BBC News Afaan Oromoo
Israa’el fi Iraan humna waraanaan wal gituu? | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Israa’el fi Iraan humna waraanaan wal gituu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:23
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Israa’el Iraan irratti haleellaa erga jalqabdee guyyaa ja'a ta’eera. Kana hordofee Tehraan Israa'eliif deebii kennuuf haleellaa misaa'elii walirraa hin cinne itti dhukaaste.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/3TiReOV
Garuu humna waraanatiin Iraan moo Israa'elitu caala? Daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Af...
- Title
- BBC Afaan Oromoo YouTube eegale | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:58
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
#BBC #BBCAfaanOromoo #Oromoo #BBCNewsAfaanOromoo
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://bbc.in/45VGAoA
Facebook 👉🏽 https://bbc.in/44jw...

