BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaan Ertiraa waliin hariiroo cimsachuun gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan dhiyeessitu danqaa?
- Title
- Ameerikaan Ertiraa waliin hariiroo cimsachuun gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan dhiyeessitu danqaa?
- Runtime
- 20:28
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
-Ameerikaan Ertiraa waliin hariiroo cimsachuuf karoorsuun gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan dhiyeessitu danqaa?
- Waa’ee Abbaan Jifaar waan namoonni hedduun hin beekne tokko isinitti himna.
- Jilli Iraan marii Ameerikaa waliin taa'uf Paakistaan dhaquu fi odeeffannoo ispoortiis qabna
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- US humna galaanaa fayyadamuun Iraanitti karra cufuun hagam milkaa'a? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 21:34
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Waraana Addunyaa 1ffaa (1914-1919) irratti humni galanaa Biriteen dooniwwan buufatawwan doonii Jarman seenaniifi bahan irratti to'annaa cimaa gaggeessuun itti milkooftee turte.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Buufataalee doonii Jarman qaamaan dhaqxee to'achuurra, sochii dooniwwan Galaana Kaabaa to'achuun Jarman meeshaa waraanaa akka qofaa osoo hin taane meeshaaleen daldalaa akka hin baanefi hin seenne gochuun Jarman daldala addunyaarraa akka adda citu goote.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan...
- Title
- Sagantaa raadiyoo har'aatti dhiyaadhaa
- Runtime
- 20:12
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
Qophii har'aatiin;-
- Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone'dhorkaman' – Gabaasa HRW
- Waa’ee Kora Qorannoo Yuunivarsiitii Jimmaatti taa’amuurratti gabaasa qabna.
Waa'ee waraana Iraanirrattis gabaasa qabna
Odeffannoo ispoortiis qabna
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- 'Duuni Ameerikaaf'- Lammiilee Iraan hiriira bahan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:49
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Viidiyoon miidiyaa hawaasummaa gubbaa qoodame namoonni misaa’ela baalistikii bira baay’inaan mul’atuu mul'isa.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Alaabaa biyyattis mirmirsaa turan. Akka Rooyitars miidiyaa Iraan waabeffatetti taanaan misaa’elli kuni ‘Khorramshahr’ jedhama.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaad...
- Title
- Himanni Obbo Taayyee Danda’aarratti banaman sadii adda cite kami?
- Runtime
- 20:26
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;
- Himanni Obbo Taayyee Danda’aarratti banaman sadii adda cituu.
- Lola qaamolee nageenyaa mootummaa fi hidhattoota Faannoo gidduu hordofee lubbuu namootaa darbe.
- Dubartii cirrachi hadhooftuu 500 ol garaa keessaa baafame.
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan fi US, akkasuma odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Arsenaaliif Siitiin qabxiif garaagarummaa goolii walqixaan yoo xumuran waancaa eenyutu fudhata?
- Runtime
- 3:04
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Mirkiin waancas PL Arsenaaliifi Manchister Siitii akka malee jabaateera.
Siitiin tapha harkaa qabu mo'e jechuun qabxiin walqixa ta'ee liigicha dursuu eegaluusaati.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taphoota hafan shan boodas gareen lamaan qabxiifi gooliin qixa yoo ta'an waancaan akkam ta'a?
Amma dura taateen akkasii liigicha keessatti mudateeraa?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif ...
- Title
- TPLF bulchiinsa yeroo Tigraay diiguu ilaalchisee jiraattoonni maal jedhu?
- Runtime
- 20:28
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
- TPLF bulchiinsa yeroo Tigraay diiguu ilaalchisee jiraattoonni maal jedhu?
- Waa'ee mana muuziqaa Tokkummaa fi Abbaa mana muuziqaa walfaana du’anii dagatamanii iyyaafanne.
Tiraamp mariin nagaa hin milkaa'u taanaan Iraaniin haleela jedhan.
- Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waliigalteen dhukaasa dhaabuu US fi Iraan maal jijjiire? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 27:26
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ameerikaafi Iraan waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessaniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Eegasii maaltu jijjiirame? Fulla'uu danda'aa?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽...
- Title
- Waan ajaa'ibaa! tun seenaa qocaa fi hilleettii fakkaata | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:28
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Waan ajaa'ibaa! Tun seenaa qocaa fi hilleettii fakkaata.
Atileetiin tokko fiigicha waan injifate itti fakkaatee gammade.
Kan biraa ammoo fiigee bira darbee sekondii gadiin injifate
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii...
- Title
- Waa'ee garee maafiyaa 120 jedhamuu iyyaafanneerra
- Runtime
- 20:31
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa? Sagantaan har'aatiin;-
- Waa'ee garee maafiyaa 120 jedhamuu miidhamtoota gaafanne.
- Gareen TPLF bulchiinsa yeroo Tigraay diiguun kaabinee yeroo waraanaan duratti deebisuu.
-Oolmaa waraanaa Iraan fi Ameerikaa akkasumas odeeffannoo ispoortii fi kaanis qabna, dhiyaadha!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Iraan US waliin mari'achuuf maaliif murteerra hin geenye | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 9:50
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- US Iraan waliin marii gaggeessuuf jila Pirezidaantii Ittaanaa kan ta'an JD Vaansiin durfamu gara Islaamaabaaditti ergiteetti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Iraan ammoo US waliin marii gochuuf ammayyuu murtee dhumaarra hin geenye jechuun ibsite.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasu...
- Title
- Daawwadhaa! Yeroo humnoonni galaanaa US doonii Iraan qabatan BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:33
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Kun yeroo humnoonni galaanaa Ameerikaa doonii alaabaa Iraan qabdu qabatan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Eegii Iraan ulaa Hormuz cuftee, Ameerikaan doonniwwan Iraan keessaa akka hin baaneef akka hin seenne cufte.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas ...
- Title
- 🥳 🎊 👏 Qophooftanii jirtuu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:14
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Alilili.... aliliiii! 💃💃🕺🕺 BBC Afaan Oromoo waan haaraa qabatee dhufuuf.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Maal ta'a laata?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www...
- Title
- Qorattoonni gosa bineensa haaraa argatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:51
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Qorattoonni Yunivarsitii Biraazil gosa reppitaayilii haaraa umrii miliyoona 230 ta'u argachuu beeksisan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Hafteen bineensa kanaa bara 2020 achuma Biraazilitti kan qotamee argame yoo ta'u gosti isaa reefu barame.
Maqaan bineensa kanaa 'Isodapedon varzealis' jedhamee mogga'eera. Dheerinni isaas 1.2- 1.5m ni ta'a jedhamee tilmaamame.
Bineensi kuni bara fagoo osoo dacheen bishaaniin adda hin ciccitiin jiraataa ture jedhame.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti...
- Title
- Taphni Arsenaaliifi Siitii abbaa Piriimerliigii mo'atu akeekaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:05
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Taphni Dilbata Siitii fi Arsenaal gidduutti Itihaaditti gaggeeffamu Waancaa Piriimerliigii murteessuu keessatti gahee guddaa qaba.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Arsenaal ni injifatama jedhe xinxaalan kubbaa miilaa BBC Kiriis Saatan. Tilmaama taphoota Piriimerliigii kaanis himeera.
Isin eenyutu irra aana jettu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan wal...
- Title
- Iraan Ulaan Hormuuz 'guutummaan guutuutti banamuu' ibsite
- Runtime
- 19:47
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
- Iraan Ulaa Hormuuz banuu
- Israa’el fi Libaanos dhukaasa dhaabanis, Hezbollaan hin hiikkadhu jedhe
- Miseensi ABO paartileen dubartoota 20% hin qabne akka beekamtii hin arganne goote Biyyaa Ashabbir eenyu?
- Hundeeffamni zoonii diinagdee Gadaa maal jijjire?
