BBC News Afaan Oromoo
| BBC News Afaan Oromoo
- Title
- | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 10:31
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- US fi Iraan "Libaanos keessatti dabalatee adda hundaan oppereeshinii waraanaa akka dhaaban" waliigalteerra gahuu Ministirri Muummee Paakistaan beeksise.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waliigalteen kun Jimaata Siwiizerlaanditti akka mallatteeffamu kan hime MM Paakistaan Sheehbaaz Shariif, waliigalteen kun maal akka qabatu ilaalchisee odeeffannoon bahuuf jira jedheera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessa...
- Title
- Namni of ajjeesuu yaadu mallattoolee akkamii agarsiisuu danda'a? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:04
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Akka Gabaasa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa bara 2025 baheetti addunyaa guutuutti waggaatti namoonni kuma 72 lubbuu ofii galaafatu.
Ogeessi BBCn dubbisemmoo mallattoolee namoota of ajjeesuu yaadanii fi eeggannoo godhamuu qabu himu.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akka Itoophiyaatti lakkoofsi namoota of ajjeesanii dabaleera yookiin xiqqaatera jechuuf ragaan quubsaan akka hinjirre Tumsaa Pirofeesaraa Daani'el ni himu.
Haa ta'u malee carraan oduu namoonni of ajjeessan jedhu dhagahuu keenya sababa miidiyaa hawaasaatiin dabaluusaa dubbatu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa k...
- Title
- Adeemsi mootummaa fi TPLF walitti fiduu eegale faara qabaa? I BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:14
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa! Sagantaa har’aan:-
- Adeemsi mootummaa fi TPLF walitti fiduu eegale faara qabaa?
-Atileet Gudaaf Tsaggaay sababa qorichaan ji'a afuriif adabamte
- Waloo Booranaa Jaarsoo Waaqoo beektuu?
- Waancaa Addunyaa, dhimma Iraaniifi kaanis qabna.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Tiiraamp Iraan wajjin waliigaluuf fiixerra geenyera jedha, Iraan dhara jetti | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:01
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Tiraamp haleellaa Iraan irratti halkan kana gaggeessuuf karoorse haquu beeksise. Tiraamp akkas jedhe:
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
''Marii Humna Eegdota Warraaqsa Islaamaa Iraan 'IRGC' gaggeessanii hoggansa biyyattiif dhiyeessan waan raggaasifameef ani pirezidaantiin Ameerikaa haleellaa boombii halkan kana Iraan irratti gaggeessuuf karoorsee ture haqeera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessanii...
- Title
- Wixineen seeraa TPLF baase heera biyyaa hin dhiibuu?
- Runtime
- 20:34
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aatiin;-
- Wixineen seeraa TPLF baase heera biyyaa hin dhiibuu?
- Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa baallii dabarsuuf jedhan maaltu garaa isaan hin geenye?
- Lammiileen Itoophiyaa afur Sa'udiitti du'aan adabamuu.
Haleellaan Ameerikaa Iraanirratti akka cimuu fi Waancaa Addunyaa har'a eegalurrattis gabaasa qabna.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Wixineen seeraa adabbii du'aa qabuufi TPLF qopheesse maalfaa tarreessa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:04
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Bulchiinsi Tigraay bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay kan Jeneraal Taaddasaan hogganamu diiguu himuun dhiyeenya hundaa'e wixineen labsii baase miidiyaa hawaasaa gubbaatti falmii kaasera.
Wixineen kun seerota adabbii du'aa hordofsiisan qaba. Tajaajila loltummaas dirqama godheera.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qabiyyee wixinee seeraa haaraa TPLF qopheesse kana BBCn ilaaleera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessani...
- Title
- Oromiyaatti wanti nagaa buusuuf danqaa guddaa ta'e maali?
- Runtime
- 20:24
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aan;-
- Oromiyaatti wanti nagaa buusuuf danqaa guddaa ta'e maali?
Yaayyaa Bashir yaada qaba.
-Turtii addaa haadha warraa Hacaaluu Hundeessaa waliin taasifne.
- Ameerikaan ammallee Iraan jabeesseen haleelaa jette.
- Murteessaan Somaaliyaa Ameerikaan balbala dhowwiteef simannaan gootaa taasifamuu. kaanis qabnaa dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- US fi Iraan wal haleeluu booda walitti dhaadachuu itti fufan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:12
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi fi gaggeessitoonni olaanoon Iraan erga gamaa fi gamanaan wal irratti haleellaa raawwatanii booda, tarkaanfii dabalataa irratti akeekkachiisa haaraa walii dabarsaniiru.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Wanti walitti dhaadachuufi wal haleeluu isaaniif sababa ta'e maali?
Dhukaasa dhaabuun biyyootni lameen irratti walta'anoo fiixa bahaa?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessani...
- Title
- Bajanni Itoophiyaa bara dhufuu lakkoofsamoo guddina mul'isa?
- Runtime
- 20:19
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Nooraa!
Sagantaa har’aan;-
- Bajanni Itoophiyaa bara dhufuu lakkoofsamoo guddina mul'isa?
- Tiraamp Iraan xiyyaara Ameerikaa kuffisuu himachuu.
- Ogeessi muuziqaa Oromoo qindeessuun beekamu Tottobaa Margoo keessummmaa keenya.
Odeeffannoo Waancaa Addunyaafi kaanis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Daanyaan Somaaliyaa US akka hin seenne maaliif dhorkame? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:08
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Daanyaan Soomaliyaa US akka hin seenne dhorkame amma Waancaa Addunyaarraa akka hafu FIFAn ibse.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Omaar Viizaa qabaatus, US seenuu hin dandeenye. Maaliif?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'...
- Title
- Tottoobaa: Ogeessa muuziqaa Oromoo weellistoonni leellisan, uummatni hin beekne | BBC Afaan Oromoo
- Runtime
- 28:15
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Tottoobaa Margoo jedhama. Ogeessa Muziiqaa yoo ta'uu hiriyyaa dhiyoo weellistoota akka Daawwitee Mokonnin, Hirphaa Gaanfureefi Eebbisaa Addunyaa ture.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Gumaacha muuziqaa Oromoo keessatti qabu, hariiroo addaa Eebbisaa Addunyaa waliin qabu ture.
Mudannoofi haala amma itti jiru ilaalchisee BBC Afaan Oromoo waliin turtii taasiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu k...
- Title
- Isaayaas Afawarqii maaliif Masriitti marmaaru ?
- Runtime
- 20:13
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaan Raadiyoo har’aatiin;-
- Isaayaas Afawarqii maaliif Masriitti marmaaru ?
Wiixanniifi Waxabajjiin walirra oolun waa hamaan dhufu akeekaa?
- Israa'elifi Iraan irra-deebiin wal haleeluurratti gabaasa qabna.
Ispoortiifi kaanis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Waa'ee kubbaa addaa daanyaatti 'odeessitu' dh| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:15
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Waancaa Addunyaa baranaa Ameerikaa, Meksiikoofi Kanaadaan waliin qopheessan irratti kubbaa addaa tokkootu hojiirra oola.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Kubbaan kuni 'Trionda' jedhamti. Kubbaan kuni kuni daanyaatti 'odeessiti', waan hambistu hin qabdu.
Akkamiin seetan? Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keess...
- Title
- Israa’el fi Iraan maaliif wal haleeluutti deebi’an? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 16:18
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Erga Ebla 8, 2026 US fi Iraan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra ga’anii Israa’el fi Iraan kallattiin haleellaa walirratti raawwatanii hin beekan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu wal akeekkachiisaa turan. Iraan yoo Israa’el haleellaa Libaanos irratti raawwattu hin dhaabdu ta’e akka haaloo baatu dhaadataa turte.
Wayita Israa’el kibba Libaanos fi handaara magaalaa Beeruut haleeltu, Iraan akkuma dhaadatte Israa’el irratti haleellaa misaa’elaa raawwatte.
Israa’elis haleellaa kana haaloo ba’uuf lixaa fi giddugala Iraan haleelteetti.
Pirezidant Doonaald Tiraamp biyyoonni lameen haleellaa eegalan hatattamaan akka dhaaban akeekkachiiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n ...
- Title
- Ajab! Bineensi raajii fide | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:32
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Bineensi kuni raajii dalage. Bineensi gosa jaldeessaa ta'eefi Oraangutan jedhaniin akkuma namaa bishaan budduqfatee dhiqata.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ajaa'iba kana mee daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC...
- Title
- Manni Barumsaa Inj. Taakkalaan ijaarsisan maal fakkaata? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:17
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Aangawaan mootummaa Inj. Taakkalaa Uumaa bakka dhaloota isaanii Shawaa Lixaa, Goro Sooleetti manni barumsaa ijaarsisan dhihoo eebbifameera.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Manni barumsaa kuni ji'oota saddeet keessatti ijaarame jedhame. Haalaan ammayyaawaadhaas jedhameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC A...
- Title
- Haadha Alangaa osoo dhaddacharra jirtuu magaalaa akkamiin ajjeefamte?
- Runtime
- 19:57
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa, akkam ooltan!
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo eegale. Sagantaa keenya har'aan:
-Magaalaa Hoolotaatti Haati Alangaa ajjeefamuu,
-Obbo Leencoo Lataafi Prof. Kuwee Kumsaa turtii BBC waliin taasisan,
-Ispoortifi odeessawwan biroos qabna.
Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Magaalaa Hoolataatti abbaan seeraafi himattuun dhaddacharratti ajjeefaman | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:03
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti himatamaan Abbaa Seeraa dhaddacharra turanii fi himattuu ajjeese to'atamee qoratamaa jiraachuu Biiroo Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaatti Daarektarri Daarektoreetii Kominikeeshinii fi Quunnamtii Uummataa Obbo Geetaachoo Xaasoo BBCtti himan.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Himatamaan duraan miseensa Poolisii ture shugguxii fi aalbee qabatee dhaddacha seene.
Haati warraasaa duraanii battalatti yoo duutu, Abbaan Seeraa hospitaal osoo hin gahiin lubbuun isaanii darbe.
Ofii taateen kun akkamiin raawwate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin il...
- Title
- Ijoolleen Obbo Leencoo waa'ee maatii isaanii maal jedhu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:39
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Namni siyaasaa Obbo Leencoo Lataafi haati warraa isaanii Pirof. Kuwee Kumsaa ijoollee sadii godhataniiru.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, sababa qabsoon ijoollee isaanii ijoollummaan guddisuu hin dandeenye.
Sababa kanaaf ijoolleen isaanii waan sababa qabsoon waggoota dheeraaf maatii isaanirra gahe yoo dubbatan imimmaan buusaati.
Turtii addatti BBC Afaan Oromoo waliin taasisan daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyo...
- Title
- Ajjeechaa Arsiitti dhalateerratti mootummaan maal jedha?
- Runtime
- 20:10
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Ashamaa, akkam ooltan!
-Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo eegale.
-Ajjeechaa Arsiitti dhalateerratti mootummaan maal jedha?
-Waa'ee ijoollee Obbo Leencoo Lataa turtii addatti BBC waliin taasisan
-Jijjiirraa taphattootaafi kaanis jiru, Dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Battala dirooniin Iraan buufata Kuweet rukutu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:51
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Battala dirooniin Iraan buufata xiyyaaraa Kuweet rukutu daawwadhaa.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Namni tokko yeroo miidhamu, namoonni 60 ol immoo madaa’uu aangawoonni dubbataniiru.
Humni Eegduu Warraaqsa Islaamummaa Iraan haleellicha raawwachuu amaneera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC ...
- Title
- Barawaaq: Mana Barnootaa Injinar Taakkeleen ijaarsisan maaltu adda godha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:49
- Date posted
- 3 months ago
- Description
- Kantiibaan duraanii magaalaa Finfinnee Injinar Taakkelee Uumaa bakka dhalootasaanii Gooroosooleetti Manni Barnootaa haaromsan dinqisiifatamaa jira.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Wantoota mana barnootaa kana adda godhan viidiyoo kana keessaa argattu.
Barattootni, hawaasni naannoofi barsiiftotni waayee mana barnootaa kanaa waan jedhan qabu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif gal...
- Title
- Jawaar Mohaammad waa'ee filannoo Itoophiyaa maal jedha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:00
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa, akkam ooltan!
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo eegale.
- Gamtaan Afrikaafi IGAD taajjabbii filannoo Itoophiyaa dubbatan
- Xinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad filannoo Itoophiyaa qeeqe
- Waraanni Bilisummaa Oromoo ajjeechaa Arsii keessaa hin qabu jedhe.
- Ispoortiifi dhimmoota kaanis iyyaafanneerra, dhihaadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taas...
- Title
- "Dhiibbaan qabsoon maatii irraan ga'u waan himamee hin dhumne" - Prof Kuwee Kumsaa
- Runtime
- 1:16:36
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Obbo Leencoo Lataa waggoottan 50 darban qabsoo keessatti dabarse, ijoolleesaafi haati warraa isaa, miidhaa qabsoon kun isaan irran ga'e himu.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Sababa qabsoon miidhaan maatii irra ga'u maal akka fakkaatu maatiin obbo Leencoo BBC tti himaniiru.
Presenter: Aslii Galgaloo
Producer: Aslii Galgaloo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu Sur-Sagalee: Aslii Galgaloo
Editor: Birhaanuu Gammachuu
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromoo...
- Title
- Boordiin Filannoo Itoophiyaa adeemsi filannoo milkaa'aa ture jedhe
- Runtime
- 20:04
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa, akkam ooltan!
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo eegale.
-Waa'ee filannoo Itoophiyaa wantoota haaraa jiran
-Haleellaa Godina Arsiitti raawwateen lubbuun darbuu BBC'n odeeffatuufi kaanis jiru.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Guyyaa Filannoo Itoophiyaa wantoota ijoo mudatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:19
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Guyyaa filannoo Itoophiyaa Wixata darbeerratti ganama barii kaasee hanga halkan walakkaatti namootni miliyoona 40 ol ta’an sagalee kennaniiru.
Sababa yaaddoo nageenyaarraa kan ka'es buufataaleen Filannoo 140 ta'an sagaleen itti hin kennamne.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ministirri Muummee Abiy Ahimadiifi Pirezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa haala filannoon kun itti gaggeeffamerraa kan ka'e uummata galateeffataniiru.
Ofii haala nageenyaa filannoon kun itti gaggeeffamee maal jedhan?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa k...
- Title
- Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa 7ffaan akkamiin oole? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:58
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa, akkam ooltan!
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo eegale.
Dhimmi ijoo sagantaa keenya har'aa filannoo Itoophiyaadha, dhihaadhaa!
- Boordiin Filannoo Itoophiyaa sababa rakkoo nageenyaa filannoon danqamuu hime
- Ministirri Muummee Abiy Ahimad filannoo danquuf yaaliin taasifamuu dubbatan
- Lammiileen filannoorratti hirmaatan waan BBC'tti dubbatan
- Ispoortiifi kaanis iyyaafanneerra, dhihaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Bocniifi qabiyyeewwan dhakaa kanaa bulchiinsa Sirna Gadaa ni ibsuu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:03
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Hawaasni Geedi’oo kan hawaasa Oromoo waliin ollaa ta’e kuni akkuma saba Oromoo sirna bulchiinsaa Gadaa mataasaa qaba.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Bocnii fi qabiyyeewwan dhakaa kanaa hedduunis bulchiinsa sirna Gadaa wan ibsu akka ofirraa qabu himu.
Abbaan gadaa Bokkuu harkatti qabata. Bokkuu fi boca dhakaawwan kanaa yoo laalan tokkuma. Warri abbaa Gadaa addarratti kan kaa’atu, kallachis kanumaan walfakkaata
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiy...
- Title
- MM Abiy Ahimad filannoo booda maal dubbatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:34
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ministirri Muummee Abiy Ahimad bakka dhaloota isaanii Bashaashaatti argamuun sagalee kennaniiru.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Erga sagalee kennan booda maal dhaaman?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
- Title
- Gafarsi kuni nama isin beektan fakkaataa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:08
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Gararsi Baangilaadeshitti Ayyaanaa Iidaaf qalamuuf ture Pirezidantii Ameerikaa Donaald Tiraamp waan 'fakkaatuuf' qalmarraa oole.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉...
- Title
- Xiyyaarota US duula Iraan irratti dhabderratti gabaasni haaraan bahe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:31
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Gabaasni haaraa Kongiresiin US baase waraana Iraan irratti waraanni US hangam akka miidhame mul'ise.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Gabaasni kun waliigalatti xiyyaaronni US 42 yeroo waraana kanaa Iraaniin haleelamanii barbadaa'uus agarsiiseera.
Gabaasni kun aanga'aa Ministeera Ittisaa US, waabeffachuun Ameerikaan baasii xiyyaarota miidhaman suphuufi bakka buusuu dabalatee waraana kanarratti dolaara biliyoona 29 ol baasuu ishee agarsiiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oro...
- Title
- Mana barnootaa Inj. Taakkalaa Uumaa ijaarsisan- 'Bara-waaq' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:01
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’atiin;-
- Aministiin mootummaan Itoophiyaa filannoo dura 'miidiyaa ukkamsuurratti duula bane' jedhe.
Waa’ee mana barnootaa Inijiniar Taakkalaa Uumaa seenaasaa geeddare 'Bara-waaq'
Tiraamp dhimma waliigaltee Iraanirratti Jimaata har’aa murtee dhumaa kennu.
Odeeffannoo ispoortis qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Adeemsa filannoo keessatti gaheen taajjabdoota alaa maalidha? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 15:42
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa 7ffaan Wiixata gaggeeffama.
Dhaabbileen biyya keessaa fi alaa walumatti 55 ta'an taajjabdoota hanga 60,000 ta'an ni bobbaasu jedhamee eegama.
Subscribe 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ofii adeemsi taajjabbii filannoo maal fakkaata? Gaheen isaanii hangam guddaadha?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessanii...
- Title
- Oromiyaan Finfinneerraa faayidaa addaa yoom argatti ? | BBC news Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:21
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aatiin;-
- Dhimmi Oromiyaan Finfinneerraa faayidaa addaa argatti jedhu yoom deebii argata?
- Mariin Itoophiyaan iccitiidhan liqeessitoota boondii ishee waliin taasifte maaliin xumurame?
- Hawaasni Booranaa gargaarsaa miidhaa nyaataa jalaa baheeraa?
- Kisaaraa sababa waraana Iraaniin Ameerikaa irra gaherratti gabaasni haaran bahe maal jedha
Odeeffannoo biroollee qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Isin waa'ee laguu jaalallee keessanii hammam beektu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:12
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Wagga waggaan Caamsaa bultii 28, guyyaa qulqullina laguu irratti hubannoon kennamudha.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dubartoonni guyyaa laguu isaanii mallattoon garagaraa itti dhagahama.
Isin garuu waa'ee laguu jaalallee yookiin haadha warraa keessanii kana beektuu? Namoonni dubbisne akkana jedhu. Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan wali...
- Title
- Dhimmi Oromiyaa fi Finfinnee ajandaa marii biyyaalessaa keessaa tokko | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:08
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Oromiyaan Finfinnee irratti faayidaa seeraan maluuf argachuu waan qabduuf dhimmi kun ajandaa Marii Komishinii Biyyaalessaa keessaa tokko jedhu Kantiibaan Finfinnee.
Ammaaf waan hojjetamaa jiru fi kaan irratti akkasiin ibsan.
Subscribe 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkas...
- Title
- 'Filannoon Itoophiyaa taphadha' - Pirof. Mararaa Guddinaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:02
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Mootummaan Ministira Muummee Abiy Ahimad filannoo biyyaalessaa Itoophiyaan sirna ijaarsa biyyaa kan itti jabeessinu jedhaniiru.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dura taa'aan Paartii mormituu, Kongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO) Pirof. Mararaa Guddinaa garuu cimsanii qeequ.
Filannoo miti ''taphadha'' jechuun dubbataniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kun...
- Title
- Filannoo Itoophiyaa guyyoota muraasni hafe ilaachisuun Pirof. Maraaraan maal jedhan?
- Runtime
- 20:13
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har'aatiin;-
- MM Abiyi Ahimad eebba buufata xiyyaaraa Nagallee Booranaarratti dubbii dubbatan.
- Filannoo Itoophiyaa guyyoota muraasni hafe ilaachisuun Pirof. Maraaraan maal jedhan?
- Dhuguma malaanmaltummaan Finfinneetti hammaatee?
Odeeffannoo biroollee qabna, dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Namoota siyaasaa gameeyyii filannoo Itoophiyaa hin dorgomne | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:35
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Itoophiyaan filannoo marsaa 7ffaaf qophaa’aa jirti. Filannoon kuni eega MM Abiy aangotti dhufan yeroo lammataaf taasifama.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Akkuma filannoo marsaa jahaffaa yeroo rakkoon nageenyaa bakkeewwan biyyattii garagaraatti jiruutii adeemsifama.
Haa ta'u malee, namoonni siyaasaa gameessi kanneen akka Obbo Daawud Ibsaa, Pirof, Mararaa Guddinaa, Obbo Getaachaw Raddaa fa'i hin dorgoman.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan k...
- Title
- Filannoo tokko, siyaasa lama: Filannoo Itoophiyaarraa maal eegnu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:24
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa 7ffaa guyyoota muraasa booda gaggeeffama.
Lammiileen miiliyoona 50 ol ta’an sagalee kennuuf akka galmaa’an Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksiseera.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
MM Abiy Ahimad filannoon kuni dimookiraasii ceessisuuf gargaara yoo jedhan Dura Taa’aan KFO Pirof. Mararaan immoo ‘tapha’ jedhu.
Addi Bilisummaa Oromoos yoo irra aane waan dargaggootaaf raawwatu ibseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaani...
- Title
- Iid Mubaarak! Eessatti, akkamiitti dabarsaa jirtu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:39
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Iid Mubaarak!
Eessatti, akkamiitti kabajaa jirtu?
Kan hordoftoonni keenya ardii hundarraa nuuf ergan daawwadhaa!
Keessanis suuradhaan as jalaatti maxxansaa!
Subscribe 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
TikTok keenna hordofaa: https://acesse.one/3s5deq4
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BB...
- Title
- 🥳🥳🥳🥳 Gama TikTok dhufneerra! Nu simadhaa 🤗🤗🤗| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:19
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- BBC Afaan Oromoo qe'ee TikTok dhufeera.
Asi tuqaa nu hordofaa https://acesse.one/3s5deq4
Yaada keessan nuu qoodaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉...
- Title
- Oromiyaa fi Finfinneen har'a akkamiitti waliin jiru? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:50
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech deebii kennaniiru.
Daawwadhaa: subscribe 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 h...
- Title
- Kantibaan magaalaa Finfinnee waa'ee qonnaan bultoota buqqa'anii maal jedhu?
- Runtime
- 20:16
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa !
Sagantaa har'aan;-
- Kantibaan magaalaa Finfinnee jijjirama magaalichatti fiduun maqaan isaanii kaafamuu gaaffillee dhiyeessineef deebii laatu.
- Magaalaa Ambootti manni lafa investimeetiif diigamaa ture akkamiin lubbuu nama lamaa galaafate?
- Waraanni Ameerikaa haleellaa haaraa Iraanirratti raawwachu fi Iraan deebii kennuuf dhaadachuu, odeeffannoo ispoortiis qabna.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Oolmaa Aadde Adaanech waliin: Gola Finfinnee daawwachaa gaaffii keessaniif deebii argattu
- Runtime
- 1:17:31
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Godina Arsii Aanaa Asakoo keessatti dhalatanii kan guddatan Aadde Adaanach Abeebee, dubartoota dirree siyaasaa Itoophiyaa keessatti adda durummaan mul'atan keessaa tokko.
Turtii addatti BBC waliin taasisaniin dhimma maatii, misooma, qonnaan bultoota fi rakkoolee magaalaa Finfinnee haasa'aniiru. Dhimmoonni ijoon af-gaafichaa akka itti aanutti qindaa'era.
'Subscribe' 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Dhiheessituu: Aslii Galgaloo
Qopheessaa: Habtaamuu Xibabuu
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu Sur-Sagalee: Aslii Galgaloo
Ediitara: Birhaanuu Gammachuu
File footage: Addis Media Network
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii f...
- Title
- Oolmaa Aadde Adaanech waliin | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:13
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Oolmaa Aadde Adaanech waliin: Gola Finfinneefi waa'ee Kantiibaashee, kan kanaan dura hin dhaga'amin.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
F...
- Title
- Isaayaas Afawarqii Ameerikaa cimsanii qeeqan
- Runtime
- 20:33
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa !
Sagantaa har'aan;-
-Isaayaas Afawarqii yeroo Ameerikaan qoqqobbii Ertiraarra kaasaa jirtutti Ameerikaa cimsanii qeeqan.
Waa'ee Itoophiyaa maal jedhan?
- Baqattoonnii Itoophiyaa Masrii keessa jiraatan mana hidhaatti nu funaana jiru jechuu.
Odeeffannoo ispoortis qabna, nu hordofaa
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
- Title
- Guyyaa walabummaa Ertiraa 35ffaarratti Isaayyaas waan hin eegamne dubbatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:43
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Guyyaan walabummaa Eertiraa bara kanaa wayita US qoqqobbii Asmaraarra jiru kaasuuf murteessitetti kabajame.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
US hariiroo Eertiraa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu wayita ibsaa jirtu kanatti pireezidant Isaayyaas Afawarqii akkuma yeroo kaanii bulchiinsa US qeeqaniiru.
Wanti jedhan maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni ka...
- Title
- Arsenaal yeroo xumuraaf erga waancaa kaase maaltu jijjiirame? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:03
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Arsenaal yeroo xumuraaf waancaa Pirimeer Liigii Ingilizii kan kaase waggaa 22 dura bara 2004 ture.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroos yeroo ammaa jifataan ijoo Arsenaal, Bukaayoo Saakaan, afaan hin hiikkanne.
Obbo Mallas Zenaawwii immoo Itoophiyaa bulchaa turan. Yeroos Facebook reefu eegala, Sudaan lamatti hin baane.
Eegasii addunyaarratti maaltu akka jijjiirame? Viidiyoon kuni seenaa hima, daawwadhaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Vi...
- Title
- Itoophiyaan ulaa galaanaa ilaalchisee Masrii maal himatte? /BBC Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:14
- Date posted
- 4 months ago
- Description
- Ashamaa!
Sagantaa har’aa keessatti;-
- Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masriin dhama'aa jiraachuu himachuu.
- Naannoo Tigraayitti manneen barnootaa sababa maaliif dafani akka cufamaa qondaala naannichaa iyyaafanne.
- Waa’ee dhagaa Geedi’otti maalummaan isaa sirriitti hin beekamneerratti gabaasa qabna.
Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa!