BBC News Afaan Oromoo
Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 05, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 05, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:08
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Ministirri Muummee Abiy Ahimad kanneen nama butanii dararan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu marii qaamolee nageenyaa waliin taasisan irratti dubbatan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Itoophiyaan eebbas Hidha Haaromsaaf qophoofteetti.
Masrii waliin falmii itit fufeerratti miidiyaarratti Afaan Arabaan kan falmu Miseensi Paarlaamaa Itoophiyaa Mohaammad al - Aruusii keessummaa keenya.
Waa'ee Goobee, Shinooyyeefi kaanis jiru.
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7G...
- Title
- Dargaggoonni uffata aadaan faayamanii Goobeefi Shinooyyee sirbaa jiru | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:21
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Goobeefi Shinooyyeen aadaa dargaggoonniifi shamarran osoo waqtiin Birraa hin seeniin walitti dacha'anii qe'eefi ganda/magaalaa keessa deemuun itti sirbanidha.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Aadaan amma dagatamaa dhufe kun yeroo shamarraniifi dargaggoonnillee bilisaan bahanii sirban waan ta'eef gammachuu addaa isaaniif kenna.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan walii...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 04, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:07
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan eebba Hidha Haaromsa Guddichaaf yeroo qophaa'aa jirtutti, Masriifi Sudaan 'yaaddoo' himatan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Masriin ammaan achi maal gochuu dandeessi? Keessummaa afferreerra.
Mootummaan Ertiraa aangawoota Paartii Badhaadhinaa himate. Maaltu jedhame?
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #oduu_afaan_oromoo
- Title
- Chaayinaan meeshaa waraana ammayyaa haaraa agarsiisuufi hiikasaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:34
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Chaayinaan meeshaalee waraanaa ammayyaa agarsiisaaf dhiheessiteetti.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Sagantaa kanarratti Pirezidantiin Raashiyaa Vilaadimir Putiin fi Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un argamaniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gu...
- Title
- 'Feestaala gurgurtee biyya nuuf ijaarte naan jedhu' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:53
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Maanguddoon qinxaaboo cilee fi pilaastika gurguruun Hidha Haaromsaatiif waggoota 14'f tumsan seenaa himan qabu.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haatii kun jalqabaa hanga dhumaa ijaarsa hidha kanaatti dadhabbiifi nuffii tokko malee kutannoodhaan tumsa kanneen taasisaa turan keessaa tokkodha.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif u...
- Title
- Bunaafi Shaayee keessaa kamtu faayidaa caalu qaba? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:05
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Bunni fayyaa keenyaaf bu'aa olaanaa akka qabu beekamaadha, haata'u malee miidhaas ni qabaata.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Shaayeenis akkasuma, garuu bunaafi shaayee keessaa kamtu caala?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ...
- Title
- "Kutaa ciisichaa nattifakkaatee mana fincaanii keessa rafe" | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:30
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Namoonni yeroo hunda jireenya fooyya'aa barbaaduuf ykn sababoota garaagaraaf biyya ofiitii baqatu.
Imala kana irratti waan hedduutu isaan mudata. Ati godaantee ykn baqattee beektaa?
Mudannoon yoomiyyuu hin daganne maali?
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC ...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 03, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:03
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuu aangoo gadhiisuun dhimma ijoo sagantaa raadiyoo keenya har'aati.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Ajjeechaan Abee Dongoroo, harmee cilee gurguraa Hidha Abbayyaa waggootaaf tumsan, lammii Itoophiyaa 'si'a saddeet' karaa seeraan alaa gara biyyoota Arabaa deddeebi'eefi kaanis jiru.
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dargaggeessi kun maaliif Sa'uudii Arabiyaa seenuuf lubbuusaa balaaf saaxila? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:58
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Huseen Ahimad jedhama. Bara bulchiinsa MM Mallas Zeenaawwii irraa kaasee Sa'uudii Arabiyaa deemaa ture. Haata'u malee jireenya foyyeffachuu hin dandeenye.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo torba qabamee biyyaatti deebifame. Bara 2020 akkuma Sa'uudiitti deeebi'een hidhamee waggaa shan mana hidhaa ture.
Ebla bara 2025 gara Itoophiyaa deebisan. Ji'a sadiin booda ammas Sa'uudii seenuuf daangaa Yaman jira. Seenaasaa daawwadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromoo...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 02, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:16
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- 'Buufanni xiyyaaraa Yaaballoo kan paayileetii ta'u fedhaniif ulaa bana' | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 14:05
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Buufanni xiyyaaraa Yaaballoo dhuma torbee darbeetti eebbifame uummata Oromoo Booranaa biratti gammachuu guddaa uumeera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhiheessaan: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
Wayita Ministirri Muummee Itti Aanaa, Obbo Tamasgeen Xurunaa fi Pirezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, aanga'oota mootummaa olaanoo kaan waliin ta'uun pirojektii kana eebbisiisuuf garas imalan hawaasa naannochaa akka gaariitti simatan.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga sa...
- Title
- Taphattoota shan gatii qaaliin bitaman kanneen beektuu?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:24
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphni Pirimeer Liigii Ingilaand torban sadaffaan Arsenaal dirree liiverpuul irratti 1-0 injifatameera.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Tapha torban kanaan maaltu eegama?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 01, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 23:27
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Arsenaal shaampiyoonaa bara kanaa ta'uu ni danda'aa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:44
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphni Pirimeer Liigii Ingilaand torban sadaffaan Arsenaal dirree liiverpuul irratti 1-0 injifatameera.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Tapha torban kanaan maaltu eegama?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
...
- Title
- Abbayya kan hiite Itoophiyaan dubbii Masrii akkam gooti? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:00
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan Hidha Abbayyaa irratti Masrii waliin mari'achuuf ammalleen qophii ta'uu beeksiste.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Itoophiyaan hidha Laga Abbayyaarratti waggoota 14'n darbaniif ijaarte Fulbaana 09, 2025 akka eebbisiistu beeksisteetti.
BBC'n Ministira Bishaaniifi Inarjii Itoophiyaa Dr Haabtaamuu Ittafaa waliin turtii taasiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu kees...
- Title
- ‘Hiibboo’ - Weellisaa Leencoo Guddinaan maal gaafata? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:38
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Weellisaa Leencoo Guddinaa albama haaraa ''Hiibboo'' jedhu ummataaf qophesseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Weellisaan kuni kana dura sirboota jaalalaa ''Siin mararuu'', ''Siin baasu'', akkasumas ''Na komattaaree'' jedhaniin beekamtii horate.
Leencoon eenyudha? Akkamiin yeroo gabaabaatti milkaa'e? Addatti, BBC Afaan Oromoo waliin turtii taasiseera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscr...
- Title
- Hordoftoota YouTube 50,000 tarre | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:53
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Hordoftoonni BBC Afaan Oromoo baay'ee galatoomaa. YouTube BBC Afaan Oromoo yeroo gabaabaatti hordoftoota 50,000 ol horate.
Yoo 'subscribe' hin goone ammuma tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kunimmoo tumsaafi deeggarsa keessaniin milkaa'e. Ammallee viidiyoo keenya daawwadhaa, jaalladhaa akkasumas waliif qoodaa.
Si'achi kana caalaa horannee waliin imaluu barbaanna. Ulfaadhaa!
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochu...
- Title
- Miseensonni paarlaamaa maaliif wal haleelan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:12
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Mootummaan Meeksikoo gara waggoota 20'f wanbadoota gurguddoo qoricha sammuu namaa hadoochu gurguran ykn 'drug cartels' dhabamsiisuuf duula gara garaa gaggeessaa ture, garuu milkaa’uu hin dandeenne.
Amma Ameerikaan gidduu seenuu barbaaddi.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaal...
- Title
- Liivarpuul moo Arsenaalitu mo'ata? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:26
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirimeer Liigiin Ingilizii torban sadaffaan shaampiyoonaa bara darbe Liivarpuul fi Arsenaal walitti fideera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kilaboonni lamaanuu taphoota liigii baranaan taphatan lama injifachuun qabxii jaha walitti qabaniiru.
Kanaafuu, morkiin isaanii eegama.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggars...
- Title
- Hordoftoonni keenya YouTube galatoomaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:24
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Hordoftoonni BBC Afaan Oromoo YouTube gubbaa 50,000 caalan. Baay'ee galatoomaa. Yoo 'subscribe' hin goone, ammuma godhaa.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Namoota beektaniifis qoodaa, jaaladhaa, yaada kennaa. Waan yeroo hundaa nu bira dhaabbattaniif galata nubiraa qabdu.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadh...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 29, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:07
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Rakkoon Maanchiister Yunaayitid maali? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:32
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphni Pirimeer Liigii Ingilaand torban sadaffaan galgala kanaa jalqabee itti fufuun ni taphatama.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Tapha torban kanaan maaltu eegama?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Mars...
- Title
- Cidha keessummaan hin eegamin irratti argame | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:34
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Kun waan ajaa'ibaa! Billaachi cidha irratti argamuun waan argisiisu qabaa?
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yukireen magaalaa Kameliniskiitti osoo missirroon kakuu gaa'elaa waliif galaa jiranii billaachi dhufte isaanitti marsite.
Marsuu qofa miti.......
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 28, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:41
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Itoophiyaan Fulbaana 9 Hidha Haaromsaa eebbisisuufi | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:54
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan Hidha Haaromsa Guddicha Laga Abbayyaarratti waggoota 14'n darbaniif ijaarte Fulbaana 09, 2025 akka eebbisiistu beeksiste.
Kora Jijjiirama Qilleensaa Afrikaa Lammaffaa Finfinneetti adeemsifamu ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin Keeniyaatti Ambaasaaddara Itti Aanaa Itoophiyaa kan ta'an Ambaasaaddar Dammaqe Axinaafuu hidhi haaromsaas wayituma kana akka eebbifamu ibsaniiru.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidi...
- Title
- Afrikaan bal'oo, kaartaan maaliif xinneessa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:33
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Kaartaan addunyaa bal'ina Afrikaa isaa sirrii ta'e hin argisiisu. Maaliif?
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhiheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaa...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 27, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:41
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Ajab! Maanguddoo kuntaala ol kaasan walbaraa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:05
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Isin meeqa ol kaaftu? Maanguddoon Hindii kuni umriin isaanii 70 dha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Ammoo jaboodha. Ulfaatina 100kg ol jechuunis kuntaala tokko caalu ol kaasu.
Sababni kana kaasaniif immoo dhibee isaan qabe ofirraa qolachuufi.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan...
- Title
- Afrikaan guddaadha, kaartaan addunyaa maaliif xinneesse? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:37
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Gareewwan Afrikaa keessatti dhiibbaa uuman duula ‘Kaartaa Afrikaa Sirreessaa’ jedhu gaggeessaa jiru.
Gamtaan Afrikaalleen duula kana deeggaraa jira.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnu...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 26, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:09
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Battala helikoptarri bishaan keessatti caccabde | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:27
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Hojjettoonni helikoptaraa Faransaay xiyyaar-samiin ittiin imalaa turan haroo keessa erga kuftee caccabde booda lubbuun oolan.
Helikoptarri kuni ibidda saafaa dhaamsuuf bishaan waraabuu dhaqxuus, to’annoon ala ta’uutu gabaafame.
Ibsi aangawooti baasan akka agarsiisutti, balaliisaa, qondaala irra turaniifi namni ijaan arge miidhamanii hospitaala geeffamaniiru.
Lubbuun namaa darbe garuu hin jiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii k...
- Title
- Leencoo Guddinaan yeroo gabaabaatti akkamiin milkaa'e?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:07
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Walleewwan qabiyyee, jaalalaa qaban weellisuun kan beekamu Artist Leencoo Guddinaa tibbana albama 'Hibboo? ' jedhu gadhiisuuf jedha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Gaaffii fi deebii addatti BBC waliin taasiseen waa'ee albama isaaf kanneen biroo gaaffii gaafanneerra, itti dhihaadhaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessa...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 25, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:06
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dorgommii sodaachisaa qileerra taasifamu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:43
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Biyya Chaayinaatti dorgomtonni biyyoota adda addaarraa walitti dhufan wadaroo qileerra hidhameerra tarkaanfachuun dorgomaa jiru.
'Subscribe' tolchuuf 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Qileen kuni asiin gadii 400m fagaata. Gadi kufnaan lubbuun hafuun shakkisiisa.
Foo'aa ykn wadaroon irra deeman immoo 2cm qofa bal'atti. Wadaroon kuni asiin achi 1km caalaa fagaata.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galato...
- Title
- Lammii Ameerikaa baadiyyaa Jimmaa jiraachuu filatte | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:19
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Iizii Muleensii jedhamti barsiistuu fayyaa hawaasaati. Lammii Ameeriikaa yo taatu hawaasa baadiyyaa Jimmaa waliin waggaa tokko oliif jiraatteetti.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Afaan Oromoo dubbachuun hawaasa baadiyyaaf tajaajila fayyaa gahaa laachaa turte, BBC tti waan himte qabdi hordofaa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessani...
- Title
- Hakiimonni heedfoonii fayyadamuu maaliif dhorku? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:11
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagalee jeequ akka nurraa dhorkaniif heedfooniin jechuunis meeshaan gurratti godhannu baay'ataa dhufaniiru.
'Subscribe' tolchuuf 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Namoonni kanneen yeroo dheeraaf fayyadamanis jiru. Heedfooniiwwan qalbiin akka caqasnu nu gargaaru.
Haa ta'u malee, miidhaa qabu jedhu ogeeyyiin. Miidhaa akkamiiti?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnu...
- Title
- Daa'ima herreega sammuun shallaguu walbaraa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:21
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Daa'imni waggaa torbaa kuni lammii Afgaanistaanidha. Yeroo ammaa Paakistaan jiraata.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Sammuu isaatiin shallaga herreeguun ajaa'iba jedhamaa jira. Inumaa namaa miti kuni kaalkuleetara jechaanii jiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas C...
- Title
- 'Aartii yeroo jalqabne warri ABO dhufan nuun jedhu ture' - Artist Abbabach | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:05
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Tiyaatiroota Afaan Oromoo takka ifaa takka dhaaman keessatti yeroo dheeraaf hirmaatteetti.
Artist Abbabach Ajjamaa taphoota gaggabaaboo yeroo ayyaanaa hojjettuun karaa foddaa televizhinii keenyaan mul'attee bashannan nuu arjoomteetti.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Waa'ee aartii, akkamiin akka eegalteefi muuxannooshee BBC'tti himteetti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessa...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 22, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:20
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Tilmaama taphoota Pirimeer Liigii torban kanaa | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:51
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphoonni Piriimer Liigii Ingilizii torban lammaffaa Jimaatarraa eegala. dorgommii 2025/26 Jimaata eegala.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Taphaa torban lammataan morkiin Maanchistar Siitii fi Tootanihaam haal,aan eegama.
Xiinxalaan kubbaa miilaa BBC Sport, Kiriis Suutan, taphoota kana tilmaameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taas...
- Title
- Pirimeer Liigii torban kanaan qophiin kilabootaa maal fakkaata?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 21:02
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphni Pirimeer Liigii Ingilaand torban lammaffaan galgala kanaa jalqabee itti fufuun ni taphatama.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Tapha torban kanaan maaltu eegama?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Mar...
- Title
- Gaaffiin ulaa galaanaa Itoophiyaa eessa gahe? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:29
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan waggaa dura dhimmi ulaa galaanaa ''dhimma jiraachuufi dhabuuti'' jechuun labsite.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Eegasii maaltu ta'e? Gaaffiin kuni maalirra gahe?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 21, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 21:12
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dubartii ganna 70 dhukkuba dugdaaf KG 100 ol kaastu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:20
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dubartiin ganna torbaatama tun sochii qaamaa dalaguun ulfaatina kiiloo giraama 100 ol kaasti.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhiheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
Qopheessituun: Cagil Kasapoglu
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC A...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 20, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:33
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Itoophiyaan ulaa galaanaa gaafachuun maal buufatte? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 25:26
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaan waggaa dura ulaa galaanatti ishee baasu akka barbaaddu erga ifa gootee booda biyya keessa gammachuu, biyyooti ollaammoo muddama seenaniiru.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Waggaa booda gaaffiin ulaa galaana Itoophiyaa maal milkeesse? Gaaffiin Itoophiyaa yoom deebi’a?
Imalli Galaana Diimaatti bahuu walakkaa ol deemeera jedhame maal jechuudha?
Qopheessitoonni: Ammayyuu Ittaanaafi Hiikaa Fiixasaa
00:00 Seensa
01:30 Itoophiyaan ulaa gaafachuun maal milkeessite?
08:13 Imala Galaana Diimaa Itoophiyaa
13:23 Gaaffiin ulaa Itoophiyaa eessa gahe?
17:10 Itoophiyaa ulaa maaf barbaadde?
22:19 Gaaffiin ulaa Itoophiyaan yoom milkaa'a?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirr...
- Title
- Tiraamp maaliif suufii Zeleniskii jajatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:10
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Uffanni Zeleniskii ammas dubii ijoo ta'eera. Tiraamp maaliif suufii isaaf jajatan?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Faceboo...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 19, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dhimmi uffannaa Zeleniskii maaliif ijoo dubbii ta'e? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Yukireen Volodmiir Zeleniskiin marii Doonaald Tiraamp waliin taasiseera.
Garuu ammallee dubbiin uffannaa ka'e ture. Maaliif?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadha...
- Title
- Battala xiyyaarri muddame kufee caccabu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:31
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Kuni battala xiyyaarri Awustiraaliyaa keessatti muddama keessa ture dirree golfii itti taphatanirratti qubatedha.
'Subscribe' tolchuuf 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Balalisaafi barataan keessa turan miidhaan jabaa osoo irratti dhaqqabiin oolaniiru.
Viidiyoon waraabame dirree golfiirratti gad jedhee balali’aa ture lafatti yeroo of dhahu mul’isa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imal...