BBC News Afaan Oromoo
Ulaa galaanaa ilaalchisee Masriin Itoophiyaa qoccolaa jirti jedhe mootummaan | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Ulaa galaanaa ilaalchisee Masriin Itoophiyaa qoccolaa jirti jedhe mootummaan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:39
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ambaasadar Nabiyaat Ibsa miidiyaaleef kennan irratti Masriin ''qaxanaa kana keessa waan marsuu fakkaatuun sochiin taasisaa jirtu irra dedebiin mul'achaa jira'' jedhan.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qocollaan Masrii gaaffii Ulaa Galaanaa argachuu Itoophiyaa gufachiisuuf alla ta'e mootummaan Itoophiyaa ibseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha,...
- Title
- Mojtabaa Kameenii dhimma Niwukilaraa Iraan waan haaraa maal jedhu?
- Runtime
- 20:04
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
- Hogganaan Iraan dhimma Niwukilaraa Iraan waan haaraa maal jedhu?
- Namootni dafanii abdii kutachuun maalif of ajjeessu? Yaada ogeessaa qabna.
- Dargaggoo Arsenaal waancaa injifachuu isaan Finfinneetti jila qopheessa jiru.
Weellisaa waggoota dheeraaf sagaleen isaa dhokate Tuujii Muddee iyyaafannerra Dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Deeggaraan Arsenaal waggoota 24 maaliif diggisii guddaa qopheesse? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 8:04
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Arsenaal waggaa 22 booda Shaampiyoonaa Ingiliz ta'uu booda deeggartootni kilabichaa haala garaagaraan gammachuu ibsachaa jiru.
Soolan Biraanuu diggisii guddaa manasaatti qopheesseera.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Soolan waggoota 24f Arsenaaliin deeggaraa jira. Sababa Arsenaaliin deeggareef wantootni hedduun isa mudataniiru.
Garuu maaliif diggisii guddaa qopheesse?
Deeggaraan waggoota 17 Eebbaa Dirribaas ''Aannan garaachaaf jennee dhuguu dhiifneerra'' jedha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teeki...
- Title
- Arsenaal waancaa Pirimeer liigii injifachuu qondaalonni addunyaa siyaasaa maal jedhan?
- Runtime
- 20:10
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Arsenaal waancaa Pirimeer liigii injifachuu hordofee addunyaarratti ijoo dubbii ta'uurratti gabaasa qabna.
- Paartiin mormituu Itoophiyaa tokko filannoo Itoophiyaa keessaa bahu barbaade dhorkamuu himata.
- Har'i guyyaa kannisaa idil-addunyaati.Kanarrattis gabaasa qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Boolee: Battala Arsenaal Shaampiyoonaa ta'uu mirkaneeffatetti | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:58
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Arsenaal waggaa 22 booda Piriimiyeer Liigii ingiliz injifachuu wayita mirkaneeffatu Itoophiyaatti halkan walakkaa ture.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Miirri Deeggartoota Arsenaal finfinnee halkan edaa maal fakkaata?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaa...
- Title
- Gareen 'warra mootummaa fonqolchuun Tigaayitti aangoo qabatan dhabamsiisuuf hundeeffamne' eenyu?
- Runtime
- 20:07
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aan:-
- Gareen 'warra mootummaa fonqolchuun Tigaayitti aangoo qabatan dhabamsiisuuf hundeeffamne'' jedhamerratti gabaasa qaban.
- Maanguddoo Baaletti ilmoo godaa xuuxxoo hoosisanii guddisaan waan himan qabu.
- Keeniyaatti mormii sababa gatiin boba'aa dabaleef ka'een lubbuun namootaa darbuu.
Odeeffannoo Ispoortii qabna, dhiyaadhaa!
Odeeffannoo Ispoortii fi kaanillee qabna. Dhiyaadhaa!
- Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Hokkarri dhimma boba'aa Keeniyaa lubbuu galaafate maalirra gahe? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:10
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Mootummaan Keeniyaa gatii boba'aarratti daballii gochuu booda hokkora fi uggura sochii labsame hordofee namootni afur lubbuu dhabaniiru.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waldaaleen geejibaafi abbootii qabeenyaa marii mootummaa waliin gaggeessaniin daballii gatii yeroo akka hin raawwatamne waliigalaniiru.
Guyyoota lamaan darban garuu sochiin idilee gufatee manneen hojii, daldalaafi barnootnis adda citanii turan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan ...
- Title
- Waliigalteen Masrii fi Eertiraan dhimma Galaana Diimaarratti mallatteessan maali?
- Runtime
- 20:15
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa! Sagantaa har'aan;-
- Waliigalteen Masrii fi Eertiraan dhimma Galaana Diimaarratti mallatteessan maal akka ta’e gabaasa qabna.
- Keeniyaatti sababa gatiin boba'aa dabaleef mormiin ka'ee hojii fi manneen barnootaa cufaman.
- Waa'ee Filannoo Itoophiyaa guyyoonni muraasi hafurratti filattootni maal jedhu?
- Tiraamp akeekkachiisa xumuraati jedhan Iraaniif kennuu.
Odeeffannoo Ispoortii fi kaanillee qabna. Dhiyaadhaa!
- Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Filattoonni waayee Filannoo Itoophiyaa maal jedhu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:54
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaa Itoophiyaa gaggeeffamuuf guyyoota muraasatu hafa.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Filannoo Paartileen 47 kaadhimatoota 10,000 hirmaachisuun irratti qooda fudhatan kana ilaalchisee warri sagalee kennuuf galmaahe maal jedhu?
Yaadni dargaggootaa fi dubartootaa kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnu...
- Title
- Yeroo xiyyaaronniwaraana Ameerikaalama wal rukutan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:00
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Kun yeroo xiyyaaronni waraanaa Ameerikaa lama agarsiisa human qilleensaa biyyatti irratti wal rukutan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afa...
- Title
- WBO waliin hidhata qabdu jedhamanii Keeniyaatti maanguddoonni hidhamuun mormii kaasuu
- Runtime
- 20:18
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Qophii har’aan;-
- WBO waliin hidhata qabdu jedhamanii Keeniyaatti maanguddoota hidhamanirratti gabaasa qabna.
- Matakkalitti haleellaa lubbuu namoota 30 olii galaafate duuba eenyu akka jiru iyyaafanne.
-Paakistaan akkatti boombii niwukilaaraa hidhatterratti gabaasa qixeeffanneerra.
- Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Paakistaan: Biyya Musliimaa takkattii waraana niikuleeraa hidhatte | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:41
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Waraana Iraaniifi US karaa nagaa xumuruuf tattaaffii dippiloomasii gochaa jirtuun ija addunyaa keessa jirti Paakistaan.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Biyyi kun addunyaarratti gurra yeroo horattu amma kan jalqabaa miti. Biyya waraana nikuleeraa qaban keessaa tokko sababa taateef xiyyeeffannoo dhabdee hin beektu.
Ofii Akkamiin biyya Musliimaa takkattii hidhannoo waraana Nikuleeraa qabdu taate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi cha...
- Title
- Sa'uditti lammilee Itoophiyaa du’aa fi hidhaa eeggatan maal jedhu?
- Runtime
- 20:28
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aa keessatti;-
-Dhimma lammilee Itoophiyaa Sa'uditti du’aa fi hidhaan adabamaniirratti itti gabaasa qabna.
- Namichi ‘Dabballee ABO Shaneeti’ jedhee hiriyaasaa hiisise hidhaa cimaan adabamuu.
- Turkii fi Israa’el wal waraanuuf deemuuf?
- Odeeffannoo ispoortiis qabna dhiyaadhaa!
- Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waayee waraana Iraan iccitiiwwan bahaa jiran maalidha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:27
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Iccitii waraana Iraan bahe keessaa tokko Israa'eliifi UAEn deebii walii faallaa ta'e akka kennan sababa ta'eera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
'Daawwannaa Benjamiin Netaaniyaahuun dhoksan UAEtti taasisanii ture tokko.
Biyyootni Galoo Galaanaa haleellaa Iraanirraa irratti raawwatamu qolachuuf Teehiraanitti dhukaasaa akka turanis reefu dhagaahame.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessan...
- Title
- Ameerikaan qoqqobbii waraanaa Itoophiyaarra keesse maaliif amma kaaste?
- Runtime
- 20:17
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Ameerikaan qoqqobbii waraanaa Itoophiyaarra keessee turte kaasuu.
- Dawaan ittisa HIV lilmoon kennamuu Itoophiyaatti eenyuuf akka kennamu iyyaafanneerra.
Faddaloonni lammilee Itoophiyaa Yamanii fi Sa’udiitti seeran ala daddabarsuun shakkaman Kibba Yamanitti to’atamuu.
- Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Muddamni Israa'eliifi Turkii gara waraanaatti ce'uu malaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:48
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Waggoota sadan darban Hariiroon dipilomaasii Israa’eelii fi Tarkii hariiroo idilee uumuu caalaa gara lolaatti qajeelaa waan jiru fakkaata.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Amma yeroo gaggeesitoota biyyoota lamaanii gidduutti dubbiidhaan walqoccoluun itti fufe kanatti waraanni gidduu isaaniitti ka’uu malaa kan jedhu gaaffii namoota hedduuti.
Aanga'ootni biyyoota lamaanii maal jechaa jiru? Xiinxalli jiruwoo maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyo...
- Title
- Itoophiyaafi Ameerikaan dhimmoonni ijoon irratti waliigalan maali?
- Runtime
- 20:23
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Itoophiyaafi Ameerikaan waliigaltee mallatteessanirratti gabaasa qabna.
- Namni qabsoo lafa qonnaan bulaaf deebisuu keessatti qooda qaban Obbo Zagayyee Asfaaw eenyu?
-Kilabiin kubbaa miilaa Negellee Arsii akkamiin birrii miiliyoona 50 argate?
Kaanis qabnaa, dhiyaadhaa!
-Kaarnivaalli fardaa finfinneetti yeroo jalqabaaf qophaa'e fi qorannoo qaccee abbaa daa'immanii mirkaneessurratti gabaasa qabnaa, dhiyaadhaa!
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Seenaa ajaa'ibaa maatii Itoophiyaa erga takkaa daa'imman shan godhatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 10:13
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Harmeen turtii waggoota 12 booda erga takkaa daa'ima shan godhatan guddoo gammaduu BBC'tti himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, waan itti guddisan akka isaan yaaddessu dubbatu. Harmeen kuni maaliif hanga yoonaa Shananiin hin qophoofneef.
Turtiin addatti BBC waliin taasisan kunooti. Dhihaadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan walii...
- Title
- Laamin Yamaal osoo alaabaa Filisxeem mirmirsu mul'ate | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:32
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Taphataan Baarseloonaa Laamin Yamaal osoo alaabaa Filisxeem mirmirsuu mul'ate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoon ijoo dubbii ta'e kuni yeroo Baarsaan yeroo 29ffaaf waancaa Laaligaa injifate kabajatu waraabame.
Baarselonaan morkataa isaanii Riyaal Maadirid 2 fi 0'n mo'ateeti kan sadarkaa kanarra gahe.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin...
- Title
- Abbaan ijoollee jaha haati warraa qaama saalaa irraa muran maal jedhu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 9:43
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Akeekkachiisa: Qabiyyeen odeessa kanaa miira keessan jeequu mala.
Dhiyeenya kana Arsiitti haatii warraa abbaa warraarraa qaama saala guutummaatti muramuu gabaasne turre.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Namni qaamni saalaa irraa murame kun abbaa ijoollee jahaa yoo ta'an, Obbo Aabbee Miidhagsoo jedhamu.
Maaltu isaan quunname? Hariiroo akkamii haadha warraa waliin qabu?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaal...
- Title
- Namni haati warraa qaama saalaa irraa murte maal himu?
- Runtime
- 20:17
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aatiin;-
- Namni haati warraa qaama saalaa irraa murte haala keessa jiru dubbateera
- Namichi Aadde Adaanach Kumsaa 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin ibsuu.
-Haati daa’immaan shan godhatte haala akkamii keessa jirti?
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Kabaja qabsoo walakkaa jaarraa Obbo Leenco Lataa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 13:18
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Kitaabni waa'ee eebba kitaabaa waa'ee seenaafi qabsoo Obbo Leencoo Lataa ilaallatu magaalaa Finfinneetti eebbifameera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kitaaba kana kan barreessite Aadde Zufaan Urgoodha. BBC'n jaallan waliin qabsoo keessa turan, maatiifi firoonni, dhaloonni ammaa waa'ee Obbo Leencoo waan jedhan gaafateera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin...
- Title
- Dirribee Gadaa mudannoo fi muuxannoo aartii Oromoo keessatti qabdu haasofti
- Runtime
- 20:05
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
-Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa' jira' jedhan Jeneraal Taaddasaan.
- Dirribee Gadaa mudannoo fi muxannoo aartii keessatti qabdu haasofti.
-Kaarnivaalli fardaa finfinneetti yeroo jalqabaaf qophaa'e fi qorannoo qaccee abbaa daa'immanii mirkaneessurratti gabaasa qabnaa, dhiyaadhaa!
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Seenaa hakiima ijoolleen lama kansaa akka hin taane qorannoon irra gahe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:57
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Tibba kana biyyoota Afrikaa hedduu keessatti Abbaa ta’uu mirkaneessuuf qorannoo DNA gaggeessuun saffisaan babal’achaa jira.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akka miidiyaaleen biyyoota Afrikaa gabaasanitti Keeniyaa, Ugaandaa, Gaanaa, Naayijeeriyaa fi Malaawii fa’a keessatti abbootiin ijoolleen guddisaa jiran dhugumatti isaanirraa dhalachuusaanii mirkaneessuuf qorannoo DNA gochaa jiru.
Keeniyaatti ogeessa teeknoolojii qorannoo kanaa kan ta'e Dr Piter Ngumbaa abbootiin ijoolleen guddisan kansaanii ta'uu mirkaneessuuf qorannoo kana akka godhan jajjabeessa.
Ofii qorannoo gaggeesseen ijoolleen lama isarraa akka hin dhalanne mirkaneeffate. Gaafa kana bare maaltu itti dhagaahame? Seenaasaa qoodeera.
Madda viidiyoo @BBCAfrica
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa m...
- Title
- Ogeessi fayyaa yaalamaan du'uutti gaabbee of ajjeesee?
- Runtime
- 20:25
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
-Ogeessi fayyaa yaalamaan du'uutti gaabbee of ajjeese jedhamuu.
- Qonnaan bultoota Jimmatti lafasaaniirraa buqqa'uu himatan iyyafanne.
Tiyaatira ‘Saddeetaa’ manni tiyaatiraa Haagar Fikir yeroo jalqabaaf hojjechisuurratti qopheessaa dubbisneerra.
TPLF himata mootummaa federaalaaf deebii kenne.
Kaanis qabnaa dhiyaadhaa!
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Faransaay doonii waraanaa Ulaa Hormuuzitti ergite | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:43
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Dooniin waraanaa Faransaay xiyyaara waraanaa baatu gara Ulaa Hormuuz qajeele.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dooniin guddichi kuni Ulaa Siwuuz qaxxaamuruun karaa Galaana Diimaa gara ulaa Hormuuz qajeela.
Kaayyoon isaa immoo ulaa hormuuz dooniiwwan akka daddarban mijeessuudha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessani...
- Title
- Keemikaalli 50 wiigiifi hiwuumaan heerii keessatti argame | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:04
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Addunyaa maratti wiigiifi hiwuumaan heeriin rifeensatti gudunfamu kaansarii harmaa, jeeqamuu hormoonii akkasumas fayyaa wal-hormaataa irratti keemikaalota miidhaa qaban qabaachuu qorannoon agarsiise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qorannoon bal'inaaniifi addatti taasifame kanaan qorattoonni wiigiiwwan kunneen irratti keemikaalota miidhaa qaban 50 argataniiru.
Abbaan gadaa Bokkuu harkatti qabata. Bokkuu fi boca dhakaawwan kanaa yoo laalan tokkuma. Warri abbaa Gadaa addarratti kan kaa’atu, kallachis kanumaan walfakkaata
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa i...
- Title
- Muddama Tigiraayitti adeemaa jiruun jiraattonni naannichaa maal jedhu?
- Runtime
- 20:21
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aatiin:
- Iraaniifi Ameerikaan waligalteerra raawwachuu jala gahuu.
- Muddama Tigiraayitti adeemaa jiruun jiraattonni naannichaa maal jedhu?
Hararitti dubartiin yeroo dheeraaf daa’ma godhachuu barbaadaa turte al takkaatti daa’imman shan godhachuu
Odeessaalee gaggabaaboofi ispoortiillee qabna. Dhiyaadhaa!
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Arsenaal waggaa 20 booda xumura shaampiyoonsi Liigiif gahuu booda maaltu jedhame?| BBC Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:03
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Taphattootni fi leenjisaa Mikeel Arteettaa injifannoo seena qabeessa argatan booda miidiyaaleetti dubbataniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Wanti jedhan maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Mar...
