BBC News Afaan Oromoo
Bara bulchiinsa MM Abiy Ahimad Itoophiyaan maal argatte ?
- Title
- Bara bulchiinsa MM Abiy Ahimad Itoophiyaan maal argatte ?
- Runtime
- 21:04
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Bara bulchiinsa MM Abiy Ahimad Itoophiyaan maal argatte, maal dhaabde?
- Rakkoon fayyaa sammuu lammilee Itoophiyaa walakkaa miliyoonaa ol miidhe Otizimiirratti ogeettii dubbisne.
- Hanqina dhiyeessii boba'aa gatiin omishaalee miidheerratti jiraattota dubbisneerra.
- Kaanis qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- MM Abiy waggoota saddeettan darban Itoophiyaa garam geessan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 28:14
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ministirri Muummee Abiy Ahimad erga mormii ummataan gara aangootti dhufanii waggaa saddeet guuteera.
Bara bulchiinsa isaanii Itoophiyaan waan baay'ee agarte, gaariis badaas.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waggaa saddeettaffaa gara aangootti dhufuu isaanii hordofee magaalota garagaraatti hiriirri bahamuu miidiyaaleen biyya keessaa gabaasaniiru.
Loltuun duraanii, MM Abiy, aangoo siyaasaa guddicha biyyattii koruun kallattii siyaasa Itoophiyaa gama hedduun jijjiireera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teek...
- Title
- Daawwadhaa: Yeroo Arxemiis lammaffaa furguggifamu qilleensarraa| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:17
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- NASA’n wagga 50 booda xiyyaara hawwaa Arxemiis lammaffaa jedhamtu yeroo gara ji'aatti ergiteetti.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/3TiReOV
Imaltoonni Koostaa Riikaarraa Atlaantaatti balali’aa turan yeroo seenaa qabeessa kana qilleensarratti daawwachaa turan.
Xiyyaarichi ji'arra kan qubatu osoo hin taane, ji'arra naanna'ee lafatti deebi'a.
Kaayyoon isaa inni guddaan nama gara ji'aa fi gara Mars'itti ergudha
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Vii...
- Title
- Yeroo misaa'elli Beerut keessatti gamoo rukute | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:20
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Israa'el torbee kana Libaanos irratti haleellaa cimsitee jirti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https...
- Title
- Waraanni Itoophiyaa Somaaliyaatti gahee akkamii qaba?
- Runtime
- 20:33
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaan raadiyoo Roobii galgalaatiin-;
Ulaa galaanaa Baab El Mendeb Itoophiyaatti dhihoo jiru Iraan akka hin cufne yaaddoo uume.
- Wal waraansa magaalaa Kibba Lixa Somaaliyaa Baayidowaa tureef sababni maali?
Waraanni Itoophiyaa Somaaliyaatti gahee akkamii qaba?
Qondaala Somaaliyaa giddu kana biyyaa baqatan dubbisne.
-Gatiin konkolaattota elektirikii Itoophiyaatti dabaluun waraana Iraan waliin hidhata qabaa?
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waa'ee misaa'ela Iraan jeettii waraanaa US'tti dhukaaste maal beekna? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:06
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Haleellaa misaa'elaa Iraan jeettii waraanaa Yunaayitid Isteetitti raawwatteen ''lafaan dhahuu'' torban dura beeksisteetti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taatee kana miidiyaan Iraan viidiyoo isaa gadhiiseera. Dhuguma jeettiin kuni rukutameeraa? Waraanni Ameerikaa maal jedhe?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BB...
- Title
- Iraan ulaa Galaana Diimaa cufuuf dhaadachuun Itoophiyaaf maal jechuudha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:13
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ulaa Galaana Diimaatti dhihoo jiru Iraan akka hin cufne sodaatameera.
‘Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sodaan kunimmoo lafaa hin dhufne. Ulaan Hormuuz cufamuu hordofee barbaachisummaan Galaana Diimaa dabaleera.
Kuni Itoophiyaaf maal jechuudha? Viidiyoo kana keessatti ilaalla.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessanii...
- Title
- Ameerikaan humna lafootiin Iraan weeraruu dandeessii?
- Runtime
- 20:28
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa galgala kanaatiin;-
- Hanqina boba'aa Itoophiyaa yaaddessee fi tarkaanfii mootummaan fudhate.
- Ameerikaan humna lafootiin Iraan weeraruu dandeessii?
- Waraanni Somaaliyaa magaalaa Baayidowaa to'achuu hordofee Pirezidantiin bulchiinsa naannichaa aangoo gadhiise.
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Ameerikaan humna lafootiin Iraan weeraruu dandeessii? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:57
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Tibbana Ameerikaan humna lafoon Iraan weeraruuf dhaadachaa jirti.
Kun ta'uu danda'aa?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromo...
- Title
- Huutiin Yaman ulaa daldalaa Galaana Diimaa yoo cufe Itoophiyaaf balaa akkamii qaba?
- Runtime
- 20:31
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
-Huutiin Yaman ulaa daldalaa Galaana Diimaa yoo cufe Itoophiyaaf balaa akkamii qaba?
- Itoophiyaan baankota alaaf eeyyamaa laachuuf adeemsarra jirti, baankota biyya keessaa maaltu akka eeggatu ogeessa dinagdee iyyaafanne.
- Tiraamp bu’uuralee misoomaa annisaa Iraan barbadeessuuf itti dhaadate.
Odeeffannoo ispoortiif kaanis qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Odolli Iraan Ameerikaan qabachuuf yaadaa jirtu maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:39
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Tiraamp bara 1988 waa'ee odola Kaarg fudhachuu dubbataa ture.
Gaaffiifi deebii Faayinaanshiyaal Taayims waliin taasiseen, “odola kana salphaatti fudhachuu akka danda’u” dubbateera Tiraamp.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akkas jedhees garuu waliigalteen “qajeelummaan dafee” hojiirra ooluu danda’a jedhe.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan wali...
- Title
- Sababa waraana Iraaniin hanqinni boba'aa Itoophiyaatti mudate | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:48
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Sababa waraana Giddugala Bahaatti adeemaa jiruun hanqini boba'aa akka isaan mudate konkolaachiftoonni BBC'n dubbise himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Keessumaa gama Kibba Itoophiyaa magaalaa Hawaasaafi kaanitti hiriirri konkolaataa dheeraa mul'achuu BBC'n taajjabe.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaa...
- Title
- Kim Jong Un osoo niwukilara qabanii qawwee argatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:28
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un kennaa qawwee argatan. Kennaa kana immoo Pirezidantii Belaarus Aleeksaandar Lukaashenkootu kenneef.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Michuuwwan Raashiyaa lamaan yaa'ii Piyoongiyaangitti gaggeessaniin waliigaltee michummaa mallatteessaniiru.
Kiim immoo Lukaashenkoof meeshaa abaaboo bareedinaaf keessa ka'an kennaniiru. Lamaanuu kennaa kanaan kokkolfan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaa...
- Title
- Bishaan boba’aadhaan walqixa akkamiin qaama waraanaa Baha G/G ta’uu danda’a? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:59
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Waraanni Baha Jiddu-galeessaa qabeenya boba'aa waliin akka wal qabatu waan hedduun tilmaamameera.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ameerikaa fi Israa'el waraanni Iraan waliin eegalan babal'achaa deemuu hordofee bishaanis madda walitti bu'iinsa kanaa ta'uu akka danda'u dubbatamaa jira.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadha...
- Title
- Ajaa'iba uumamaa dhagaa akka dhadhaa baqee yaa'u | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:55
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Bitootessa bultii 15 laavaan [dhagaa baqe] odola Faransaay bakkee 'Piton de la Fournaise' jedhamurraa ka'e waggoota 19 keessatti yeroo jalqabaaf Garba Guddaa Hindii dhaqqabe.
Taateen kuni ogeessa diroonii 'Kévin de Berterèche' dhaan waraabameera.
Laavaan Guraandhala bultii 13 dhohee daandii guddaa odola kana kibbaafi baha walitti hidhu danqeera.
Odolli 'Réunion' jedhamtu Madagaskaar fi Moorishiyees gidduu kan argamtu yoo ta'u, bulchiinsa Faransaay jala jirti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan O...
- Title
- ABO'n filannoo Itoophiyaatti hirmachuun siyaasa keessatti jijjirama fidaa?
- Runtime
- 20:21
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aatiin;-
- ABO'n waggoota 30 booda filannoo Itoophiyaatti hirmachuun siyaasa keessatti jijjirama fidaa? Qondaala dhaabichaa dubbisneerra.
- Waraana Iraan hordofee Itoophiyaatti hanqina boba’aa mudate.
- Tigiraayitti filannoon barana ni gaggeeffamaa?
Kaanis qabna, dhiyaadhaa !
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Haleellaa misaa'ela 'Iraaniin' konkolaataa ofirra garagalte| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:25
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Haleellaa misaa'ela Iraaniin jedhameen Israa'el keessatti konkolaataan yeroo samiitti darbatamtu viidiyoon mul'ise.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haleellaan kuni Bitootessa 26 Tel Aviiv keessa dhaqqabe.
Hojjettoonni balaa atattamaa namoonni jaha haleellaa kanaan miidhamuu dubbatan. Waraanni Israa'el Iraanitu misaa'ela dhukaase jedhe.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatooma...
- Title
- Sababa 'waraana Iraaniin' Itoophiyaatti rakkoon boba'aa mudate | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:01
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Sababa waraana Iraanitti adeemaa jiruun hanqini boba'aa akka isaan mudate konkolaachiftoonni BBC'n dubbise himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Keessumaa gama Kibba Itoophiyaa magaalaa Hawaasaafi kaanitti hiriirri konkolaataa dheeraa mul'achuu BBC'n taajjabeera.
Konkolaachiftoonni BBC'n dubbise hiriirreeyyuu boba'aa dhabuu malla jechuun yaadda'u.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessan...
- Title
- Qabxiiwwan 15 Tiraamp Iraanitti erganiifi Iraan didde kami? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:42
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Pirezidantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp karoora nagaa abbaa qabxii 15 waraanni akka dhaabbatu gargaaru ifa godhaniiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qabxiileen kunis Iraanitti ergamuu yeroo jalqabaaf Giddugala Bahaatti ergamaan addaa Tiraamp Istiiv Witkoof gaafa Kamisaa ifatti mirkaneessaniiru.
Ameerikaa waliin mariin taasifamaa hin jiru kan jette Iraan, faallaan waraanni akka dhaabbatuuf haalduree shan lafa keesseetti. Maal isaan?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin n...
- Title
- Pirofeesar Mararaa Guddinaa waa'ee filannoo Itoophiyaa maaliif callisan?
- Runtime
- 20:22
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sgantaa har’aan:-
- Pirofeesar Mararaa Guddinaa waa'ee filannoo Itoophiyaa maaliif callisan?
- Daa'ima waraabessi ciniine fuula balleesse ogeeyyii wal'aansa waxaxaan du'a oolchan dubbisneerra.
- 'Iraan dubbachuu sodaattee malee nu waliin mariyataa jirti' jedhu Doonaald Tiraamp.
Odeeffannoo ispoortii qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Ameerikaa waliin marii taa'uuf akeeka hin qabnu - Iraan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:39
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ameerikaa waliin waraana dhaabuuf marii taa'uuf akeeka hin qabnu jechuun Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Araagchii dubbatan.
Pirezidant Tiraamp irra deddeebbiin aangawoota Iraan waliin mariin akka ta'e dubbataa jiru.
Aangawoonni Iraan immoo waakkataa jiru. Abbaas amma kaayyoon keenya ijoo ''ofirraa qolachuudha'' jechuun dubbatan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnud...
- Title
- Marii nagaa irratti US fi Iraan keessaa eenyu amannu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:55
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Osoo waamichi marii cimee jirutti Israa’el aangawoota Iraan adamsuu itti fufteetti.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haleellaa tibbanaan ajajaa humna galaanaa Eegdota warraaksaa Iraan- IRGC kan ta'an Alirezaa Tangisirii ajjeesuu ibsiteetti.
Gama Iraanii dhimma kanarratti wanti jedhame hin jiru. Viidiyoo kana keessa dhimma marii nagaa US fi Iraan gidduu falmii kaaseefi waan adeemaa jiru argattu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachu...
- Title
- Battala dirooniin hambaa UN rukute | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:37
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Gadaamiin Yukireen umrii 400 qabuufi hambaa addunyaa ta'e UNESCO'n galmaa'e diroonii Raashiyaan haleellaan irratti raawwate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Raashiyaan diroonii 400 caalan guyyaa Kibxataa qofa gara lixa Yukireenitti dhukaafteetti.
Aangawoonni magaalaa Liviiw viidiyoo gadhiisan irratti gadaamicha bira baaxiin mana dhuunfaa yeroo gubatu mul'isa.
Haleellaan guyyaa keessa hammana hin baramne jedhame kanaan namoonni hedduu miidhamuunis ibsameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinoolooj...
- Title
- Waa'ee filannoo Itoophiyaa dhimma ijoo beeku qabdan kana quba qabduu?
- Runtime
- 21:07
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa! Sagantaa har’aatiin;-
- Finfinneetti kaadhimamtoota filannoo darberratti Badhaadhina bakka bu'uun filataman keessaa dhibbentaa 60 ol kan biroon bakka buufamu.
-Dhaabbanni tola-oltummaa harka-qaleeyyii karaarraa kaasaa jiru ‘Atis Namaa’ tibbana gara faawondeeshiinitti guddachuu.
-‘’Ameerikaan nufaana miti ofumaan mariyataa jirti’’ jette Iraan, waraana Bahaa Giddugalessarrattis gabaasa qabna.
- Odeeffannoo ispoortiis qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Moo Saalaah osoo kontiraanni isaa hin xumuramiin maaliif nagaa dhaammate? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:25
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Waggoota saglan darban Liivarpuul waliin injifannoo hedduu kan argate Mohaammad Saalah, xumura bara dorgommii baranaa Liivarpuul akka gadhiisu ifa godheera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taphataan lammii Masrii kuni milkii hangamii horate? Pirimeer Liigii keessatti akkamiin yaadatama?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ...
- Title
- Tiraamp 'kennaan' Iraan Ameerikaaf kennite jedhan maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:38
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Pirezidantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp Iraan ''kennaa guddaa'' Ameerikaaf kennite jechuun dubbatan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimma kennaa kanaa garuu ifatti hin dubbanne. Kennaan kuni garuu maali?
Dhimmi kuni osoo biyyoonni lamaan waraana keessa jiran dhaabuuf marii eegalan jedhamaa jiruuti dhagahame.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan walii...
- Title
- Ameerikaafi Iraan mari'achuu Tiraamp maal dubbatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 16:54
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Erga waraanni Giddugala Bahaatti eegalee Ameerikaafi Iraan mari’achuu Pirezidant Tiraamp dubbatan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, ammatti gama Iraanii mariin taasifamuu wanti ifatti mirkanaa'e hin jiru.
Dubbiin Tiraamp kuni osoo akeekkachiisa sa’aatii 48 Iraaniif kennan booda waan ta’uf deemu osoo eegamu dhagahame.
Amma mariin isaanii maal akeeka? Misaa’eelli Iraanoo hangam deema? Biyyoonni Giddugala Bahaa Iraanitti dhukaasuu maluu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloo...
- Title
- US fi Israa’el 'laamshofte' osoo jedhanii Iraan akkamiin dhukaafti? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:44
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- US fi Israa'el torbaanotaaf dandeettiin waraana Iraan laamshayuu himaa turan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akka dubbii aangawoota Ameerikaatti silaa walitti bu'iinsi dhumatuutti siquu qaba ture.
Garuu, wanti mul'ataa jiru faallaa kanaa fakkaata. Kuni akkamiin ta’e? Filmaati Tiraamp fi Iraan maaliif xiqqaataa dhufe?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni ...
- Title
- Ejjannoon WBO filannoo Itoophiyaan gaggeessuuf jirturratti maali?
- Runtime
- 20:45
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Akkam jirtu ? Sagantaa har’aatiin;-
- Filannoo Itoophiyaan gaggeessuuf jirturratti ejjannoo WBO maali?
- Naannoo Tigraayitti namoonni miiliyoona 2.3 ol deeggarsa nyaataa atattamaa akka barbaadan ibsamuu.
- Wallee Daawwitee Mokonniin muudannoo aartii Oromoo keessa darbe haasa'a.
-Dhimma Iraaniirrattis odeeffannoo haaraa qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Misaa'eloonni Iraan Awurooppaa qaqqabuu danda'uu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:52
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Iraan balastik misaa'elii gara buufata waraanaa waloo UK-US kan odola Diyeegoo Gaarsiyaa Garba Indiyaarratti argamutti dhukaasuun ishee walitti bu'iinsi Baha Giddugaleessatti dhalate hammaachaa dhufuu isaa ifatti agarsiisa.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bakki irratti xiyyeeffattee haleellaa gaggeessite hin haleelamne, haata'u malee Humni Waraanaa Israa'el (IDF) erga waraanni kun jalqabamee misaa'eloonni fageenya dheeraa deeman hojiirra ooluun isaa kan jalqabaati jedhe.
