BBC News Afaan Oromoo
Tiraamp maaliif suufii Zeleniskii jajatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Title
- Tiraamp maaliif suufii Zeleniskii jajatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:10
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Uffanni Zeleniskii ammas dubii ijoo ta'eera. Tiraamp maaliif suufii isaaf jajatan?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Faceboo...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 19, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dhimmi uffannaa Zeleniskii maaliif ijoo dubbii ta'e? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Yukireen Volodmiir Zeleniskiin marii Doonaald Tiraamp waliin taasiseera.
Garuu ammallee dubbiin uffannaa ka'e ture. Maaliif?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadha...
- Title
- Battala xiyyaarri muddame kufee caccabu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:31
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Kuni battala xiyyaarri Awustiraaliyaa keessatti muddama keessa ture dirree golfii itti taphatanirratti qubatedha.
'Subscribe' tolchuuf 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Balalisaafi barataan keessa turan miidhaan jabaa osoo irratti dhaqqabiin oolaniiru.
Viidiyoon waraabame dirree golfiirratti gad jedhee balali’aa ture lafatti yeroo of dhahu mul’isa.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imal...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 18, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:29
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dureeyyiin afran qabeenya Afrikaa walakkaa ol qaban eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:14
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Qabeenyi biliyeenaroota Afrikaa afur qofti giddu-galeessaan dolaara biliyoona 57.4 ta'a. Kun ammoo walakkaa qabeenya ummata Afrikaa miliyoona 750 ta'u ni caala.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif...
- Title
- 'Atis nama' - Garee harka qalleeyyii gargaaru duuba seenaa jiru | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 6:06
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dhaabbanni 'Atis Nama Chaaritii' hiriyyoota sadiin hundaa'e. Harka qalleeyyii, qaama miidhamtoota, abbaafi haadha kan hin qabne akkasumas kanneen jiruun itti hadhaaye bira dhaabatu.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo gabaabaa dura hundaa'anis maqaa gaarii horachuufi hojiin isaanii mul'ataa akka jiru miseensa dhaabbatichaa keessaa tokko BBC'tti himeera.
Naqamteetti giddugala namoonni itti gargaaraman ijaaruufis yaada qabu. Waan itti jiran, danqaa isaan mudate, akkasumas karoora isaanii iyyaafanneerra.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga s...
- Title
- Sababa giddu seentummaa Ameerikaan waantota mudatan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:28
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Seenaan akka mul'isutti wayita US maqaa ''rakkoo furuu'' jedhuun dhimma biyyoota kaanii keessa seentu wanti hundi akka karooraatti deemaa hin turre,
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
yeroo garii inumaa giddu-seentummaan US haalota daran hammeessa. Taateen tibbana Iraanitti mudate US ammallee imaammata giddu-seentummaa dhimma biyyoota alaatti cichitee jiraachuu mul’isa.
Kan Dhiheesse: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi ...
- Title
- Putiin Tiraampitti Afaan Ingilizii dubbachuun ijoo dubbii ta'e | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:13
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Raashiyaa Vilaadimir Putiin Afaan Ingilizii yoo dubbatan dhagahun waan hin baratamne.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Tibbana Pirezidantii Ameerikaa Donaald Tiraamp waliin dhimma waraana Yukireen dhaabsisuun danda'amurratti mari'ataniiru.
Marii booda ibsa yeroo kennan ture Afaan Ingiliziin waan gabaabaa dubbatanii ijoo dubbii kan ta'an.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe ...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 15, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:33
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Tilmaama taphoota Pirimeer Liigii Ingilizii | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:51
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphoonni Piriimer Liigii Ingilizii bara dorgommii 2025/26 Jimaata eegala.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Torban kana taphni eegamu mormii Maanchistar Yunaayitid Arsenaal waliin taasisudha.
Xiinxalaan kubbaa miilaa BBC Sport, Kiriis Suutan, taphoota kana tilmaameera.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessa...
- Title
- Kiyyaa Sanyii: Dargaggoo humna aduun US waliin gahe | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:31
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Tapha Piriimer Liigii 2025/26 jalqabeen eenyutu milkaa'a? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 27:22
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphni piriimiyer liigii ingilaand eegaluuf torban tokko qofatu hafe.
Jijjiirraan taphattootaa ganna kanaas itti fufeera. Kilaboonni qaawwa bara darbee guuttachuuf tattaafachaa jiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu hanga ammaatti eenyutu eenyuun mallatteessifate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC A...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 14, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:17
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Kiyyaa Sanyii: Injinara ‘Aduu Soolaar' hundeesse | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 11:21
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Magaalaa Naqamteetti dhalatee kan guddate Kiyyaa Sanyii umrii dargaggummaan gara Yunaayitid Isteets deeme.
Achiitti baratee amma dhaabbata anniisaa soolaaraa kan ofii hundeessuun US keessatti hojjechaa jira.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessaa: Zalaalam Taaddasaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif gala...
- Title
- Wallee 'Kaamolee' jedhuun kan jaallatame Ibroo Ibsaa eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:56
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Itoophiyaan akkamiin ulaa galaanaa dhabde? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Itoophiyaaf ulaan galaanaa haaraa hin turre, waggootaaaf buufata Asab fi Mitsiwwaa fayyadamaa turte.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, waggoota 30 dura ulaa galaanaa ofii dhabuun buufata doonii Jibuutii kiraan fayyadamaa jirti.
Itoophiyaan akkamiin ulaa galaanaa dhabde? Ertiraan maaliif gaaffii Itoophiyaaa mormiti?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galat...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 13, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:14
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Wallee 'Kaamolee' jedhuun kan jaallatame Ibroo Ibsaa eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:30
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Walleewwan warraaqsaa, kan aadaa fi jaalalaan kan beekamu weellisaa Ibroo Ibsaa tibbana wallee mata duree ‘Kaamolee‘ jedhuun baase mata duree oduu ta’eera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Walleen kun guyyoota muraasa keesatti YouTube dabalatee miidiyaalee hawaasummaa hedduurratti jaallatameera.
Walleen kuni waa'ee maaliiti? Ofii weellisaan kun walleen isaa kun akkas ni jaallatama jedhee eegeeraa?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwa...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 12, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:45
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Nyaachaa buna dhuguun rakkoo fayyaa qabaa? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:08
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Osoo nyaata nyaatanii buna dhuguun hawaasa keessatti waan baramedha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimma kanarratti saayinsiin maal jedha?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii ...
- Title
- Ajjeechaan namoota nagaa Oromiyaatti maaliif xumura dhabe? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 7:42
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Godina Gujii Aanaa Sabbaa Boruu Ganda Siree Buqqeetti dubartiin ulfa ji'a sagalii oyruu keessatti rasaasaan ajjeefamuun dheekkamsa kaaseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Walitti bu’iinsa waggoota jaha oliif Naannoo Oromiyaa keessa adeemaa jiru lubbuu hedduu galaafate, hedduunis miidhaman. Kaan qe’eerraa buqqa’an.
Jiraattonni rakkoon nageenyaa jiruufi jireenya, wal keessa deemuu, owwaalcha, hojjetanii nyaachuufi kaanittis qormaata ta’u dubbatu.
Kan dhiheessite: Asli Galgalo
Qopheessaa: Ammayyuu Ittaanaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaale...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 11, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:20
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Dhiphina dandamachuuf maal gochuu qabna? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:36
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Hundi keenya yaaddoo qabna, kun immoo waanuma jirudha.
Garuu yeroo wanti baay’ee guddaa ta’ee sitti dhaga’amu to’achuun waan hin danda’amne sitti fakkaachuu danda’a.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo baay'ee hamaa ta'e keessa jiraachaa jirta ta'a. Garuu akkamiin furta?
Kan dhiheesse: Hamzaa Huseen
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti gabaasaalee viidiyoo madaalawaa argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda Afaan Oromootiin asiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya 'Subscribe' ...
- Title
- Abbaan warraa Koonsoo maaliif ala bula? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:40
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Koonsoo keessatti yoo haati warraa deessu abbaan manaa guyyaa sanirraa kaasee mana hin bulu. Mana mooraa kana keessa bula.
Aadaan kuni mala aadaa warri Koonsoo osoo malli ittisa ulfaa ammayyaa hin dhufin dura jaarraa hedduuf dhimma itti bahaa turanii fi ammalleen fayyadamani.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kaameraa: Habtaamuu Xibabuu
Gulaallii sur-sagalee: Habtaamuu Xibabuu
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaan...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 08, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:01
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Taphni piriimerliigii Ingilaand eegaluuf torbee tokkotu hafa| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:39
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Taphni piriimiyer liigii Ingilaand eegaluuf torban tokko qofatu hafe.
Jijjiirraan taphattootaa ganna kanaas itti fufeera. Kilaboonni qaawwa bara darbee guuttachuuf tattaafachaa jiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu hanga ammaatti eenyutu eenyuun mallatteessifate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC A...
- Title
- Karoora Israa’el Gaazaa dhuunfachuu maal beekna?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:54
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Kaabineen nageenyaa Israa'el karoora magaalaa Gaazaa to'achuu raggaasiseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kana hordofee Israa'el keessatti ''mormiin ummataa guddaan'' uumamaa jira.
Biyyoonni addunyaa kaanis mormaniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaana...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 07, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:58
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Biyyoonni gar tokko akkamiin nikulara qabaatan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:04
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Lakkoofsi biyyoota bara 1960 keessa nikulara qaban shan qofaa turan.
Ta'us, lakkoofsi biyyoota kanaa dabaluu danda'a jechuun Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii (UN) yaadda'e.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Adeemsi kuni gara waligalteetti geesse. Ta'us, kanneen hin mallatteessine jiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, de...
- Title
- Masjiidni Al- Aqsaa maaliif falmisiisaa ta'e? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 5:59
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Mooraan Masjiid al-Aqsaa Muslimoota biratti iddoo qulqulluu jedhamuun beekama. Filisxeemonni iddoo duudhaa ganamaati jechuun iddoo kanarratti aarsaa kaffalu. Warri Yihuudotaas abbummaaf falmatu.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yihudoonni bakka manni qulqullummaa Salamoon tokkoffaafi lammaffaan tureedha jedhanii waan amananiif iddoo guddaa itti kennu.
Kan dhiheesse: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaa suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hun...
- Title
- US maaliif Jaappaan haleelte? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 0:51
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sababa haleellaa US waggaa 80 dura magaalota Jaappaan lama irratti raawwatteen biyyattii keessatti hanga yeroo dhiyootti daa'imman qaama hir'uu ta'anii dhalatan hedduu akka ta'an ragaaleen ni ibsu.
Haleellaan sun garuu maaliif ta'e?
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC A...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 06, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:01
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Israa'el attamiin hundoofte? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:04
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
- Title
- Nikulara Ameerikaan waggaa 80 dura Jaappaanitti dhukaaste | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 8:09
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Erga Ameerikaan haleellaa nikularaa magaalota Jaappaan irratti raawwatee har'a waggaa 80 guute.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Jaappaan waggaa waggaan yaadannoowwan 'lubbuu namoota haleellaa boombii balaafamaa sanaan dhuman yaadachuufi ''nagaa addunyaaf kadhachuuf'' sagantaa yaadannoo qopheessiti.
Kan dhiheessite: Asilii Galgaloo
Kaameraa: BBC News
Gulaalaaltun suur-sagalee: Asilii Galgaloo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoow...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 05, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:03
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Filisxeem biyya ta'uf maaltu barbaachisaan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:24
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Biyyoonni Lixaa kanneen akka UK, Faransaay, Kanaadaa fa'i Fulbaana keessa bulchiinsaa Filisxeemiif beekkamtii akka kennuuf jedhan dubbataniiru.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kana duras, biyyoonni danuu Filisxeemiif beekamtii kennaniiru. Garuu, biyya ta'uf ulaagaan guutuu qabdu maali?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keess...
- Title
- Warri Yihuudotaa akkamiin biyya ijaarratan? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 9:10
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Lolli Israa’elii fi Filisxeem lubbuu namoota kuma kudhaniin lakkaa’aman galaafatee, namoota miliyoona hedduu qe’ee isaanii irraa buqqise.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Lolli garmalee balaa hamaa qabu kun, yeroo dheeraa fudhachuun, addunyaarratti gita kan hin qabnedha. Ka’umsii lola kana garuu maalii?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin ta...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 04, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:02
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Ministirri nageenya Israa’el al-Aqsaa seenuun sagadan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 3:32
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Ministirri Nageenya Israa’el masgiida qulqulluu al-Aqsaa Yerusaalem keessatti argamu seenun sagadan. Kun ammoo immaamta Israa’elinuu, amantaa fi seeralleen dhorkaadha.
Kanaaf gochi isaanii kun aarii guddaa kaase.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Kan dhiheessite: Asilii Galgaloo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaaltun suur-sagalee: Asilii Galgaloo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya sub...
- Title
- Dargaggoota Israa'el sababa Gaazaan loltummaa didan | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:23
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dargaggoonni Israa'el waan Gaazaa keessa adeemaa jiru duguuggaa sanyiiti himannaa jedhuun tajaajila loltummaa didaa jiru.
Subscribe nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, mootummaan Israa'el himannaa kana ni morma.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argat...
- Title
- Dargaggoo Itoophiyaa muka soofee gitaara ammayyaa hojjetu | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:47
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Dargaggoo Muluqan Boonoo, Kibba Itoophiyaa magaala Arbaa Miinc keessatti dhalatee guddate.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Ijoollummaarraa kaasee sagalee gitaaraa mana amantaa keessatti dhagahuu qalbii isa hawwata ture.
Ta'us, manneen amantaa keessa hanqinni gitaaraa arguu erga hubatee booda ofii hojjechuu eegale.
Kaameraa: Habtaamuu Xibabuu
Gulaallii sur-sagalee: Habtaamuu Xibabuu
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwa...
- Title
- Biyyoota meeqatu Filisxeemiif beekkamtii biyyummaa kenne? Kan didanihoo?| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:14
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Kaanaadaan Filisxeemiif beekamtii biyyuummaa akka kennitu erga dubbattee sa'aatii 12 booda Pireezidantiin Ameerikaa Donaaldi Tiraamp deebii kennan.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Miidiyaa hawaasaa isaanii Truth Social irratti: ''Wow Kanaadaan biyyummaa Filisxeem akka deeggartu beeksiste.
''Kuni Kanaadaa wajjiin waliigaltee daldalaa goonu rakkisaa taasisa,'' jechuun maxxansan.
Kan Dhiheesse: Zalaalam Taaddasaa
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee ha...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Hagayya 01, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:00
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Piriimer Liigii bara kanaan kilaboonni akkamiin qophaa’aa jiru? | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 2:35
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Jijjiirraan taphattootaan Maanchiister Yuunaayitid Seeskoo fi Donnarummaa fudhachuuf barbaadaa jira. Kilaboonni kaanis qaawwa bara darbee guuttachuuf tattaafachaa jiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu hanga ammaatti eenyutu eenyuun mallatteessifate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook...
- Title
- Abbaa ijoollee waggaa 27 booda barnootatti deebi'an | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 1:03
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Obbo Mulunaa Gonfaa erga ijoollee jaha godhatanii booda barnootatti deebi'an.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa: 👉🏽 https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, namoonni nuti barannee maal finne ittiin jedhuu dubbatu.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://bbc.in/46Bg3NJ
#Ethiopia #bbcafaanoromoo #barnoota #students #oromia #exam
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 31, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 19:55
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- "Itoophiyaan ulaa galaanaa dhabuun dogongora seenaati" | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 4:34
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Gaaffiin guddaa yeroo ammaa Itoophiyaa keessa jiru gaaffii ulaa galaanaati.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waggaa dura Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad gaaffii kana erga dhiheessan booda Gaanfa Afrikaatti muddamni dhalate.
Ertiraan irra deddeebiin gaaffii kanaan gammachuu akka hin qabne dubbataa jirti. Itoophiyaan maal gochuu heddi? Ertiraanoo?
00:00 Seensa
00:31 Itoophiyaan akkamiin ulaa galaanaa dhabde?
01:13 Itoophiyaa maaltu Galaana Diimaarraa fageesse?
01:51 Ulaan galaanaa akkamiin ajandaa Gaanfa Afrikaa ta’e?
02:50 Itoophiyaa maaltu muddamse?
3:49 Humna galaanaa Itoophiyaa
4:01 Itoophiyaaf falli maali?
Qopheessaa: Ammayyuu Ittaanaa
Kaameraa: Asli Galgalo
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaa...
- Title
- Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Adoolessa 30, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 20:03
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
- Title
- Hariiroo Ameerikaa, Masrii fi Itoophiyaa| BBC News Afaan Oromoo
- Runtime
- 23:30
- Date posted
- 1 year ago
- Description
- Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiramp hariiroon isaan Masrii waliin qaban maaliif jabaataa ta'e, Masrii irraa maal barbaadu?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Ameerikaan fedha nageenya biyyaalessaa Gidduugala Bahaa keessaa qabdu mirkaneeffachuuf waggoota dheeraaf Kaayiroo irratti hirkatti.
Kan dhiheesse: Zalaalem Dureessaa fi Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa fi Asilii Galgaloo
Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni a...