- Qophii ispoortii fi odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Israa’el maaliif magaalotaafi gandoota Libaanos diigaa jirti? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:49
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Bitootessa lamarraa kaasee Israa'el gamoowwan 1400 ol barbadeessuu 'BBC verify' ragaa suuraa fi viidiyoo xinxaluun mirkaneesse.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉...
- Title
- Mariin US fi Iraan itti fufus, Israa’el fi US Iraanitti dhaadachuu itti fufaniiru
- Runtime
- 19:58
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
- Mariin US fi Iraan itti fufus Israa’el fi US Iraanitti dhaadachuu itti fufaniiru
- Itoophiyaan ulaa galaanaa argattu malee naannichi nagaa hin argatu' - MM Abiy
- Maatiin lama akkamiin daa'ima tokkorratti wal falmaa jiru?
- Taphoota Chaampiyoonsi Liigii irratti maaltu jedhame?
- Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Itoophiyaan ulaa galaanaa argattu malee naannichi nagaa hin argatu - MM Abiy | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:08
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Itoophiyaan ulaa galaanatti ishee baasu argattu malee naannawi Gaanfa Afrikaa nagaa hin argatu jedhan Ministirri Muummee Abiy Ahimad.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Biyyoonni ollaa Itoophiyaa ulaa galaanaa 'dhoowwachuun' sirrii miti jechuunis himan.
MM Abiy Gaaffiifi deebii addatti miidiyaa biyyaalessaa EBC waliin taasisaniini kana kan dubbatan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessa...
- Title
- Maatiin lama akkamiin daa'ima tokkoorratti wal falmaa jiru? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:48
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Gaazatti maatiin lama daa'ima tokko irratti wal falmaa jiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Daa'imni gadameessa haadha waraanan miidhamtee duute keessaa baraarame kun dubbii ijoo ta'eera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BB...
- Title
- Guyyaa Goototaatti eenyufaatu yaadatamu?
- Runtime
- 19:46
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
- Mariin US fi Iraan itti fufuu
- ‘Guyyaa Goototaa Oromoo’- eenyutu yaadatama?
- Aadde Lalisee Dhugaa maalirratti argamu? Waa’ee Faawundeeshinii isaaniis gaafanneerra
- Qophii ispoortiin taphoota Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaarratti xiyyeeffanna
- Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Guyyaa Gootota Oromoo eenyufaatu yaadatama? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:47
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Guyyaan Gootota Oromoo waggaa waggaan Eebla 15 bakka garagaraatti sirnoota garagaraan yaadatamee oola.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kunis, bara 1980 hoggantoota Adda Bilisummaa Oromoo gara Somaaliyaa imalaa turan irratti ajjeechaa raawwate booda guyyaa kabajamuu eegaledha.
Guyyaan kana eenyutu yaadatama? Warra dhaaba biyya bulchu dabalataa?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif...
- Title
- US Ulaa Hormuuz cufuun hangam ishee milkeessa?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:40
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Tiraamp suuraa Yasuus isa fakkeessu erga maxxansee booda maaliif haqe?
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Odeessaalee har’aaf qindeessine:
- Ameerikaa fi Iraan 'guyyoota lama keessatti' mariitti deebi'uu malu jedhe Tiraamp
- Ugguri Ulaa Hormuuz haaraan, US, Iraan irratti eegalte ni hojjataa?
- Tiraamp suuraa Yasuus isa fakkeessu erga maxxansee booda maaliif haqe?
- Keemikaallii kaansarii harmaan hidhata qabu wiigiifi hiwuumaan heerii keessatti argame
- Qophii ispoortiin morkii Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa irratti xiyyeeffanna
Odeessaalee gaggabaaboos qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Tiraamp suuraa Yesusiin isa fakkeessu maxxansuun aarii kaase | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:58
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Tiraamp suuraa AI’n hojjetame kan Yesusiin isa fakkeessuu maxxansuun isaa nama hedduu aarse.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaa...
- Title
- US Ulaa Hormuuz Iraanitti cufuu dhuguma itti milkooftii? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 17:11
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Ameerikaan buufataalee doonii Iraan keessaa dooniiwwan fe'umsaa akka hin baanee fi hin galle danquun ''balaafamaafi kan itti gaafatamummaa hin qabne'' jedhan.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ameerikaan Wiixata kaleessaarraa jalqabuun hulaa Hormuuz kana cufte.
Kunis mariin nagaa buusuu Ameerikaa fi Iraan gidduutti Paakistaanitti gaggeeffamaa ture milkaa'uu dhabuu isaa irraa kan ka'edha.
Dubbii himaan Mininstira Dhimma Alaa Chaayinaa Guu Jiyaakuun dhorkaan ykn hulicha cufuun muddama jiru hammeessa malee hin furu jedhan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ...
- Title
- Namni siyaasaa filannoo injifatan 'gammachuun of wallaalan' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:40
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Namni siyaasaa mormituu Hangaarii erga paartiin isaanii filannoo mo'ate booda gammachuun of wallaalan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Paartiin isaanii nama Tiraamp deeggaraa ture, bulchiinsa Viktar Orbaan, mo'ate.
Akkitti isaan shubbisan biyya walgahe, namuu walii qoodaa jira. Daawwadhaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deegga...
- Title
- Phaaphaasiin Kaatolikii bulchiinsa Tiraamp ''hin sodaadhu'' jedhan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:03
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Phaaphaasiin Kaatolikii Liwoon bulchiinsa Tiraamp ''hin sodaadhu'' jechuun waraana mormuu akka itti fufan dubbatan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dubbiin isaanii kuni erga Pirezidantiin US Donaald Tiraamp ejjennoo Phaphaasichi waraana Iraan irratti ejjennoo isaanii ibsan booda dhagahame.
Tiraamp Phaaphasiin Liwoo yakka dura hin dhaabbatan jechuun qeeqani.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe goc...
- Title
- Tiraamp Ulaa Hormuuz ugguruuf dhaadate, phaaphaasii arrabse
- Runtime
- 19:47
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
- Maanguddoon reebicha daboo irraa hafan Obbo Waaqoo Kadir amma maalirra akka jiran iyyaafanneerra
- Mariin Iraan fi US waliigaltee malee xumuramuu booda Tiraamp Ulaa Hormuuz ugguruuf dhaadate,
- Tiraamp Phaaphaasii Bataskaana Kaatolikii Poop Liyoo Iraan tumsu jechuun arrabseera, phaaphaasichi ''sodaa bulchiinsa Tiraamp hin qabu'' jedhan
- Maanchistar Siitiin ga'umsa amansiisaan Chelsii injifatee morkii waancaa wayita cimsatu Arsenaalitti dhiibbaan hammaateera- xiyyeeffannaa qophii ispoortii
Odeessalee gaggabaaboos qabna,
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Ameerikaan Ulaa Hormuuz nan cufa jechuun ishee maal jechuudha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:18
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Erga mariin Iraanii fi Ameerikaa waliigaltee malee hafee as Tiraamp Ameerikaan dooniiwwan hunda Ulaa Hoormuz seenanii fi bahan ni dhorkiti jedhan.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Gidduugalli Ajajaa Ameerikaa [Centcom] humni isaa dooniiwwan hundaa buufataalee doonii Iraan seenanii fi bahan, akkasumas warra Omaan seenan ni dhorka jedhan.
Haatahu malee, dooniiwwan buufataalee doonii Iraaniin ala socho'an hin danqu jedhe.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyo...
- Title
- Mariin US fi Iraan Paakistaanitti godhan waliigaltee malee xumurame | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:36
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ministirri Dhimma Alaa Paakistaan erga mariin nagaa waligaltee malee xumuramee booda ibsa kennaniin, qaamoleen lammanuu waligaltee dhukaasa dhaabuuf waadaa galan itti fufsiisuun dirqama'' jechuun gaafatan
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ministirichi ''gamni lachuu nagaa fi tasgabbii waaraa guutuu naannichaa fi kaanillee galmaan ga'uuf amanamummaa gaariin akka itti fufan abdii qabna," jechuun toora miidiyaa hawaasaa X irratti barreessaniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni ...
- Title
- US dhuguma akkuma himattu waraana Iraaniin milkoofteettii?
- Runtime
- 19:47
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
-Aangoon pirezidantii bulchiinsa yeroo Tigraay dheeraffamuun seera qabeessaa? Mootummaan federaalaa fi TPLF maal jedhan?
- US dhuguma akkuma himattu waraana Iraaniin milkoofteettii?
-Itoophiyaan misooma magaalotaa irratti biyyoota kaaniif muuxannoo qooddeetti- Fooramii Magaalota Afrikaa irratti wantoota ka’an
-Kilaboonni Piriimer Liigii Ingilaand torbee sadi booda morkii murteessaatti deebi’aniiru, taphoota eegaman irratti odeeffannoo qixeefanneerra
Odeessalee gaggabaaboo waraana Iraan fi kaanirratti xiyyeeffatanis qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Dhukaasa dhaabuu booda US waraana kanaan milkaa'uu ibsite, hangam dhugaadha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:21
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Torbanoota jalqabaa Ameerikaafi Israa'el Iraan irratti waraana bananirraa kaasee waajirri waraanaa Peentaagoon adeemsa waraana kanaa ilaalchisuun yaadota gara garaa dhiyeessaa tureera.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Humna waraanaa guddicha addunyaa kan hogganu ministirri waraanaa Ameerikaa Piit Heegiseet haalli ibsa gaazexeessitootaaf itti kenne akkaataadhuma osoo gara aangootti hin dhufiin Fox News irratti xiinxala dhiyeessurraa adda hin turre.
Ibsa gaazexeessummaa jalqabaa kan kaayyoo Ameerikaan waraana kana keessatti milkeessuuf karoorfatte itti ibsaniii hanga waliigfaltee torban lamaaf dhukaasa dhaabuun booda ibsa kennaniitti ol aantummaa waraanaa Ameerikaa kan agarsiisanidha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n...
- Title
- Misoomni magaalaa hojii dhabdummaa akkamiin fura? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:07
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Magaalotaa Afrikaa misoomsuun jijjiirama hawaas diinagdeefi naannoo mirkaneessuu waliin wal qabata.
Magaalonni yeroo guddatan carraan hojii ni banama jetti Aaddee Caaltuu Saanii
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 htt...
- Title
- Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu sarbameera jechuun Israa’eliin akeekkachiiste
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
-Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliin sarbameera jechuun tarkaanfii akka fudhattu akeekkachiiste
-Lammiileen Itoophiyaa Libaanos jiran akkamitti jiru? Iyyaafanneerra
-Xumura sooma guddicha Amantii Ortodoksiitti sagadi torbee dhumaa- 'Torbee Dhukkubbii' jedhamu maali?
-Liiverpuul erga PSGn injifatamee dhiibbaan itti cimeera- Qophii ispoortii
Odeessalee gaggabaaboo waraana Iraan fi kaanirratti xiyyeeffatanis qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Misoomni magaalota Itoophiyaa maalirra jira? Turtii Aadde Caaltuu Saanii waliin
- Runtime
- 31:37
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Fooramii Magaalotaa Afrikaa 2ffaa Itoophiyaan fakkeenyummaa misooma koriidarii irratti dhiyeessite magaalaa guddoo Keeniyaa, Naayiroobitti gaggeeffamaa jira.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Itoophiyaa bakka bu'uun Ministira Magaalotaafi Bu'uura Misoomaa kan ta'an Aadde Caaltuu Saanii jilasaanii waliin kan hirmaatan yoo ta'u, jijjiiramni Itoophiyaan misooma magaalaa irratti galmeessite magaalota Afrikaa kaanif illee fakkeenya akka ta'u ibsan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni ar...
- Title
- Waliigaltee dhukaasa dhaabuu fi egeree waraana Iraan
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
-Waliigaltee dhukaasa dhaabuu fi egeree waraana Iraan akkasumas haleellaa Israa’el Libaanos irratti cimsite
-MM Abiy yeroo turtii aangoo Pirezidantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay L/Janaraal Taaddasaa Warradaa waggaa tokkoon dheeressuu
-Barsiistuu gabaa xixiqqaa daldaltee maatiishee jiraachisaa turte, amma maalirra akka jirtu Dambi Doolloo irraa iyyaafanneerra
-Qophii ispoortiin injifannoo Arsenaal fi Baayer Muunik akkasumas taphoota Chaampiyoonsi Liigii har’a taphataman irratti xiyyeeffanne
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Daawwiteen waa'ee 'Mee xiqqoo gad taa'ime' maal jedha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:54
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Artist Daawwitee Mokonniin wallee hawwatoo isaan ummata biratti baay'ee beekam, jaalatamaadhas.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sirboota isaa keessaa tokko immoo ''Mee xiqqoo gad taa'imee'' jedha.
Manneen shubbisaa keessa kanneen Afaan Oromoo hin beeknellee haalaan itti shubbisu. Icciitiin kanaa maali? Daawwiteeen deebii qaba.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Ima...
- Title
- Dhukaasni erga dhaabatee gammachuu Iraanitti mul'ate | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:27
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Waliigalteen dhukaasa dhaabuu torban lamaaf turu US fi Iraan gidduu erga ibsame booda lammiileen Iraan gammachuun daandiitti bahan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waliigalteen kuni jaarsummaa Paakistaaniin kan milkaa'edha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsAp...
- Title
- USfi Iraan waliigaltee dhukaasa dhaabuu torban lamaa dhiyaate fudhatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:38
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ameerikaafi Iraan yaada waliigaltee dhukaasa dhaabuu torban lamaa dhiyaate fudhatan.
‘Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Biyyoonni lamaan torban lamaaf dhukaasa dhaabuuf kan waliigalan tattaaffii Paakistaan taasisteeni.
Yeroo torban lamaa kana keessatti Iraan dhukaasa dhaabuuf waliigaluu qofa osoo hin taane, Ulaa Hormuuz banuuf tole jetteetti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif gal...
- Title
- Qondaalli Tigraay MM Abiy Ahmadiif waan dhiheessan, akeekkachiisa Tiraamp
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa keenya har’aan:
-Tiraamp halkan tokkotti Iraan balleessuuf dhaadachuu fi odeeffannoo waraana Iraan
-Pirezidantiin Yeroo Tigraay MM Abiy Ahmadiif maal dhiheessan?
-Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa erga hundaa'ee maal buuse?
-Qophii ispoortiin taphoota Chaampiyyonsi Liigii irratti gabaasa qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- 'Tokkoon tokkoon mancaafna' - Yeroon Tiraamp Iraaniif kennan xumuramaa jira | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:58
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Yeroon Tiraamp Iraaniif kennan xumuramuutti jira. Yeroon kuni ALI barii sa'aatii 9:00'tti obba'a.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Isa dura Iraan waliigaltee yoo hin raawwanne, waggaa 100 duubatti deebisna jedhanii dhaadatan.
Waraanni US waan gochuuf deemu tokkoon tokkoon tarreessaniiru, daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudh...
- Title
- 'Qabaa!' - Guchii magaalaa seenee eenyu haa qabu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:26
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Guchiin biyya Taayilaanditti mana dallaa cimaa qabu keessaa miliqe daandii guddaarra mul'ate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Boodarra qabanii abbaatti deebisan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsa...
- Title
- Lola adeemaa jiruun baasiin waraanaa Ameerikaa hangam qaaliidha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 18:24
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- US Iraan keessatti iddoowwan haleellaaf xiyyeeffataman 5,000 rukutuu ibsiteetti, teeknooloojiiwwan waraanaa gosa adda addaa 20 hojiirra oolchuunis gabaafameera.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
US waraana kana irratti xiyyaarota waraanaa -52 Stratofortress, B-2 Spirit, Rockwell B 1 Lancer, Ittisa haleellaa qilleensaa Patriot fi THAAD fa'a fayyadamteetti.
Dooniiwwan xiyyaara baatan, iistama rokkeettii hedduu irraa dhukaasun danda'amu M-142 jedhamuufi kaan hedduus tarreessuun danda'ama.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi te...
- Title
- Obbo Dinquu Dayyaasaa waa’ee Soodaree akkasumas haala keessa jiran irratti dubbatan
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akkam ooltan?
Sagantaa Raadiyoo keenya har’aan:
- Abbaan qabeenyaa Obbo Dinquu Dayyaasaa waa’ee Rizoortii Soodaree fi qabeenya isaanii kaanii, akkasumas haala amma irra jiran irratti keessummaa keenya
- Itti gaafatamaan tika Humnoota Eegdota Warraaqsa Islaamaa haleellaa US-Israa'eliin ajjeefame
- Itti gaafatamaan tika Humnoota Eegdota Warraaqsa Islaamaa haleellaa US-Israa'eliin ajjeefamuu fi waraana Iraan irratti odeeffannoo haaraa
- Itoophiyaatti sababa hanqina boba'aan tajaajilli geejjiba uummataa hir'ataa jira, gabaasa qabna
- Arsenaal maaltu mudannaan kilabi sadarkaa gadii morkii waancaa keessaa baste? Odeeffanoo ispoortii kaanis qabna
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #e...
- Title
- Obbo Shimallis Abdiisaafi Marroon wal arguuf jedhuu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:31
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Pirezidantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Kumsaa Dirribaa [Marroo] wal arguuf jedhuu?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bulchaan naannichaa "Marroo waliin mariyachuuf qophiidha" jedhaniiru. Gama WBO'ti maaltu jedhame? Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deegga...
- Title
- Diraamaa oppireeshinii US paayileetotashee baraaruf goote | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 31:15
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ameerikaan hojjetaa xiyyaara waraanaa F-15 Jimaata darbe Kibba Iraanitti rukutamee barbaaddee argateetti.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Pirezidant Doonaald Tiraamp gaafa Dilbataa miidiyaa hawwaasaa irratti ''Oppireeshinii gootummaa addaa'' gaggeeffameen hojjetaan kun lubbuun argamuu himan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ...
- Title
- Qondaalli WBO waa'ee marii nagaa Oromiyaa maal jedhu?
- Runtime
- 20:29
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin ;-
- Pirezidant Shimallis Abdiisaa Oromiyaatti nagaa waaraa buusuuf Ajajaa
WBO waliin mari'achuuf qophaa’u dubbatan.
Qondaala WBO irraa deebii arganneerra.
- Wixinee labsii seeraa Finfinnee ilaallatu, kan paartiin ABIN morme maal ofkeessaa qaba?
- Iraan paayiletii Ameerikaa jeettii biyyattii keessatti kuferraa hafe nama qabee maallaqa Iraan biliyoonaan lakkaa'amun badhaasa jette.
Kaanis qabna dhiyaadhaa!
kaanis qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Obbo Shimallis Marroo waliin mari'achuuf qophiidha jedhan, WBO'n maal jedha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:31
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Pirezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Oromiyaa keessa nagaa waaraa buusuuf Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin mari'achuuf qophii ta'uu dhihoo dubbataniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Yaa'ii magaalaa Bishooftuutti taa'ameerratti argamanii haasaa taasisaniin dhimmi nageenya buusuu dhimma bulchiinsi isaanii dursa kennuuf akka ta'e kan himan.
Dhimma kana hidhattooti WBO maal jedhu? Obbo Shimallis fi Marroon wal arguuf jedhuu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isa...
- Title
- Astiroonaatonni akkamitti gara mana fincaanii deemu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:24
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Sayanstostoonni Naasaa yeroon Artemis II gara Ji'aatti erganitti mana fincaanii mijataa hojjechuuf gara doolaara miiliyoona 23 ol baasuu himu.
Hawaarratti mana fincaanii fayyadamuun hammam ulfaataadha?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Ch...