Misaa'ela fagoo deemu kana dhukaasuushee Iraan ammatti hin mirkaneessiin jirti, miidiyaaleen Iraan garuu maddeen biyya alaa eeruun gabaasaniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee q...
- Title
- Daawwadhaa: Battala waraanni Israa'el riqicha Libaanos mancaasu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:28
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Haleellaa humni qilleensaa Israa'el raawwateen riqichi Qasmiyeh, itti dhiheenya magaalaa Libaanos 'Tyre' jedhamu bira jiru manca'e.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Riqicha kuni kibba biyyattii giddugala Libaanositti kanneen qunnamsiisan keessaati.
Haleellaan kuni kan dhaqqabe erga Ministirri Ittisaa Israa'el ibsa baasaniin waraanni Israa'el riqicha laga Litaanii akka mancaasan kan ajajaman Hezboollaan waan itti dhimma baheefi jedhan boodadha.
Lammiileen Libaanos baay'een Israa'el weerara bal'aa raawwachuu dura kibba biyyattii giddugala biyyattiirraa addaan kutuuf yaalaa jirti jedhanii yaadda'u.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qor...
- Title
- Tiraamp Iraan waliin mari'anne jedhan, Iraan ammoo marii Tiraamp jedhu''hin beeknu'' jette.
- Runtime
- 21:11
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan:-
- Abbaan gadaa duranii Booranaa Guyyoo Gobbaa ilmisaanii jila aadaaf rifeensa guddifate miseensa WBOti jedhame dhaanamu komatan.
-Tiraamp Iraan waliin mari'anne jedhan, Iraan ammoo marii Tiraamp jedhu''hin beeknu'' jette.
- Shamarreen yunvarsiitiirra qabxii olaanaan eebbifamuun waancaa 2 fi meedaaliyaa warqee badhaafamte.
Odeeffannoo ispoortiis qabnaa dhiyaadhaa!!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Mariin Tiraamp Iraan waliin godhe jedhaniifi Iraan hin beeku jettu maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 18:50
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Erga waraanni Giddugala Bahaatti eegalee Ameerikaafi Iraan mari’achuu Pirezidant Tiraamp dubbatan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, ammatti gama Iraanii mariin taasifamuu wanti ifatti mirkanaa'e hin jiru.
Dubbiin Tiraamp kuni osoo akeekkachiisa sa’aatii 48 Iraaniif kennan booda waan ta’uf deemu osoo eegamu dhagahame.
Amma mariin isaanii maal akeeka? Misaa’eelli Iraanoo hangam deema? Biyyoonni Giddugala Bahaa Iraanitti dhukaasuu maluu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloo...
- Title
- Intalli Kim Jong osoo taankii ooftuu mul'atte | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:37
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un fi intala isaanii waliin taankii oofan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Leenjii waraanaa irratti isheen taankii yeroo ooftu abbaan ishee immoo dhihoomashee taa'anii ishee hordofaa turan.
Booda kana Ju Ae'n abbaa ishee waliin sagantaa ummataafi waraanaa irratti irra deddeebiin mul'ataa jirti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. I...
- Title
- Ameerikaan humna lafoon Iraan seenuuf karoora addaa qabdii? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 21:52
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Qondaalonni waraanaa US, humna lafoo Iraan keessa bobbaasuuf karoora bal'aa qopheeffataa akka jiran michuu BBC kan tahe CBS gabaase.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qondaalonni waraanaa Peentagon karoora kanaaf gaaffii ifa tahe dhiyeessaa jiraachuu CBS gabaase.
Karoorri kun ammoo yoo loltoonni Ameerikaa Iraan galanii loltoota Iraan to'atan akkamiin akka isaan to'achuu qaban of keessaa qabaachuu CBS qondaalota lama irraa gaafachuun gabaase.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromo...
- Title
- Waaqoo Getaachoon moluudhaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:07
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Komeedii isaan kan beekamu Waaqoo Getaachoo tuuta kana dura waliin hojjetaa ture, Hirkoo, irraa adda baheera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Maaliifi? Kanaafi kaan irratti BBC waliin turtii taasiseera. Dhihaadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas...
- Title
- Zakat al-fixir fi Sadaqaa maaltu adda godha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:44
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Akkam ooltan hordoftoota keenya?
-Akkam ooltan hordoftoota keenya?
-Zakat al-fixir fi Sadaqaa maaltu adda godha? barsiisaa amantii gaafanne.
-Gosa dhiiga keenya hundoofne soorata dhuguma filannee nyaachuu dandeenyaa?-Ogeessa dubbisne.
- Dargaggoon aartii Oromoo keessatti beekamti horata dhufe Waaqoo Geetachoo, waa’ee sitcoomii ‘Bubbee’ haasa’a.
Odeeffannnoo ispoortis qabnaa nu hordofaa! barsiisaa amantii gaafanne.
Odeeffannnoo ispoortis qabnaa nu hordofaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waa'ee Artist Daawwitee Mokonniin waan namoonni hin beekne | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 22:42
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Artist Daawwitee Mokonniin weellistoota fakkeenya ta'aniif keessaa tokko weellisaa Tsaggaayee Danda'aa ta'uu BBC'tti dubbate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
''Muuziqaa yoon dhaggeeffadhe natti wayyaa'a'' kan jedhu Daawwiteen, wallee xiqqeessaa jiraa?
''Wanta jireenya koo keessatti hin irraanfanne,'' jedhees BBC'tti himeera. Kutaa lammaffaa turtii addatti BBC waliin taasise kunooti. Dhihaadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwac...
- Title
- Battala gaazexeessaan misaa'ela jalaa oolee daawwadhaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:44
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Gaazexeessaan miidiyaa RT osoo tamsaasa kallattiirra jiruu tasa haleellaa misaa'elaa jalaa oole.
Taaten kuni Libaanoos bakka Israa'el hidhattoota Hezbollaa irratti haleellaa raawwattutti mudate.
Raashiyaan haleellaa kana balaaleeffatteetti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gu...
- Title
- Lammileen Itoophiyaa Ameerikaa deemuuf $ 15,000 akka qabsiisan gaafatamuun miidhaa qabu
- Runtime
- 20:14
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aan;-
- Lammileen Itoophiyaa gara Ameerikaa deemuuf birrii miliyoona 2 ol akka qabsiisan gaafatamuun Itoophiyaa hangam miidha?
- Namoonni 200 caalan naannoo Somaalee irraa baqachuun magaalaa Moyyaalee qubatanirratti gabaasa qabna.
- Tiraamp haleellaa cimaatu Iraan eeggata jechuun doorsisu.
odeeffannnoo ispoortis qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waaqoon akkamiin taatummaarra gara qopheessaatti guddate? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 13:06
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Hojiiwwan artii Afaan Oromoo hedduu kessatti jaalatamummaa guddaa kan goonfate Waaqoon akkamiin siitkoomii duraan itti hirmaachaa ture dhiise?
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
BBC waliin turtii taasiseera, itti dhihaadhaa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gu...
- Title
- -Israa'el qondaala olaanaa tikaa Iraan ajjeesuu.
- Runtime
- 20:10
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Akkam ooltan? Sagantaa har’aatiin;-
-Israa'el qondaala olaanaa tikaa Iraan ajjeesuu.
-Yuunvarsiitii Arsiitti kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Asallaa tajaajila kennurratti hawaasaan qeeqamaa ture tibbana akkatti badhaafame.
- Taphoota chaampiyeensii Awurooppaarratti gabaasa qabnaa,nu hordofaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Battala hoomaan dirooniifi misaa'elaa embasii US'tti dhukaafamu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:52
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Embasiin Ameerikaa Baagidaad jiru hoomaa dirooniifi misaa'elaaf saaxilamuu gabaasonni Rooyitars fi AFP mul'isan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Humnoonni nageenyaa Iraaq AFP'tti akka himanitti, kuni ''erga haleellaan eegalee isa cimaadha.''
Haleellaan raawwachuu sa'aatii jahaa dura embasichi lammiileee isaa Iraaq keessa jiraniif akeekkachiisa ergee ture.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu...
- Title
- Iraan, Israa'el fi Ameerikaan lola kanaan maal buufachuu fedhu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:09
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Kaayyoon waraanaa Pirezidant Donaald Tiraamp dhokataa wayiiti.
Kaayyoon isaa sagantaa niwukilaraa Iraan fashalsuu, fedha US fi Israa'eliif harka kennachiisuu, hanga sirna Rippaablika Islaamummaa Iraan keessaa guutuun burkuteessuu gidduu waan nanaanna'a.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Iraan yoo danda'ame saffisaan waraana dhaabuu feeti. Garuu harka kennachuu hin feetu. Fedha Waashingtaniif jilbiiffachuus hin feetu.
Biyyoota walwaraanan sadan – US, Iraanii fi Israa'el – keessaa kan waraana dhaabuuf hin jarjarre Israa'eli.
Dandeettiin misaayeloota Baalastikii Iraan barbadaawuu qaba. Kuusaa isaa dabalatee, wiirtuu ajajaa fi to'annoo, raadaariiwwan haleellaa fi buufataaleen Eegdota Warraaqsaa Islaamummaa barbaadaawuu akka qaban feeti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaale...
- Title
- Kaampaaniin geejjiba qindaa'aa Odaa maaliif laafe?
- Runtime
- 19:48
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ashamaa! Sagantaa har’aatiin;-
- Warraaqsa dinagdee Oromiyaaf jedhamee kan hundeeffame kaampaanii geejjiba qindaa'aa Odaa maaltu mudate?
Israa'el hogganaa nageenyaa ijoo Iraan Alii Laarijaanii ajjeesuu beeksifte.
Oolmaa waraana Iraanirratti odeeffannoo wayitawaa qabna.
Odeeffannoo ispoortiis qabna, nu hordofaa! Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Viidiyoon Netaaniyaahu dhugaamoo AI dha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:07
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ministirri Muummee Israa'el Hubannoo Nam-tolchee (AI)’dha erga jedhame booda lubbuun jiraachuun isaanii mirkaneessan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Erga miidiyaa hawaasummaa gubbaa du'uun isaanii odeeffamee booda waan bitaa mirga jiru BBC'n adda baafateera. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC ...
- Title
- Israa'el akkamiin hogganaa nageenyaa Iraan Alii Larjaanii ajjeeste? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 11:51
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Israa'el haleellaa qilleensaa raawwatteen hogganaa olaanaa nageenya Iraan Alii Laarjaanii ajjeesuu himte. Iraanis boodarra mirkaneessite.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Aliin barreessaa Mana Maree Nageenya Biyyaalessaa Iraanidha. Nama dhiibbaa olaanaa qabanidhas.
Garuu, akkamiin ajjeefaman jedhame? Maaliif irratti xiyyeeffatame?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imall...
- Title
- Battala Israa'el wiirtuu qorannoo Iraan mancaastu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:29
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Viidiyoon konkolaataa keessaa waraabame humni qilleensaa Israa'el wiirtuu qorannoo Iraan yeroo haleelu mul'isa.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waraanni Israa'eel haleellaa ''bal'aa'' jedhe Iraan irratti yoo raawwatu, Iraanis misaa'elota gara Israa'el dhukaasteetti.
Viidiyoon Bitootessa 14 maxxanfame Wiirtuun Qorannoo Hawaa Taraashit jedhamuufi Tehiraanitti argamu ibiddaan yoo liqimfamu mul'isa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daaw...
- Title
- Ministirri Muummee Abiy UAE'tti waa'ee Iraan maal dubbatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:18
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad Yunaayitid Arab Emireet (UAE) daawwatanii deebi'aniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Daawwannaan isaanii kuni yeroo waraanni Iraan hammaatetti mudate. Iraan fi UAE gidduu lafa bishaanii qofatu jira.
Daawwannaa isaanii kana kaan 'gootummaan' yoo ibsan, kaanimmoo qeeqaniiru. Wanti achitti mari'atan garuu maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu ...
- Title
- Misaa'elli Iraan miidhaa Israa'elitti dhaqqabsiise | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:41
- Date posted
- 6 months ago
- Description
- Haleellaa misaa'elaa Iraan Israa'el, Tel Aviivitti keessatti raawwatameen namoonni sadii miidhaman.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Boombiin kilaastaraa dhihoo isaanii waan bu'ef miidhaan irra gahe.
Erga waraanni eegalee Israa'el keessatti misaa'elli Iraan namoota 12 ajjeeseera, akka gabaasa AP'tti.
Biyyoonni lamaan walitti dhukaasuu itti fufaniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscr...