa manaa 11.5% akka hin caalle murtaa'uu kireeffattoonni fi kireessitoonni akkatti simatan gaaafanne.
-Morkii Waancaa addunyaa Morokoo fi Faransaayi walitti fiderratti gabaasa qabnaa. Dhiyaaadhaa!
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Tiraamp Iraaniin ''kuukkuu'' yoo jedhu Iraan ''gootummaan'' deebifna jette | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:42
- Date posted
- 2 months ago
- Description
- Tiraamp hoggantoota Iraaniin ''kuukkuu, saaphaphuu'' jedhee arrabse.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Iraanimmoo arrabsoon miti ''gootummaan'' deebii kennina jette.
Yeroo sirni owwaalchaa Ali Kaamenii raawwatamaa jirutti walitti bu'iinsi cime yaaddoo uumeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC ...