BBC News Afaan Oromoo
Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 28, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 28, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:01
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Caaseffamni Naannoo Somaalee haaraan maaliif mormii kaase? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 13:12
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Mootummaan Naannoo Somaalee caaseffama bulchiinsaa bifa haaraan eegaluu fi aanaalee 14 bulchiinsa haaraa jalatti akka hammataman ibsuu hordofee mormiin mudateera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Magaalaan Mooyyalee caaseffama kanaan Naannoo Somaalee jala galuu himu kanneen hiriira bahan. Haata'u malee, Mootummaan Naannoo Oromiyaa waan jedhe hin qabu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessanii...
- Title
- Rakkoon bishaan horsiisee bultootaa yoom furama? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 8:06
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Kaaba Keeniyaa keessatti horsiisee bultoota rakkoo bishaanii hamaatu isaan mudata.
Bakka gariitti bishaan fayyaa namaaf hin mijanne fayyadamaa jiru.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kaameraa: Asli Galgalo
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
Qopheessituun: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa...
- Title
- 'Si'achi [barattee] digirii fiddamoo, si'achi biyya bulchitaa?' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:59
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Mana Barumsaa Galaan Waddeessaa jedhamutti lafa deemsa sa'aatii sadii ta'u miilaan bosona keessa imaluudhaan barataa turan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Haala sana keessatti deddeebi'ee barachuuf haalli waan hin mijanneef, "kutaa afur fixee shanaffaatti darbeen addaan kute" jechuun haala barnoota itti addaan kutan yaadatu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli k...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 25, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:46
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- "Abbayyaa nuti ijaare jechuun Tiraamp hin madaalu ture" | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:02
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp Hidha guddicha Abbayyaa nuti ijaaree jechuunsaa dargaggoota Itoophiyaa mufachiiseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kaameraa: Warqinaa Dirribsaa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaa...
- Title
- Warri Filippiinsi maaliif lolaa keessatti gaa'ila raawwatu?
- Runtime
- 0:56
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#philippines #weddi...
- Title
- 'Rasaasni saggoon na seentee kokkeen na baate' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:40
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Daldalaan Tanzaaniyaa kuni Edgaar jedhama. Gibira mootummaa mormaa ture.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, humnoota mootummaan haleellaan irra gahuu dubbata.
Ogeeyyiin UN Bara 2019 kaasee gaazexeessitoota, rogeeyyiifi namoota siyaasaa dabalatee namoonni 20 humnaan dhabamsiisaniiru jedhu.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#protest #tanzania #law
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 24, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 18:34
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- 'UAE'n Itoophiyaa, Bahaa Afrikaa jeeqaa jirti' - Pirezidantii Ertiraa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:20
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan 'dubbii barbaaduurra rakkoo keessoo ishee furuurratti haa xiyyeeffattu' jechuun Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Afarwarqii dubbatan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Gaaffiifi deebii guyyaa Roobii miidiyaa biyyaalessaa Ertiraarratti darbeerratti kan isaan akkana jedhan.
Gaaffii fi deebiin isaanii kuni kan torban darbeerraa aaneefi dhimma biyya keessaarratti xiyyeeffata jedhameera.
Qopheessaa: Zalaalam Taaddasaa
Kaameraa: Asli Galgalo
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa ka...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 23, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dubbii Hidha Haaromsaa Tiraamp Itoophiyaatti falmii kaase | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:45
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan ijaarsa Hidha Abbayyaa mootummaafi ummataan malee liqaas ta'e deeggarsi argadhe hin jiru jette.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp, ''Itoophiyaan irra caalaa Hidha Haaromsaa Guddicha maallaqa Ameerikaan ijaarte,'' jechuun dubbatanii turan.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #ethiopian #egypt #itoophiyaa #gerd #abiyahmed #trump #trending #nile #abay #trumpnews
- Title
- Somaalilaand maaliif Somaaliyaarraa 'adda baate'? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:18
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Gaanfa Afrikaa keessatti bulchiinsi Somaaliyaa, Puntilaand fi Somaalilaand ollaadha, afaan tokkoos dubbatu.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, gidduu isaanii dhibdeen jira. Kuni akkamiin ta'e? Obbolaan sadan dur haala kamiin jiraatu?
Dhiheessaa: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaa sur-sagalee: Tolaa Dingataa
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3H2p343
#somalia #somaliland #puntland #politics #hornofafrica #somalilanders
- Title
- "Akkuma ijoollee keessan keenyas nyaachisaa" - Haadholii Gaazaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:42
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dhaabbileen gargaarsaa 100 ol ta'an 'beelli jumlaa' guutuu Gaazaatti babal'achaa jiraachuu ibsan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kaleessas sa'aatii 48 darban keessatti daa'imman 12 dabalatee namoonni 33 hanqina nyaataatiin lubbuun isaanii darbuu ibsan.
Walumaagalatti daa'imman 80 dabalatee namoonni hanqina nyaataatiin du'an 101 gaheera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessa...
- Title
- Pirezidantiin Ertiraa MM Abiyyiif maal dhaaman? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:17
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii michuu isaanii duraanii, Ministira Muummee Abiy Ahimad, jabeessanii qeeqan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dubbiin isaanii kuni Itoophiyaafi Ertiraa gidduu yeroo muddamni hammaatetti dhagahame.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/4lHRW4G
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/4m8M2cL
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3GYezTf
#ethiopia #ethiopian #eritrea #itoophiyaa #tigray #abiyahmed
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 22, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Maandellaafi Shaambal Guutaa maaltu walitti fide? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:28
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- ALI bara 1954'tti Mandeellaan maqaa sobaan paaspoortiin Itoophiyaa qophaa'eefi leenjii waraanaa fudhachuuf gara Itoophiyaa dhufani.
Kanneen isaaniif eegumsa gochuuf dirqamni itti kenname keessaa tokko immoo Shaambal Guutaa Dinqaadha.
Ajjeechaa Nelsan Mandeellaa akkamiin fashalaa'e?
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/4ofQUyC
#ethiopia #bbcafaanoromoo #ethiopian #madiba #itoophiyaa #seenaa
- Title
- Hidhi Abbayyaa dhuguma maallaqa Ameerikaan ijaaramee? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:24
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Mootummaan Itoophiyaa himannaa Pirezidantiin US irra deddeebiin Hidha Abbayyaa Ameerikaatu maallaqaan tumse jedhan ''doggoraa'' jedhe.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp, ''Itoophiyaan irra caalaa Hidha Haaromsaa Guddicha maallaqa Ameerikaan ijaarte,'' jechuun yeroo sadaffaaf irra deebiin dubbataniiru.
Hidhi Abbayyaa waggoota 14 booda xumuramuun Fulbaana dhufu eebbifamuuf jedhu Masriifi Sudaan biratti yeroo dheeraaf mufii uumeera.
Qopheessaa: Ammayyuu Ittaanaa
Kaameraa: Asli Galgalo
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #ethiopian #egypt #itoophiyaa #gerd #abiyahmed #trump #trending #nile #abay #trumpnews
- Title
- Tiraamp Itoophiyaan irra caalaa maallaqa US'n Hidha Guddicha ijaarte jedhan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:03
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 21, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Pirezidantiin Ertiraa, Isaayyaaas Afawarqii, waa'ee Itoophiyaa maal jedhan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:53
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan gocha maal na dhibdeedha jechuun qeeqan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Gaaffiifi deebii miidiyaa biyyaalessaa Ertiraa waliin taasisaniin Itoophiyaa loluu akka hin barbaanne himan.
Waa'ee muddama Itoophiyaa waliin qaban alatti gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaafi bulchiinsa Ministira Muummee Abiy Ahimad qeeqaniiru.
Qopheessaa: Ammayyuu Ittaanaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaa sur-sagalee: Tolaa Dingataa
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/4lHRW4G
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/4m8M2cL
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/3GYezTf
#ethiopia #ethiopian #eritrea #itoophiyaa #tigray #abiyahmed
- Title
- Sagantaan nikularaa Iraan deeggarsa Ameerikaatiin akka eegale beektuu?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 18:56
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaa gabbisa nikularaa Iraan harka Ameerikaatin eegale waggoottan digdama darban keessa Baha Giddugalaa keessatti atakakaroo guddaa dhaluu isaatin alattis Iraan warra Lixaa waliin dugdaa fi garaa taasiseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo garii inumaa giddu-seentummaan US haalota daran hammeessa.
Taateen tibbana Iraanitti mudate US ammallee imaammata giddu-seentummaa dhimma biyyoota alaatti cichitee jiraachuu mul’isa.
Kan Dhiheesse: Hiikaa Fiixasaa, Darajjee Gonfaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan v...
- Title
- Dhibeen ujummoo dhiigaa Tiraamp ni yaaddessaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:48
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhibee ujummoo dhiigaa yeroo dheeraa (chronic venous insufficiency) jedhamu akka qaban masaraan isaanii beeksiseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhibeen kuni hangam isaan yaaddessa?
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#bbcafaanoromoo #trump #trumpnews #bbc
- Title
- Waldhaansa kana tola kennuun isaaniif maal jechuudha? Biyyaafoo?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:50
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dhalattootni Itoophiyaa Abbaa warraa fi haadha warraa ta'an Dr Obsineet Maridiifi Dr Tasfaayee Taliilaa lamaanuu hakimoota onnee baqaqsanii wlaladhaananiidha. Ameerikaa jiraatu.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Hanqina ogeeyyii waldhaansa onneefi meeshaalee waldhaansa onnee Itoophiyaa jiru hubachuun waggaa 2 dura duula waldhaansa bilisaa Itoophiyaatti deddeebi'anii kennuu eegalan.
Gulaalaan suur-sagalee: Galaanaa Balaay
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viid...
- Title
- Mukni gogaa qe'ee Koonsoo keessa dhaabatu maal hima? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:00
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Qe'ee hawaasa Koonsoo keessatti mukni gogaa dhaabate kunuunsi hedduu taasifamaaf.
#aadaa #itoophiyaa #Koonsoo
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Akka seenaan jedhutti, ummanni Koonsoo kuni seenduubeen isaanii Boorana Liiban irraa ka'a.
Mukti gogaan warri Koonsoo qe'ee gaggeessitoota gosaa, addabaabaayii fi qe'ee dhuunfaa keessa dhaaban kuni Olaahiittaa jedhamuun beekama.
Maali seenaan isaa? Obbo Garramoo Waaqoo maanguddoo Koonsooti.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/3IBnFpw
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/3TPe1C4
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/46PHtiS
#bbcafaanoromoo #Koonsoo #oromo #aadaa #borena
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 18, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Shaambal Guutaa Dinqaa akkamiin Mandeellaa du'a oolchan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:09
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dhaabbanni biyyoota gamtoomanii Adoolessi 18 Guyyaa Niilsen Maandeellaa akka ta'uuf bara 2009 murteesse.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Guyyaa kana dhiibbaa gaarii inni akka addunyaatti fidetu yaadatama.
kan dhiyeesse: Hiikaa Fiixasaa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggar...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 17, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Battala Israa'el Sooriyaa haleeltu gaazexeessaa taajjabe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:17
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Waraanni Israa'el torban kana waajjira muummee waraana Sooriyaa Damaasqoo keessa jiru haleeleera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Eegasii nagaan bu'uus aangawoonni Sooriyaa tarkaanfii Israa'eliin gammachuu akka hin qabne dubbataniiru.
Gaazexeessaan Al Jaziiraa kunimmoo osoo tamsaasa kallattiirra jiruu haleellaa kana taajjabe. Daawwadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#bbcafaanoromoo #israel #syria #druze
- Title
- Itoophiyaan Hidha Abbayyaa xumuruun Masriif maal jechuudha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:08
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa laga Abbayyaarratti ijaarame waggoota 14 booda ijaartee xumuruu beeksisteetti.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Piroojektiin guddichi lammiileen Itoophiyaa kiisii fi sabbata isaanii keessaa gumaatanii ijaaran kuni biyyaaf akka kallachaatti ilaalama.
Kan Dhiheesse: Zalaalem Dureessaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan kee...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 16, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:56
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Liivarpuul Aleeksaandar Isaak fudhachuuf jedhaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:19
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Gabaan jijjiirraa taphattootaa cimeera. Kilaboonni wal dorgomaa jiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Niiwkaasil Aleeksaandar Isaak Liivarpuliif dabarsee kennuuf jedhaa?
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#sports #arsenal #manutd #ispoortii #jijjiirraa taphattootaa #bbcafaanoromoo #bbc
- Title
- Jijjiirraa taphattootaan eenyutu eenyuun mallatteessifate? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:51
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Jijjiirraan taphattootaa ganna kanaa itti fufeera. Kilaboonni qaawwa bara darbee guuttachuuf tattaafachaa jiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu hanga ammaatti eenyutu eenyuun mallatteessifate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan m...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 15, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:55
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Laamiin Yamaal akka qoratamu gaafatame | BBC News Afaan Oromoo #news #bbcafaanoromoo
- Runtime
- 1:46
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphataan lammii Ispeen Laamiin Yamaal akka qoratamu gaaffiin dhihaate.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Oduuwwan jijjiirraa taphattootaa biroos walitti qabneerra. Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#bbcafaanoromoo #ispoortii #bbcnewsafaanoromoo #kubbaamiilaa
- Title
- Ameerikaan maaliif waraana hunda keessaa hin dhabamtu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:29
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Ameeriikaan dhimma biyyoota kaanii keessa seenuun nagaa buusuuf yeroo yaaltu mul'ata.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo garii inumaa giddu-seentummaan US haalota daran hammeessa jedhu xinxaltoonni. Sababni kanaa maali? Marii kana daawwadhaa!
Kan Dhiheesse: Zalaalem Dureessaa fi Darajjee Gonfaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaa...
- Title
- Tiraamp Puutinitti ni aaran moo abdii irraa kutatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:52
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 14, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 15:51
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Sababa giddu seentummaa Ameerikaan waantota mudatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 10:11
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Seenaan akka mul'isutti wayita US maqaa ''rakkoo furuu'' jedhuun dhimma biyyoota kaanii keessa seentu wanti hundi akka karooraatti deemaa hin turre,
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
yeroo garii inumaa giddu-seentummaan US haalota daran hammeessa. Taateen tibbana Iraanitti mudate US ammallee imaammata giddu-seentummaa dhimma biyyoota alaatti cichitee jiraachuu mul’isa.
Kan Dhiheesse: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi ...
- Title
- Qe'ee keessatti guddanne irraa godaanuufi miidhaasaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:22
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Qe'een keenya bakka nagaafi tasgabbiin itti nutti dhagahamudha, bakka yeroo hunda ganama hir'ibaa kaanee agarruu fi alaa gallee itti boqannuudha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Biyya itti dhalannee itti guddanne irra sababa garaagaraatiin yoo godaannuutti miidhaa akkamii nu mudachuu danda'a, akkamiin dandamanna, viidiyoo kana keessatti ni argattu.
Kan dhiheesse: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti gabaasaalee viidiyoo madaalawaa argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda Afaan Oromootiin asiin ni argattu. Viidiyoowwa...
- Title
- Waraanni Israa'eliif Filisxeem gidduutti akkamiin eegale? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 8:36
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Lolli Israa’elii fi Filisxeem lubbuu namoota kuma kudhaniin lakkaa’aman galaafatee, namoota miliyoona hedduu qe’ee isaanii irraa buqqise.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Lolli garmalee balaa hamaa qabu kun, yeroo dheeraa fudhachuun, addunyaarratti gita kan hin qabnedha.
Ka’umsii lola kana garuu maanii?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan wal...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 11, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:04
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Sammuu koo keessa kan jiru Arsenaal qofa- Viktar Giyookeresh | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:28
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Jijjiirraan taphattootaa ganna kanaa itti fufeera. Kilaboonni qaawwa bara darbee guuttachuuf tattaafachaa jiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu hanga ammaatti eenyutu eenyuun mallatteessifate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. As...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 10, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:04
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- 'Ingiliffa bareeddaa kana eessaa barattee?' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:44
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Itoophiyaafi Ertiraan wal waraanuuf jedhuu? Maaltu walitti buuse? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:52
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaafi Ertiraan walgaarreeffannaa waggoota 20 ture booda Adoolessa 2018 hariiroo tolfatanii turan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroon gammachuufi jaalala ho’aa ture garuu adeemsa keessa laafaa, gara wal dura dhaabbannaatti jijjirame.
Kan Dhiheesse: Ammayyuu Ittaanaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscri...
- Title
- Ispoortii buunyaa dirree laaqii keessatti taphatamu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:19
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 9, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Balaa lolaa US mudateen namoonni hedduu du'an | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:41
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Balaa lolaa US, Teeksaasitti mudateen namoonni hedduu du'anii kaan achi buuteensaanii dhabame.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Balaan lolaa kun kaleessa, Adoolessa 4, Guyyaan Bilisummaa US yeroo kabajamutti mudate.
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. B...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixata Adoolessa 8, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:58