- Title
- Viidiyoon yeroo monokseen Jerusaalem keessa dhiitamtu mul'ise | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:26
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- ❗Akeekkachiisa: Viidiyoon kuni miira nama jeeqa
Jerusaalemitti namichi duubaan dhufee monoksee lafatti kuffisee yoo dhiitu viidiyoon waraaabe.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Achi kaan birmatan. Taateen kuni finxaaleyyii Yihuudiin Kiristaanotarratti yeroo cimetti mudate.
Shakkamaan kuni to'annoo jala ooleera, garuu hanga ammaa hin himatamne jedhame.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya sub...
- Title
- Dabratsiyoon G/ Mikaa'el Pirezidantii Tigraay ta'ee deebi'ee muudamuun maal akeeka?
- Runtime
- 20:20
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Manni Maree Tigraay diigamee ture Dabratsiyooniin Pirezidantii gochuun muuduu.
- Itoophiyaan himannaa Sudaaniif deebii kennite.
- Doonaald Tiraamp Iraan yoo dooniiwwan US haleelte ‘lafarraa baddi’ jedhe.
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Wal himannaan Itoophiyaafi Sudaan garam qajeelaa jira? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:05
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Itoophiyaa fi Sudaan waggoota muraasa darban wal himataa gara wal dura dhaabbannaatti qajeelaa jiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waraanni Sudaan Yunaayitid Arab Emireetis fi Itoophiyaan dirooniin buufata xiyyaaraa Kaartuum haleeluu himateera.
Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibsa baaseen himannaa kana balaaleeffachuun Sudaan hidhattoota Itoophiyaa, TPLF'f dabalatee, dawoo kenniti jechuun himateera.
Hariiroon Itoophiyaafi Sudaan eessaa ka’ee yoona gahe? Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa...
- Title
- ''Wayyoo! Yaa Waaq!'' Xiyyaarri konkolaataarra bahe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:17
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Kaameraan konkolaataa keessaa battala balaliin Daandii Qilleensaa Yunaayitid yeroo konlolaaticha irra bahu mul'ise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taateen kuni Buufata Xiyyaaraa 'Newark Liberty' dhiheenya magaalaa Niiw Yoorkitti mudate.
Xiyyaarri Xaaliyaaniitii ka'e imaltoota 230 ol fe'ee ture nagaan qubateera.
Konkolaachisaanis xiqqoo miidhame malee ooleera. Taateen kuni qoratamaa jira.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keeny...
- Title
- Iraan doonii waraanaa US misaa'elaan haleeluun dhugaadha?
- Runtime
- 20:09
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaa raadiyoo har’aatiin;-
- Jawwee harkattin marachuun tibbana ijoo dubbii miidiyaa hawaasaa kan ta’e Lij Yaareed akkatti kunuunsa bineensota eegale dubbata.
- Iraan doonii waraanaa US ulaa Hormuuz seenuuf turte misaa'elaan haleeluun dhugaadha?
Kanarratti gabaasa bal’aa qabna,
- Odeeffannoo ispoortiis qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Naachi guddaa kuni dureessa achi buuteen dhabame liqimseeraa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:30
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Poolisiin Afrikaa Kibbaa bishaan naachi baay'ate keessatti naacha nama nyaatee ciiseru ajjeesee helokpotaraan fudhate.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Naachi kuni nama biznasaa torban darbe lolaan fudhate nyaatera jedhamee shakkameera.
Si'achi qorannoon qaccee sanyii (DNA) taasifamee reeffi garaa naachaa keessa jira kan namicha badeeru yoo ta'e ni qoratama.
Poolisiin akka ibsetti, oppireeshiniin kuni ''balaa guddaa kan qabuufi wal xaxaadha.''
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda...
- Title
- Duulli haaraa US Hormuuz ilaalchisee eegalte 'Project Freedom' maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 11:54
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Adeemsi dooniiwwan Ulaa Hormuuz keessatti danqaman baasuu, 'Project Freedom' [Pirojektii Bilisummaa] jechuun Tiraamp waame Wixata hojiirra ooluu jalqabe.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Tiraamp adeemsa dooniiwwan kanneen baasuu gufachiisuuf kan yaalu yoo jiraate “tarkaanfii humnaa” akka irratti fudhatu akeekkachiiseera.
Ameerikaan michoota ishee Baha Giddu Galeessaa jiraniitti gurgurtaa meeshaa waraanaa doolaara biiliyoona 8.6 raggaasifte.
Meeshaaleen kunniin kan akkamiiti?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, f...
- Title
- Finfinneen dorgommii Idil Addunyaa Afrikaaf jalqaba taate keessummeessite | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:58
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Dorgomtoonni biskileetii liigii olaanaa biyyoota 20 ol irraa dhufan har’a magaalaa Finfinneetti ogummaa isaanii agarsiisan.
Kun yeroo jalqabaati dorgommiin idil-addunyaa “City Mountain Bike” Afrikaatti gaggeeffamu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii...
- Title
- Battala abbaan daa'ima ofii baabura jalaa oolche | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:40
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Viidiyoon qoodame abbaa daa'ima ofii baabura adeemaa jiru jalaa oolchuuf harka itti diriirsee mul'isa.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bakki jiran dhiphaa fakkaata. Taateen kuni biyya Baangilaadeshitti ta'e.
Akkuma baaburri darbeen kara deemtonni isaan gargaaran. Lamaanuu nagaadha jedhameera.
Lamaanuu nagaadha jedhameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif gala...
- Title
- Qoccollaa miidiyaa hawaasaarratti namarra qaqqabu akkaataa itti qolachuun danda'ama?
- Runtime
- 20:33
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Qoccollaa miidiyaa hawaasaarratti namarra qaqqabu akkaataa itti qolachuun danda’amu ogeessaa gaafanne.
- Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiran haleellaa gahaa jiruurratti gabaasa qabna.
Oolmaa addunyaa fi odeessa ispoortii qabnaa, nu caqasaa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Jibbaa fi arrabsoo miidiyaa hawaasaa akkamiin ofirraa ittisu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 18:40
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Tibba kana 'of ajjeesuu' Boontuu Waaqtolaan walqabatee namoonni hedduun miidiyaa hawaasaa gubbaatti arrabsoo, jibbaafi miidhaawwan hedduun irra gahaa jiraachuufu balaansaa guddaa ta'uu dubbachaa jiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ofii arrabsoowwan fi haleellaan gama intarneetaan nama mudatan hangam takka nama miidhu?
Rakkoon kun Itoophiyaa keessatti hangam bal'aadha? Seerri ittiin ofirraa ittisan jiraa? Fayyadamtoonniwoo maal gochuu qabu?
Dhimma kanarratti namoota miidhaman, ogeettii seeraa, gaazexessaa qorannoo bal'aa godheefi ogeessa xiinxammuu dubbifneerra.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan v...
- Title
- Waa'ee du'a Boontuu Waaktolaa maal beekna? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:57
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Akeekkachiisa waliin caqasaa!
Miidiyaa hawwaasaa irratti kan beekamtu Boontuu Waaktolaa mana keessatti 'of fanniftee' akka argamte poolisii fi namoonni isheetti dhiyeenya qaban BBCtti himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ebla 29 bara 2026 sa'a booda TikTok ishee irratti viidiyoo maxxansiteen ''Namoonni isin gaddisiise dhiifama naaf godhaa. Anaaf kun guyyaama dhumaakooti'' jette.
Eegasii booda du'uun ishee dhagahame. Kanneen isheef birmatan manatti maal argan? Waayee ishee maal beeku? Maaltu kanaan gahe?
BBC'n hiriyyaa ishee dhiyoo Yoonaas Olqabaa fi poolisii gaafateera. Akeekkachiisa waliin caqasaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantari...
- Title
- Waa'ee du'a Boonii Waaqtolaa poolisiin maal hima?
- Runtime
- 20:28
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
- Du’aa Boonii Waaqtolaa duuba haala ture poolisii fi hiriyaashii iyyaafanne.
- Ga'eessa haadha warraatiin qaamni saalaa irraa murame deebi'ee hodhamu.
- Odeeffannoo ispoortii fi kaanis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Afrikaa Kibbaatti ajjeechaa lammiilee Itoophiyaa duuba kan jiru eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:26
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ajjeechaa Afrikaa Kibbaatti lammiilee Itoophiyaarratti mudataa jiruun yaadda’uu baqattoonni Itoophiyaa BBC’tti himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Guyyoota muraasa darban qofa lammiileen Itoophiyaa yoo xiqqaate afur ta’an ajjeefamaniiru.
Garuu, ajjeechaan kuni kan kana dura turerraa addadha jedhameera. Akkamiin? Gama kaaniin, mormiin farra baqattootaa Afrikaa Kibbaatti itti fufeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachu...
- Title
- Iraan ulaan Hormuz dafee akka banamu nu gaafattee jedhu Tiraamp
- Runtime
- 20:08
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Yooyyaa!
Sagantaa har’aatiin ;-
- Dhiyeessi boba’aa ilaalchisuun jijjiirama Itoophiyaa labsiteerratti gabaasa qabna.
- 'Jeneraal Taaddaseen aangoo hin dabarsu taanaan dogoggora" jedhe TPLF.
- Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- 'Yoomiif Qajeelchaa yaaddoo nutti naqee ture' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:06
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Maatiin atileetii Keeniyaa Maaraatoonii Landan irratti Yoomiif Qajeelchaa yaaddoo nutti naqe jedhan.
Maaraatoonii Landan atileetiin Keeniyaa Sebaastiyaan Saawee sa'aatii lamaan gadiin seenuun nama jalqabaa ta'eera.
Atileetiin Itoophiyaa Yoomiif Qajeelchaanis yeroo jalqabaaf maaraatoonii fiigee sa'aatii lamaa gadi xumure.
BBC'n maatii atileetii Keeniyaa dubbiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessanii...
- Title
- Taphni PSG fi Muunik tapha Arsenaaliif maal akeeka? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 11:15
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Tapha walakkaa xumuraa Chaampiyeens Liigii Awurooppaan PSG'n tapha ajaa'iba jedhameen Baayer Muunik 5fi 4'n mo'ateera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Taphni deebii eegamuus qabxiin tapha kanaa morkii Arsenaal Atileetikoo Maadiriid waliin taasisuuf waan akeeku qaba jedhu xinxaltoonni.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ul...
- Title
- Iraan ulaan Hormuz dafee akka banamu nu gaafattee jedhu Tiraamp
- Runtime
- 20:17
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaan raadiyoo har’aatiin;-
- Tiraamp Iraan ulaan Hormuz dafee akka banamu nu gaafattee jedhu.
- Qabiyyeen animeeshinii Afaan Oromoon ijoolleef dhiyaatan maaliif xiqqaate?
- Dargaggoo birrii kuma 100tti siqu dogoggooraan herreega baankiisaarra seene deebise.
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Tiraamp ejjennoo Iraaniin hin gammanne, itti aanee maaltu ta'a? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 14:09
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Pirezidaantiin US Doonaald Tiraamp waraana dhaabuuf qabxiilee ijoo Iraan dhiyeessiterraa gammachuu akka hin qabne qondaalli US tokko madda oduu Rooyitarsitti himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Gama kaaniin, karaatti Ameerikaa injifatan muuxannoo biyyoota kaaniif qooduu barbaanna jette Iraan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa kees...
- Title
- Haleellaa sagantaa irbaataa Pirezidant Tiraamp irratti argaman duuba maalte ture?
- Runtime
- 20:23
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin: -
-Waa'ee Maraatoonii Landan leenjisaa fi atileetoota Itoophiyaa iyyaafanne.
- Haleellaa sagantaa irbaataa Pirezidant Tiraamp irratti argamerratti mudate ilaalchisuun gabaasa qabna.
- Dubartiin tokko al-tokkotti dhiira lamaaf ulfaa'uu akka dandeessu dhageessanii beektuu?
-Puutin waa’ee waraana Baha giddugaleessaa dubbachuu.
Kaanis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Qabiyyeewwan animeeshinii Afaan Oromoon ijoolleef dhiyaatan maaliif hanqatan?
- Runtime
- 7:48
- Date posted
- 5 months ago
- Description
- Daa'imman waan mana barnootaa fi mana isaaniitti barataniin qofa jabanni itti qaraman darbee jira. Itoophiyaa keessattis ta'e Afrikaarraa Afaan Oromoon dubbattoota miiliyoonaan lakkaa'aman qaba.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, qabiyyeen daa'immaniif bifa kitaabaanis ta'e suur-sagaleen dhiyaatu afaan kanaan qophaawanii jiran garuu xiqqoo dha ykn hin jiran.
Ogeeyyiin akka jedhanitti daa'imummaatti wanti ijoolleen baran afaan, eenyummaa fi aadaa faana hariiroo jabaa qabaata.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayy...